Daraaroon maalinni? Maaliif, yoom kabajama?

Bayyanaa Ibraahimiin Itoophiyaan akkuma biyya sabaafi sablammoonni duudhaa afaaniifi aadaa gara garaa dubbatan waldanda’anii keessa jiraatan yoo taatu, hambaaleeshii kana madda galii ta’an qixa kunuunsuu dhabuun komatamaa turteetti. Deemsa keessa mootummaan jijjiiramaa... Read more »

“Jamareen: Qal’oo bareedduu, lookoo dabbassaan dheeraa jechuudha” -Artisti Kee’ol Naggasaa

“Ilma abbaa caalu malee ilma abbaa dhaanu hinta’iin” jedha Oromoon. Jabaadhu jedhee yoon eegale isa hinibsuu laata? Silas jecha caalaa hojiitu nama ibsa. Ilmi sagaleen kiilolee kan namoonni baay’een bakkawwan hundatti tibbana... Read more »

Artisti Alii Birraafi Jimmaa

Sagantaan yaadannoo Artisti Alii Birraa tibbana Yunivarsitii Jimmaatti kan adeemsifame yoo ta’u, saganticharratti hojiiwwan artiifi muziqaa artistichi biyyaaf gumaachee darbe hayyootaafi artistootaan dhiyaataniiru. Akkasumas hariiroo Yunivarsitiin Jimmaafi Jimmaan artisticha waliin qabaachaa turan... Read more »

Ayyaanonni amantiifi aadaa sochii turizimiif ni gumaachu

Charinnat Hundeessaatiin Ayyaanonni aadaafi amantii dadammaqina damee turizimiitiif gumaacha olaanaa qabaachuunsaanii beekamaadha. Tibbi amma itti argamnus yeroo ayyaanonni Qilleefi Cuuphaa itti kabajamanidha. Haala kabaja ayyaanota kanneenii ilaalchisuun Biiroon Aadaafi Turizimii Naannoo Amaaraa... Read more »

 Tapha Qilleefi seerotasaa

Natsaannat Taaddasaatiin Ayyaanni Yaadannoo Guyyaa Dhaloota Yesuus Kiristoos akka Itoophiyaatti Mudde 29 (waggaa afuritti yeroo tokko Mudde 28) kabajama. Ayyaana kana sababeeffachuun taphni Qillee ni adeemsifama. Taphni Qillee taphoota aadaa keessaa isa... Read more »

 Alii Birraa: Artistii hojii aartiifi muuziqaa sadarkaa addunyaatti beekamu hojjetee darbe

Yunivarsitiin Jimmaa torban har’aa sagantaan yaadannoo Artisti Alii Birraa qopheessuun hojiiwwan aartiifi muuziqaa artistichi biyyaaf gumaachee darbe hayyootaan akka dhiyaatu taasiseera. Yunivarsitii Jimmaatti barattoonni Mana Barumsaa Muuziqaa Alii Birraa sirboota Alii Birraa... Read more »

Ateetee: Ayyaana kadhannaa, eebbaafi araaraa

Ateeteen ayyaana dubartootaan waggaati al-tokko kabajamuudha. Ateeteen ayyaana sanyiifi hormaata qajeelchuufi kabajuuf ayyaaneffamuudha. Guyyaa ayyaana Ateetee dubartiin uffata addaa kan matasaa danda’e, caaccuufi Calleen kan faayame uffattee dhangaa adda ta’e nyaachisuudhaan kabaji.... Read more »

Artisti Taarikuu Birhaanuu

Sirni gaggeessa kabajaa reeffa ogeessa fiilmii Artisti Taarikuu Birhaanuu (Baabaa) bakka maatiinsaa, firoonniifi jaalattoonni aartii agamanitti Wiixata darbe (Mudde 3 bara 2015) Tiyaatira Biyyaalessaa Itoophiyaatti raawwatameera. Galmi Tiyaatira Biyyaalessaa Itoophiyaa namoota reeffasaa... Read more »

Ijaarsawwan manneen duriifi masgiidotaa Godina Harargee Bahaa, Aanaa Baabbilleetti argaman

Guyyaan Turizimii addunyaa akka Oromiyaatti yeroo 18ffaaf mataduree “Yaadama Haaraa Turizimiif” jedhuun dhiyeenya kana Godina Harargee Bahaa, Magaalaa Hararitti kabajameera. Guyyichi marii paanaaliifi bakkeewwan hawwata turizimii godinicha keessa jiran adda addaa daawwachuun... Read more »

 Nama du’eellee hojiinsaa darbee jiraatu; Doktara Kabajaa Artisti Alii Birraa

Gaaddisa tokkummaa Oromummaa leellisuu irraa hanga sabboonummaa Oromoo ijaaaruufi finiinsuutti, yeroo Afaan Oromootiin sirba baasuun hafee haasa’uunuu adabbii cimaaf nama saaxilu sanatti namoota jalqabaa Afaan Oromootiin Itoophiyaa keessa taa’anii sirban keessaa isa... Read more »