Atileet Fayyisaa Leellisaa beekamtii argate Finfinnee: Jila atileetiksii Itoophiyaa dorgommii qaxxaamura biyyoolessaa addunyaa 43fa Denmaarki, Magaalaa Arihusitti torban tokko dura adeemsifametti meedaaliyaawwan 11 hammaarratee addunyaarraa 1fa bahuun deebi’e Mootummaan Federaalaas Kibxata darbe... Read more »
Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigiipiriimeerii Itoophiyaa marsaa lammaffaa, torban 18fa magaalota naannolee adda addaatti kan itti fufe yoo ta’u, Maqalee 70 Indartaan ammas dura deemaa jira. Kilabichi tapha marsaa duraa torban... Read more »
Fifinnee: Olompikiin ammayyaa ALA bara 1896 eddii jalqabamee waggoota 223 lakkoofsiseera. Waggoota kanneen keessatti biyyoota miseensota koree Olompikii biyyoolessaa adda addaatti yeroo 31f adeemsifameera. Yeroo 32fa gaggeeffamuf ji’oota 15 qofatu hafa. Olopmpikii... Read more »
Finfinnee: Dorgommiin qaxxaamura biyyaa waggaa lamatti al tokko biyyoota adda addaatti kan qophaa’uu yoo ta’u, atileetonni addunyaa beekamoon irratti qooda fudhatu. Jaalattoonni ispoortii atileetiksiis guyyicha hawwii olaanaadhaan eegu. Dorgommiin kun baranas yeroo... Read more »
Finfinnee: Bulchiinsa magaalaa Finfinneefi Dirree Dawaa dabalatee naannoleen martinuu irratti qooda fudhachaa kan jiran taphawwan guutuu manneen barnoota Itoophiyaatti Oromiyaan qabxii olaanaadhaan dursaa jirachuusaa beekameera. Taphawwan manneen barnootaa sadaffaa kun qopheessummaa naannoo... Read more »
Finfinnee: Dorgommiin qaxxaamura biyyoolessaa waggaa lama lamaan biyyoota adda addaatti adeemsifama. Dorgommiin kun baranas yeroo 43faf boru Deenmaarki, Magaalaa Arihusitti geggeeffama. Dorgommii kanarratti biyyoota miseensota Waldaa Federeeshinii Atileetiksii Addunyaarraa atileetonni kumaatamatti lakkaa’aman... Read more »
Finfinnee: Taphawwan olompikii, shaampiyoonaa atileetiksii addunyaafi dorgommii qaxxaamura biyyooleessaaf miidhagina olaanaa kan kennu fiigichi fageenyaa dorgommii keessaa akka haqamu ta’usaatti atileetiksiin yaaddoo keessa galeera. Afrikaannoonni, keessumattuu Itoophiyaa, Keeniyaa, Morookoo, Ugaandaa, Taanzaaniyaa, Afrikaa... Read more »
Finfinnee: Xiinxala tapha marsaa duraatiif addaan citee kan ture shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa marsaa lammaffaan torban 16fa Sanbataafi Dilbata darbes magaalota naannolee adda addaatti itti fufee oleera. Walmorkiiwwan adeemsifamanitti... Read more »
Finfinnee: Olompikiin 32fa ALA bara 2020 magaalaa guddoo Jaappaan, Tokiyootti adeemsifama. Tapha olompikii kanaaf biyyoonni miseensa koree olompikii biyyooleessaa 215 ta’an akaakuuwwan ispoortii adda addaan hirmaachuuf qophii taasisaa jiru. Itoophiyaanis kanaan dura... Read more »
-Atileetonni Itoophiyaa murtii ‘IAAF’ morman Finfinnee: Dorgommiin qaxxaamura biyyaa Atileetiksii Addunyaa waggaa waggaadhaan biyyoota miseensota Waldaa Atileetiksii Biyyoolessaa (‘IAAF’) ta’an gidduutti kan adeemsifamuudha. Dorgommiin kun edda jalqabamee waggoota 49 ta’us Itoophiyaan waggoota... Read more »