Aanaan Kokkossaa aanaalee Godina Arsii Lixaa keessaa isa tokko yommu ta’u, qabeenya uumamaafi iddoowwan seena qabeeyyii heddu qabaachuun beekama. Iddoowwan seenaqabeessa aanichi qabu keessaa Gamoon Abbaa Amboo isa tokko. Gamoon kun Finfinneerraa... Read more »
Mataduree Kitaabichaa: DHALOOTA IDA’AMIUU Bara maxxanfamaa: 2023 A.L.A, 2015 A.L.H Baay’ina fuulaa: Miiltoo wajjin 348, miiltoofi wabiiwwan malee 339 Kutaalee kitaabichaa: Seensa, kutaalee sadii, boqqonnaawwan 10, gudunfaa, miiltoofi wabiiwwan. Afduree kitaabichi itti... Read more »
Itoophiyaan biyya sabaafi sablammoonni afaan, sirnoota, aadaa, duudhaafi eenyummaawwan gara garaa qaban heddumminaan keessatti argaman yoo taatu, aadaafi duudhaaleenshii madda galiifi miidhaginaa ta’uu osoo malanii gadi qabaa, cunqursaafi dhiittaa mirgaa sirnoonni darban... Read more »
Kitaabni DHALOOTA IDA’AMUU Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmadiin afaanota sadiin, Afaan Oromoo, Amaariffaafi Ingiliiffaan barreeffame Sanbata darbe bakka qondaaltonni mootummaafi keessummoonni adda addaa argamanitti sirna ho’aadhaan eebbifameera. Sirnicharratti hayyoonni gara garaa xiinxala... Read more »
Godinni Booranaa Godinaalee Oromiyaa balaa hongeef saaxilaman keessaa isa tokko. Balaan hongee kun erga godinicha mudatee bubbuleera. Sababa balaa kanaatiin beelladoonni hedduun dhumaniiru. Horsiisee bultoonni godinichaa hedduun rakkoo midhaan nyaataafi bishaan dhugaatiif... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Dubartiin caasaa sadarkaalee Gadaa keessa hindarbiin malee ilma deessee guddisuufi sirna Gadaaf qofa osoo hinta’iin kan biyya bulchuufi duulee biyya eeguu geessisuuf bakka guddaa qabdi. Kanarraa kan ka’e sirni Gadaa... Read more »
Waasihun Takileetiin Gaafa Adwaan ka’u gootota saboota adda addaa keessaa baba’uun waraanicha hogganan yaadachuun dirqama yoo ta’u, barootaaf seenaan kun awwaalamaa turus deemsa keessa akkuma ‘seenaa rirmi hin nyaatu’ jedhamu gootummaa Adwaarratti... Read more »
Sirni Gadaa bu’uura sirna dimokraasii ammayyaa, duudhaa ittiin bulmaata Oromoo akkasumas bu’uura seenaafi eenyummaa ummata Oromooti. Akkasumas, calaqqee qaroominaafi agarsiistuu cimina xiinsammuu ummata Oromoofi mallattoo nageenyaati. Gadaan qabeenya Oromoo qofa osoo hintaane... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Gaafa dhalli namaa dachee kanarra jiraachuu eegale sirna wajjummaarraa kaasee akka har’aatti seeraafi danbii baasee bulaa akka hinturre ni beekama. Ta’us akka seeraa ta’ee kan tajaajileefi abboomaa ture aadaa hawaasaati.... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Itoophiyaan biyya sabaafi sabalammootaan badhaate yoo taatu kunis qabeenyawwan aadaa hedduu nama hawwatan akka qabaattu taasiseera. Kanaanis aadaawwan garagaraa Galmee Dhaabbata Barnoota, Saayinsiifi Aadaa Mootummoota Gamtoomanii (United Nations Educational, Scientific... Read more »