Akaakuuwwan fuudhaafi heerumaa ummata Sidaamaa

Durbi Sidaamaa hanga heerumtutti gurrashii mirgaa hinurattu. Fuudhaafi heerumni kennaa uumaan ganamuma dhala namaa badhaase yoo ta’u, duudhaa ummatichaa giddugaleeffachuun sirnoota gara garaa keessa darbee karaawwan adda addaa kan gaggeeffamudha. Barreeffama keenya... Read more »

 “Namni huccuu aadaa uffatee tajaajila kennu, hinhatu, hinsobu, hinloogu, haqa hinjallisu” – Aadde Rahimaa Jawaar

Aadaan ummataa karaawwan addaddaatiin ibsama. Uffannaa, nyaata, sirba, kabaja ayyaanaafi sirnoota garagaraatiin jechuudha. Oromoonis saba guddaa ibsamawwan aadaa kanneeniin daran badhaadhedha. Oromoon aadaasaatiif bakka guddaa waan kennuuf kabaja olaanaa kennaaf. Nama jaallatuuf,... Read more »

Daa’imman kadhaa osoo hintaane aadaa hojii gaarii dhaalchisuu

Charinnat Hundeessaatiin Godina Arsii Lixaa, Aanaa Nageellee Arsiitti tumaan seera Aadaa “daa’imman aadaa hojii gaarii malee kadhaa hindhaalchifnu” jedhu sababeeffachuun tumaan seera aadaa abbootii Gadaatiin darbeera. Tumaan kun yeroosaa kan eeggateefi barsiifata... Read more »

 Artii tokkummaafi sabdaneessummaa biyyaalessaatiif

Natsaannat Taaddasaatiin Baandiin Biiftuu Oromiyaa hundeeffamasaa waggaa 30ffaa sababeeffachuun magaalota naannolee Itoophiyaa gara garaarra naanna’uun Sagantaa Konsartii Muuziqaa mataduree “Artiin Tokkummaafi Sabdaneessummaa Biyyaalessaatiif” jedhuun dhiyeessaa jira. Konsartichi qindeessummaa Biiroo Aadaafi Turiizimii Oromiyaafi... Read more »

 Biiftuu Oromiyaa: Baandii aadaafi eenyummaa Oromoo ibsuun waggoota 30 lakkoofsise

 “Ummanni aartii hinqabne aadaafi eenyummaa hinqabu” jedhu hayyoonni damee aartii. Aartiin ibsituu aadaa, duudhaa, seenaafi eenyummaa saba yookiin ummata tokkooti. Akkasumas ummanni tokko aartiitti fayyadamuun gammachuu, gadda, xiiqii, argachuu, dhabuu, mo’uu, mo’amuufi... Read more »

 Iida Shawwaalaa: Yeroo walkaadhimmannaa dargaggoota Hararii

Waasihun Takileetiin Itoophiyaan dachee sabaafi sablammiileen 83 ol keessatti argaman ta’uusheetiin duudhaalee, aadaawwan, sirnootaafi ayyaanonni garagaraa agarsiistuu sabaafi sablammii ta’an akkasumas, madda galii ta’uun biyyattii beeksisuu danda’an kan keessatti argamanidha. Kanaan dura... Read more »

 Aadaafi duudhaan Oromoo ganamaa dhugaarratti hundaa’a

Inistitiyuutiin Qo’annoofi Qorannoo Oromoo Labsii 242/2014n kan hundaa’e yoo ta’u, dhimma afaan, aadaa, aartiifi seenaa Oromoorratti xiyyeeffatee qo’annoofi qorannoo bal’aa adeemsisaa jira. Mootummaan Naannoo Oromiyaa inistitiyuutichi dhimma afaan, aadaa, duudhaa, aartiifi seenaa... Read more »

 Zarihun Wadaajoo: Qabsaa’aafi Artiistii Gameessa Oromoo

Qabsaa’otaafi artiistoota gurguddoo gadameessa Oromoo keessaa bahanii ummata Oromoof oolmaa guddaa oolaniin maqaa gaariifi seenaa boonsaa dhalootarraa dhalootatti darbu horatan keessaa tokko kan ta’e qabsaa’aafi artiistii jaalatamaafi kabajamaan Zarihun Wadaajoo Abbaa isaa... Read more »

Maalummaa Ramadaanafi aadaa walgargaarsa ji’a Ramadaanaa

Soomni baatii Ramadaanaa utubaalee gurguddoo namni Amantii Islaamaa hordofu tokko raawwachuu qabu keessaa isa tokko yommuu ta’u, dirqama islaamaa kan quraanaa, hadiisaafi ijmaa’aan mirkanaa’ee jiruudha. Rabbii akkana jedhe “Yaa warra amantiin dirqamni... Read more »

 Sirna Hulluuqaa Ummata Sidaamaa

Sabaafi sablammiileen Itoophiya akkuma lakkoofsisaanii baay’ee ta’e sirnoota, duudhaawwaniifi aadaawwan garagaraa kan qaban yoo ta’u, jaarraa tokkoofi walakkaa oliif dhiibbaa sirnoonni ofittoo darban qaqqabsiisaa turaniin akka awwaalaman yaaliin taasifameera. Sirnoonni darban hammam... Read more »