Finfinnee: Ispoortiiwwan ammayyaa Itoophiyaa osoo hinseeniin dura ispoortiin aadaa kutaalee biyyattii adda addaatti geggeefamaa ture. Ispoortichi eenyumaa keenyaa wajjin kan wal qabatu waan ta’eef akka qabeenya keenyaatti kunnuunsuutu nurraa eegama. Saboonni, Sablammonniifi... Read more »
Finfinnee:Waggaa waggaadhaan kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa jiddutti kan adeemsifamu shaampiyoonaan kubbaa miilaa baranas kilaboota 16n jidduutti adeemsifamaa jira. Bulchiinsa magaalaa Finfinneefi Dirree Dawaa dabalatee kilaboota naannolee Ummatoota Kibbaa, Oromiyaa, Amaaraafi Tigiraayi jidduutti... Read more »
Finfinnee: Torban kana biyyoota adda addaatti dorgommiiwwan atileetiksii fageenya adda addaatiin adeemsifamaniin, atileetonni Itoophiyaa korniyaa lameeniinuu haala dinqisiisaa ta’een injifannoo boonsaa galmeessisaniiru. Fiigicha maayila tokkoo kan Ameerikaa, Niwuyoorki Siitiitti dhirotaan adeemsifameetti Atileeti... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaatti dorgommiin qaxxaamura biyyaa erga jalqabamee walakkaa jaarraa tokkoo ol yoo ta’u, dhaabbilee Raayyaa Ittisaafi manneen barnootaa beekamoo Finfinnee keessa jiran jiddutti adeemsifamaa akka ture ragaaleen ni mul’isu. Gareen atileetiksii Itoophiyaa... Read more »
Finfinnee: Qopheessummaa Waldaa Ispoortii Yunivarsitiiwwan Itoophiyaatiin yeroo jalqabaaf dorgommiin qaxxaamura biyyaa Dilbata darbe Jaanmeedaatti kan adeemsifame yoo ta’u, Yunivarsiitiin Finfinnee olaantummaan xumureera. Yunivarsiitiin Finfinnee olaantummaan kan xumure walumaagalatti qabxii 42n yemmuu ta’u,... Read more »
Finfinnee: Federeeshnii Kubbaa Kachoo Itoophiyaatiin yeroo yeroodhaan kennamaa kan ture leenjiin leenijstootaafi kenniisa murtee baranas guyyoota sadiif ogeesota kubbaa kachoof kennamuudhaan Roobii darbe xumurameera. Leenjii kanarratti kan hirmaatan barsiisota ispoortii yunivarsitiiwwan addaaddaafi... Read more »
Nageelee: Godina Gujii, Magaalaa Nageelleetti walmorkiiwwan ispoortii akaakuuwwan adda addaa waggaa waggaadhaan adeemsifamuu eddii jalqabamee bubbuleera. Walmorkiin kun baranas Istaadiyoomii Nageelleefi dirreewwan ispoortii adda addaatti Amajjii 16 bara 2011 irraa eegalee adeemsifamaa... Read more »
Finfinnee: Ispoortiin jireenya dhala namaa keessatti iddoo guddaa argachaa kan dhufeefi ummata addunyaa walqunnamsisuu keesatti gahee olaanaa kan qabuudha. Akkasumas, namni fayyaasaa eeggachuuf, bashannanuuf, qaamasaa cimsachuuf, sammuusaa bilisa taasisuuf faayidaa ni qaba.... Read more »
Finfinnee: Walmorkii Kubbaa Miilaa Kilaboota Liigii Piriimeerii Itoophiyaa marsaa duraa, torban 13fa Sanbataafi Dilbata darbe magaaloota naannoolee addaddaatti itti fufee yoo olu, sadarkaan kilabootaa geeddarameera. Shaampiyoonaa kanatti torban darbe sadarkaa arfaffaarra kan... Read more »
Asallaa: Shaampiyoonaan Atileetiksii Dargaggoota Itoophiyaa umrii 20 gadi waggaa waggaadhaan magaalota naannolee addaddaatti adeemsifama. Shaampiyoonichi baranas naannoo Oromiyaa Godina Arsii, Magaalaa Asallaatti yeroo 7faf adeemsifameera. Shaampiyoonaa kanarratti naannoleen, bulchiinsonni magaalaa, kilaboonni, waldaaleen... Read more »