Shaampiyoonaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa bara 2011 xumuramuf taphawwan lama qofatu hafa. Taphawwan hanga ammaatti adeemsifamanitti kilaboonni magaalaa Faasiiliifi Maqalee Sabaa Indartaa shaapiyoonummaaf kan wal argan ta’u. Akkasumas,  kilabni... Read more »

Biyyoonni tapha walakkaa maahessaaf darban beekaman

Finfinnee: Gareewwan kubbaa miilaa biyyoota 24 dirreewwan adda addaarratti falmisiisuuf haala miidhagaadhaan kan eegale walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Afirikaa 32ffaan bifa miira jaalataa ispoortiifi xiyyeeffannoo miidiyaalee harkisuun magaalota Misiritti adeemsifamaa jira. Walmorkii... Read more »

“Rakkoo biyyoota ispoortii qaban bira hinjirretu Itoophiyaa keessa jira” -Doktar Abiyyi Ahimad

Finfinnee: Jeequmsiifi walitti bu’iinsi dirreen kubbaa miilaa Itoophiyaa irratti mul’atu yeroo gara yerootti dabalaa deemuun sadarkaa taphni liigii piriimiyerii Itoophiyaa addaan citu irra gaheera. Istaadiyoomiin dirree taphaa ta’uun hafee dirree siyaasaafi sabummaa... Read more »

Mil’uu waancaa kubbaa miilaa Afrikaa

Waancaan kubbaa miilaa Afrikaa akka jalqabamu koreen kubbaa miilaa Afrikaa  kan wayita ammaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) jedhamuun kan hundeeffame  ALA bara 1957 ture. Koreen kun baruma sana walmorkiin waancaa kubbaa... Read more »

Waancaa Kubbaa Miilaa 32ffaa Misiriitti

Finfinnee: Guddina ispoortii kubbaa miilaa Afrikaaf bu’uura cimaa kan kaa’e walmorkiin waancaa kubbaa miilaa biyyoota Afrikaa ALA bara 1957 magaalaa guddoo Sudaan, Kaartumitti jalqabame. Walmorkiichis kan adeemsifame biyyoota yeroo sana miseensoota Konfedereeshinii... Read more »

Pirojekitoota atileetiksiif xiyyeeffaannaa barbaachisa

Sulultaa: Itoophiyaan addunyaarrattis ta’u Afrikaarratti walmorkiiwwan ispoortii hedduudhaan hirmaachaa turuunshee ni beekama. Dorgommiiwwan ispoortii kanneen keessaa hanga ammaatti qabxii olaanaa galmeessisaa kan jirtu atileetiksiidhaan. Aaadaan injifannoo ispoortii atileetiksii biyyattii kaleessa ture gara... Read more »

Itoophiyaan to’annoo doppingiirratti bu’aa boonsaa galmeessite

Finfinnee: Itoophiyaan qoricha humna namaaf kennu to’achuudhaan qabxii boonsaa galmesisaa akka jirtu ibsame. Diina ispoorteesitootaa kan ta’e qoricha humna namaa kennu (doping)  kanas manneen barnootaa keessatti akka akaakuu barumsaa tokkotti barsiisuuf yaaliin... Read more »

‘’Goota yaadachuun, gootoota horachuuf’’

Itoophiyaatti  dorgommiin ispoortii atileetiksii walakkaa jaarraa tokko dura jalqabamuun isaa  ni beekama. Dorgommiiwwan adeemsifamaa kan turanis kutaawwan Raayyaa Ittisaa adda addaafi manneen barnootaa gidduutti. Seenaan ispoortii atileetiksii Itoophiyaa akka ibsutti, Itoophiyaan ispoortii... Read more »

Ispoortiin buunyaa laafaa jiraachuun ibsame

Finfinnee: Ispoortiiwwan ammayyaa biyyaa keenyatti jaallattootaafi hordoftoota baay’ee qaban keessaa tokko kan ta’e walmorkiin buunyaa sababa kilaboonni  beekamoon diigamaniif  laafaa dhufusaa ibsame. Komishinii Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Daarektarri leenjii, hirmaannaafi dorgommii ispoortii... Read more »

Zamaalik waancaa ‘CAF’ fudhate

Finfinnee: Seenaa kilaboota Afrikaa keessaa umrii dheeraa kan lakkofsise kilabni Misir Zamaaliik kan hundeeffame  ALA Amajjii 5 bara 1911ti. Walumaagalatti  waggoota 108 lakkofsisusaatu himama. Waggoottan kanneen keessatti shaampiyoonaa kilaboota Misir ta’uudhaan yeroo... Read more »