Torban darbe waltajjiin Giddugala Aadaa Oromoo ijoollee kennaa aartii qabaniin daran miidhagee oole. Ijoolleen ogummaawwan aartii shubbisa, tiyaatira, walaloo, sululukii, fakkiifi bobbocaan leenji’aa turan 100 giddugalichaan leenjii fudhataa turan, kennaasaanii guyyaa eebbasaanii... Read more »
Duudhaalee ummanni Oromoo qabuufi dubartoota Oromoo biratti kabajaafi jaalala guddaa qabuuf keessaa Ayyaanni Ateetee isa tokko. Ateeteen jiidha. Ateeteen hormaata, ayyaana dubartootaati. Ateeteen ayyaana dhaloota dabaluuti. Ateeteen sirna walqixummaa mirga dhala namaa... Read more »
Maqaansaa jalqabaa Alii Mahammad, maqaan mootii aartii ta’uusaatiin ittiin beekamu ammoo Alii Birraa kan ta’eefi warra isatti dhiyaataniin Adeeroo jedhamee waamamu Doktara Kabajaa Artisti Alii Birraa abbaasaa Obba Mahammad Mussaafi haadhasaa Aadde... Read more »
Oromoon aadaa walgargaarsaa hedduu qaba. Kunis bakkeewwan garagaraatti haala garagaraan haa adeemsifamu malee bu’uurrisaa dadhabbiifi rakkoo walii qooddachuudha. Kunis humnaan, qarshiidhaan, horiidhaaniifi qabeenyawwan biroodhaan taasifamu yoo ta’u, kan qabaachuuf dhabuurratti qofa bu’uureeffate... Read more »
Bara 1914 Godina Shawaa Kaabaa, Aanaa Hidhabuu Abooteetti ilma tokkotu dhalate. Ilmi dhalate kun akkuma ilmaan qonnaan bulaa kamiyyuu jireenyuma idilee jiraachaa kan guddate yoo ta’u, namni sabasaafi biyyasaaf goota ta’a jedhee... Read more »
Barsiisaafi barreessaa Wasanee Bashaa bara 1946 Godina Arsii, Aanaa Diksiis, ganda qotee bulaa Kushummoo Qarcaatti abbaasaa Bashaa Yaadateefi haadhasaa Geexee Xibabuu Horaarraa dhalate. Jireenyi maatiisaa qonnarratti kan xiyyeeffateedha. Wasaneen nama amantii Kiristaanaa... Read more »
Irreecha koo xurree seenaa, Mallattoo du’aa jiraa, Isaa finiinsaa dharaa, Bararaan ceessistee, Riqicha baraa nuu taatee, Nu keessatti goobsitee, Of ta’aaf nu mooksitee, Gaarii yaraa nu mul’iftee, Dhaloota hiriirsitee, Irreecha koo irranaa,... Read more »
Ayyaanni Hora Finfinneefi Hora Harsadii baranaa haala duudhaafi safuusaa eegeen kabajameera jedhu maanguddoonni ayyaanicharratti hirmaatan. Ayyaanni Hora Finfinneefi Hora Harsadii Fulbaana 21fi 22 bara 2015 kabajamuunsaa ni yaadatama. Gaazexaan Bariisaa yaada maanguddoonni... Read more »
Kutaa 2ffaa Abbootiin keenya gurraachonni dur Misiraafi Nuubiyaa keessa jiraataniifi ammallee darbanii darbanii sanyiin isaanii Gibtsi Sudaan keessa jiran, Kushoonni otoo weerara Giriikotaafi waraanni Peershiyaa, akkasumas weerara Otumaan Turkiifi Arabootaan hinrukutamiin dura... Read more »
Irreechi aadaa galateeffannaati. Galata Waaqaaf galchuudha. Ummatni Oromoo aadaa jaarra dheeraaf Sirna Gadaa keessati kuufate qaba. Aadaan immoo muuxannoofi yaadota bara dheeraa keessaa ilma namaan darbaa dabarsaan gara dhalootatti kan dhufuudha. Aadaan... Read more »