Seenaa gabaabaa Barreessaa Masqaluu Baalchaa (Badhaafamaa bara jireenyaa)

Bara 1943 Arsii, Aanaa Heexosaa, bakka Quciraa Yeemboo jedhamutti dhalate. Barnootasaa sadarkaa 1ffaa (1ffaa-8ffaa) Mana Barnootaa Ligaabaatti, kan sadarkaa 2ffaa (9ffaa-11ffaa) Mana Barnootaa Raas Dargeetti yommuu baratu. Kutaa 12ffaa Waldaa Barsiisotaa Biraanii... Read more »

Badhaasa ‘Gaaddisaa Awwaardi’ jalqabaa

Sirni Awwaardii Gaaddisaa jalqabaa maatii barreessaa Gaaddisaa Birruufi Waldaa Barreessitoota Oromiyaatiin qophaa’e Sanbata darbe haala daran miidhagaadhaan Finfinnee, Hoteela Ilillii Intarnaashinaalitti adeemsifameera. Sirnicharratti miseensonni waldichaa, maatiin barreessaa hangafticha Oromoo, Gaaddisaa Birruu akkasumas... Read more »

Namni ofta’e Waaqeffataa, aadeeffataafi safeeffataadha

Namni tokko hidda dhalootaa irraa dhufe qaba. Akki inni itti jiraatus akka hidda dhaloota irraa dhufetti ta’uu qaba. Ofta’uun akka ofiitti jiraachudha. “Yoo of ta’an, wal ta’an; yoo wal ta’an, abbaa waan... Read more »

Yaa’aa Arbooraa: Jila Waaqa ittiin kadhatan

Sirni Gadaa Oromoo mataa olqabatee har’a biyyarra darbee beekamtii addunyaa akka argatuuf baay’een wareegama qaalii itti kanfalaniiru. Yeroo sirna qofa mitii Oromoollee balleessuuf shirri xaxamaa turetti keessumaa Booranniifi Gujiin sirnichi akka hinbadneef... Read more »

Abdiifi sodaa Sirna Gabbaraafi Geega’oo Arsii

Arsiin ilma Ambattoo Dayyooti. Gosa Oromoo bal’ina lafa qubateefi baay’ina ummataatiin guddaa ta’eedha. Arsiin ilmaan lama qaba; Sikkoofi Mandoo. Sikkoo ilmaan shan qaba (Shanan Sikkoo): I. Bullaala II. Jawwii III. Ilaani IV.... Read more »

“Walitti bu’iinsa amantii dawoo godhachuun godinichatti taasifamaa ture dhaabuu keessatti shoora olaanaa bahachaa turre” -Haadholii Siinqee Godina Baalee

Aadaafi duudhaan Oromummaa ganamaa irraa baratamuu qabaniifi dhaloota ittaanuuf dabarfamuu qaban hedduu sababa haala jiruufi jireenya hammayyummaafi aadaa alaa dhufaa kanneen birootiin sirnaan taasifamuu dhabeen hawaasicha gatii kanfalchiisaa jiraachuu namoota heddutu irratti... Read more »

Yaadannoo du’a waggaa lammaffaa ilma qaalii Oromoo Haacaaluu Hundeessaa

Waggaa lamaan kana Oromoon gaddaafi naasuu olaanaa keessa ture. Yeroo ilmasaa qaalii akka qaroo ijaatti ilaalu itti dhabe. Akkuma ganni ulfaataa ji’a Waxabajjii dumeessaafi roobaan dukkanaa’e sana manni Oromoo hundaa gaddaan gurraacha’ee... Read more »

Biyya ijaaruu keessatti qooda beekumsa xabboo, hayyootaafi miidiyaa

Umar Hajiitiin “Dhugaa dubbachuu dadhabdus dharaaf harka hindhahin”! “Guyyaa darbuuf jettee haqa hindagatin” jedha Oromoon. Kanarraa ka’uun ga’ee hayyoonni ykn abbootiin Gadaa haala rakkoo biyyattii hiiku keessatti qaban, karaa seera Oromootiif “Beekumsa... Read more »

Feestivaala aadaafi aartii ummattoota Afrikaa Bahaa simannaa Itoophiyaanotaan dabaalame

Fiqaaduu Dheereessaatiin Ummattoonni gaanfa Afrikaa keessa jiraatan hedduun isaanii aadaafi duudhaa akkasumas sona waliin jireenya walfakkaataa ykn walitti dhiheenya hedduu qabu. Sabni Oromoo Itoophiyaa keessa jiruufi Keeniyaa keessa jiru, sabni Affaar Itoophiyaafi... Read more »

Giddugala dhaloonni aartii keessaa maddaa jiru

Gootota aartii Amboon Oromiyaaf darbees Itoophiyaaf gumaachite keessaa Roobaa Qawweessaa ykn Tsaggaayee Gabramadiin isa hangafaati. Bara 1928 Shawaa Lixaa, naannawa Ambootti kan dhalatan Looreet Tsaggaayeen jaalalli ogbarruu isaanirraa mul’achuu kan eegales ijoollummaasaaniirraa... Read more »