Irreecha hangafaafi xiiqii; Irreecha Hora Finfinnee

Dirree tokkummaafi jaalalaa, galateeffannaa, kabajaafi ulfina waaqaa Irreecha. Oromtichi jiruufi jireenya isaa keessatti waan dalagu mara sirna ittiin gaggeessu, kan safuufi safeeffannaa of keessaa qabu Waaqa isaa uumaa Ardii kanaa ta’eef yeroo... Read more »

Ayyaana Masqalaa

Masqalli mootii Ayyaanaati. Akkuma beekamu mootiin hogganaa biyyaafi garee gurmuu hawaasaati. Masqallis Ayyaana barii birraa waan ta’eef ykn bara haaraa kanaaf isa dura waan ya’eef mootii Ayyaana jedhanii yaamu. Kana malee jalqaba... Read more »

Wiijjoo: Duudhaa xabboo saboonni adda addaa tokkummaadhaan ittifayyadaman

Ummatoonni Afrikaa, yoo asuma dhiyeessinee fudhanne kan biyya akkuma gubataa marqaa kan hubatetu arga jedhamu san sirnaan ittisiqnee yoo mil’anne tokko tokkoon sabootaa duudhaa cimaafi walisaan fakkeessu danuu qabu. Kanaanis duudhaaleen saboota,... Read more »

Gahee beekumsi xabboo walitti bu’iinsa furuu keessatti qabu

Yunivarsiitiin Qiddista Maariyam Kibxata darbe Seminaarii qorannoo 14ffaa adeemsiseera. Seminaaricharratti qorannoowwan mata duree adda addaarratti xiyyeeffataniifi rakkoolee ummataafi biyyattii furuuf gargaaran dhiyaatanii hirmaattotaan marii bal’aan irratti adeemsifameera. Qorannoowwan dhiyaatan keessaa tokko tooftaalee... Read more »

Ayyaana Qaammee ykn Shinooyyee

Oromoon waggaa tokko wayiti afurti hira. Isaanis Birraa, Bona, Afraasaafi Ganna jedhamu. Kana keessaa wayitiin jaalatamuufi hawaasni abdii guddaan simatu wayitii birraati. Wayitiin kunis simannaa ayyaanota akka Taaboree, Qaammee, Masqalaafi Irreechaa kan... Read more »

Badhaasa ‘Gaaddisaa Awwaardi’ jalqabaa

•Seenaa jireenyaa Gaazexeessaafi Barreessaa Isaayyaas Hordofaa Sirni Awwaardii Gaaddisaa jalqabaa maatii barreessaa Gaaddisaa Birruufi Waldaa Barreessitoota Oromiyaatiin qophaa’e Adoolessa 23 bara 2014 haala daran miidhagaadhaan adeemsifameera. Gaazexaan Bariisaas kanumarratti hundaa’ee seenaa namoota... Read more »

Badhaasa ‘Gaaddisaa Awwaardi’ jalqabaa

Kutaa 3ffaa Sirni Awwaardii Gaaddisaa jalqabaa maatii barreessaa Gaaddisaa Birruufi Waldaa Barreessitoota Oromiyaatiin qophaa’e Adoolessa 23 bara 2014 haala daran miidhagaadhaan Finfinnee, Hoteela Ilillii Intarnaashinaalitti adeemsifameera. Barreessitoota hangafoota keessaa Barreessaafi Gaazexeessaa Namoo... Read more »

Ayyaana Dhukee yookaan Taaboree

Dhukee ykn taaboreen ayyaana baatii gannaa keessa kabajamuudha. Akkuma beekamu Oromoon sirna Gadaa kessatti ijaaramuun walbulchaa turuun isaa beekamadha. Yaata’uti sirni Gadaa laafaa deemuun gosooni heddu gooroo ofiitti deebi’uun haaluma naannoo ofiitti... Read more »

Goobee: Sirba dargaggoonni wayita birraan bari’uuf jedhu sirban

Saamraawiit Girmaatiin Goobeen sirba wayita birraan bari’u sirbamu yoo ta’u jechi Goobee jedhu sirbichas, dargaggoota gareen sirban waamuufis ni ta’a. Sirbi birraa Oromiyaa bakka adda addaatti akkaafi maqaa garagaraa qaba. Goobeen sirriitti... Read more »

Badhaasa ‘Gaaddisaa Awwaardi’ jalqabaa

Kutaa 2ffaa Sirni Awwaardii Gaaddisaa jalqabaa maatii barreessaa Gaaddisaa Birruufi Waldaa Barreessitoota Oromiyaatiin qophaa’e Adoolessa 23 bara 2014 haala daran miidhagaadhaan Finfinnee, Hoteela Ilillii Intarnaashinaalitti adeemsifameera. Sirnicharratti miseensonni waldichaa, maatiin barreessaa hangafticha... Read more »