Aartiin biyya tokko keessatti nageenya waaraa mirkaneessuuf, hariiroo biyyootaas ta’e sabootaa cimsuuf, misooma saffisiisuuf ijaarsa biyya tokkoo keessatti qoodinisaa olaanaadha. Tibbana Giddugalli Aadaa Oromoofi Biiroon Aadaafi Tuuriizimii Oromiyaa waliin ta’uun marsaa shanaffaaf... Read more »
Dargaggeessi utubaa biyyaati, gaafa xiiqiis gaachana ta’ee biyyasaaf waardiyyaa dhaabatee walabummaa biyyasaa mirkaneessuuf goota lubbuusaa hinwakkanneedha. Cunqursaaf boquusaa hinkennu, sirna cunqursaa yeroo dheeraaf baachuun hiraarfamaa lubbuun jiraachuu caalaa aarsaafi wareegama barbaachisu kamuu... Read more »
Amaamooteen addaattee Hadaa birraa, guba arfaasaa fakkaattee X2 Singaggeessaan mancaatee Haa reebamtuu gandaa galtuu fakkaattee. Amaamoonni shaashii lixxe, shaashii lixxe Obbookoo Isaa Waaqiin qixxee Intaloo lafti siin cittee. Baala sokokkee X2 Eessa... Read more »
Sabni Sidaamaa lakkoofsa guyyaa, ji’aafi waggaa ofiisaa qaba. ‘Cambalaalla’n guyyaa bara haaraa sabichaa yoo ta’u, ‘Fichee’n ammoo sirna kabaja jala bultii ayyaanichaati. Ayyaanni Cambalaalla baranaa Caamsaa 22 bara 2013 magaalaa Hawaasaa bakka... Read more »
Miira walmakaa shakkiifi abdiin keessatti walmorkanitti, yeroo dhiibbaan alaafi siyaasni keessoo tasgabbii dhabee lammiileen hedduu qe’erraa buqqa’anii kaampii keessa jiraatanitti, yeroo rakkoon hongee hawaasa hedduu beellessee deeggarsaaf harka samiitti olqabachiise keessatti, Ramadaana... Read more »
Qeexaalaafi Fichee Cambalaalaan aadaa sabni Sidaamaa ittiin beekamu keessaa adda durummaan eeramu. Ficheen jala bultii ayyaana bara haaraa ummata Sidaamaa yoo ta’u, Cambalaalaan ammoo guyyaa jalqaba bara haaraati. Guyyaan ayyaanichaa qorannoofi murtee... Read more »
Fardi seenaafi aadaa Oromoo keessatti bakka addaa qaba. Hariiroon fardaafi Oromoo gidduu jirus baay’ee adda. Oromoon durii kaasee yeroo waraanaa, gaddaafi gammachuu fardatti dhimma baha. Itoophiyaatti fardatti dhimma bahuu kan dursee eegale... Read more »
Torban aadaa Oromiyaa mataduree, “Misooma Aadaa keenya guddina turiiziimiif” jedhuun Bitootessa 18- 20 bara 2014tti Godina Arsii Lixaa, Magaalaa Shaashamanneetti kabajameera. Agarsiisawwan kabaja ayyaanichaarratti dhiyaatan keessaa tokko nyaatawwan aadaa Oromooti. Aadde Sanii... Read more »
Afrikaan addunyaarratti ardii guddittii lammaffaafi baay’ina ummataan Eshiyaatti aantee sadarkaa lammaffaarratti argamti. Odolawwan (island’s) isheetti dhihaatan dabalatee bal’inni lafa ishee hanga iskuwer kiiloo meetira miiliyoona 30fi 221 olidha. Waggaa jaha dura, ALA... Read more »
Intala aayyaa dhageettee oduun sigeettee ? Deettuu na dhaanee dhageettee oduun sigeettee? Walaloon bareedaafi garaa nama nyaatu kun kan gaafa dubartiin uulmaa ykn deessuun dhiirsaan dhaanamte birmannaa dubartoota biroo argachuuf tattaaffatutti faarfamuudha.... Read more »