Argannoowwan haaraa seenaa aartii dhagaarraafi fakkiiwwan holqoota keessaa

Kutaa xumuraa Holqi iddoo uumamaa lafa jalaa qaawwa qabuudha. Karaa dhiphoo (koridoorii)fi golee (holqa) qabaachuu danda’a. Yeroo baay’ee kan uumaman bishaan asiidii (dhadhaa) lafa jalaa dhagaa lallaafaa kan akka dhagaa nooraa yeroo... Read more »

Shinooyyee, Ashandaa, Shadayifi Solal ayyaana shamarranii

Shinooyyeen (ingiccaa buqqifannaa) ayyaana ijoolleen dubaraa /shamarran hinheerumiin waggaatti yeroo dhuma arfaasaa yookaan ganna keessa akkuma ollaafi walitti dhiyeenyasaaniitti waliin kabajaniidha. Walleen gaafa Ingiccaa weellisan Hiyyoo, hiyyoo yaa daraarookoo Waggaa malee hindeebitu... Read more »

Argannoowwan haaraa seenaa aartii dhagaarraafi fakkiiwwan holqoota keessaa

Kutaa 4ffaa Aartii Dhagaafi Fakkiiwwan Holqoota Oromiyaa Aartiin dhagaa Oromiyaa duudhaa aartii diimame yoo ta’u, sulula, tulluuwwaniifi gaarreen naannawaa holqa ishee keessatti argama. Hanga ammaatti iddoowwan 127 muraasa qofatu argame. Fakkiiwwan kunneen... Read more »

 Argannoowwan haaraa seenaa aartii dhagaarraafi fakkiiwwan holqoota keessaa

Kutaa 3ffaa Seenaan Duraa maali? Yeroon fagoo darbe yeroo waraqaa ykn afaan ykn jechi barreeffamaa hinjirre, sababuma kanaan kitaabonni ykn sanadni barreeffamaa hinjirre, bara Seenaa Duraa jedhamee waamama. Namoonni Seenaa Duraa hanga... Read more »

Argannoowwan haaraa seenaa aartii dhagaarraafi fakkiiwwan holqoota keessaa

Kutaa 2ffaa Aartiin kun tarii waggoota kuma 10 oliin dura boca bineensotaa gurguddaan kan jalqabe ta’uu hin oolu, qorattoonni muraasni naannoo bara 5000 DhKD. Bocawwan jalqabaa kun, gaarreen Giddugaleessa Sahaaraa keessatti kan... Read more »

Argannoowwan haaraa Seenaa Duraa (Prehistoric) aartii dhagaarraafi fakkiiwwan holqoota keessaa

Afrikaa, ardii namummaafi aartiin itti jalqabame Jaarraa tokkoo ol dura oggaa Chaarlis Daarwiin Afrikaan bakka ka’umsa dhala namaa baay’ee ta’uu dandeessi jedhee falmu qofaa isaa ture. Ergasii as, ogeeyyiin ‘paleoanthropologists’, waggaa waggaan,... Read more »

 Sochii bal’aa akka dhaloonni duudhaa ganamaatti deebi’uuf taasifameen bu’aan galmaa’eera

Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee hawaas dinagdeefi siyaasaa hojjetuun cinaatti aadaa, eenyummaa, seenaafi afaan ummatichaa akka cimuuf akkasumas bakkeewwan hawwata turizimii naannichaa akka beekamaniif xiyyeeffannaa olaanaadhaan hojjetaa jira. Gama kanaanis bu’aan jajjabeessaa kan... Read more »

 Urjiiwwan indastirii muuziqaa Oromoo finiinsaa jiran keessaa

Muuziqaan afaan addunyaati jedhama. Dhugaadha afaan tokko wallaalanis rukuttaan wallee sanaa kan mi’aawu yoo ta’e qaamasaa kan itti hinbashannansiisne hinjiru. Kanarraa kan ka’e afaan addunyaatis jedhama. Kuni ta’us jaarraa tokkofi walakkaa oliif... Read more »

 Siidaa Yaadannoo artistii guddicha: Magaalaa guddittii Finfinneetti

Artisti Alii Birraa burqaa muuziqaati. Mataa dureewwan ilma namaatiif barbaachisan waan irratti hinsirbine hinqabu. Artistootni tokko tokko muuziqaaf uumamu. Aliif garuu muuziqaatu uumame. Sanaaf natti fakkata dhimmoota hundarratti sirbi inni sirbe biyya... Read more »

Abbaan weelluu ‘Xawalwaallee namamoo bineensaa waan keen wallaalee’ deggarsa ummatasaa barbaada

Saamraawiit Girmaatiin Artisti Ittaanaa Tolasaa Bara 1954tti, Godina Wallagga Bahaa, baadiyyaa Naqamtee bakka Basaqa jedhamutti dhalate. Barnootasaa sadarkaa tokkoffaas bakkuma dhalootasaarraa miilaan deeddeebi’aa magaalaa Naqamteetti barate. Yommuu sadarkaa lammaffaatti darbus Mana Barumsaa... Read more »