Araarri qaama miidheefi miidhame gidduutti nagaa buusa

Finfinnee: Caffeen Oromiyaa guyyaa saboota, sablammootaafi Ummattoota Itoophiyaa bor kabajamu sababeeffachuun kaleessa Waajjira Pirezidaantii Oromiyaatti hojjettoota waajjiraalee mootummaa naannichaa waliin marii paanaalii adeemsiseera. Maricharratti barreeffamni heddummina, waldanda’uu, araaraafi tokkummaa biyyaa cimsuufi haala... Read more »

Duudhaalee guyyaa sabootaa wajjin ka’an keessaa tokko nyaata aadaati

Itoophiyaan biyya sabootaafi sablammiilee 76 oliin ijaaramte yoo taatu, akkuma hedduminashii aadaa nyaataa, aadaa uffataa,aadaa kabaja sirnawwan garagaraanis kan faayamtedha. Sabootaafi sablammiileen kunneen sirnawwan garagaraarratti walbira dhaabachuun aantummaaf jaalala waliif qaban wayita... Read more »

Afaanota gara garaatiin sirbuu, hariiroo sabootaa cimsuuf

Itoophiyaan biyya saboonni sabalammoonniifi ummattootni afaan, aadaa, seenaafi duudhaawwan garagaraa qaban heddumminaan keessa jiraataniidha. Heddumminni kunis biyyattiif miidhagina ta’uun ibsamaa tureera. Kanas artistoonni biyyattii haala walaloo, sirba, diraamaafi ogummaawwan birootiin mul’isaniiru; mul’isaas... Read more »

Sadaasa 29: Waltajjii araaraafi jaalalaa

Sadaasni 29 bara 1987 Guyyaa heerri biyya keenyaa itti ragga’eedha. Manni Marii Federeeshinii marsaa 3fa, yaa’ii idilee 2fa bara hojiisaa jalqabaa Ebla 21 bara 1998 taa’een guyyaan heerri ummatoota mirgoota adda addaa... Read more »

Eenyummaa sabaafi sablamootaa, Itoophiyummaa jalatti

Biyya ummata aadaafi duudhaawwan garagaraatiin nagaafi jaalalaan walutubee waliin jiraatu keessatti, biyya saboonniifi sablammoonni 76 ol keessa ijaarrataniifi amantiiwwan adda addaa hordofanitti dhaadannoo “biyya tokko, afaan tokko” jedhuun gidirfamaa turan. “Aadaafi eenyummaa... Read more »