Waamii Birraatuu addabaabaayisaaniirra biqiltuu dhaaban

Adaamaa: Itoophiyaatti ji’a gannaa  kana keessa biqiltuu biliyoona afur dhaabuuf karoora qabame keessaa Adoolessa 22 bara 2011 biqiltuun miliyoona 200 dhaabuuf yaadamee ture. Haata’u malee karooraa ol biqiltuun miiliyoonni 353.6 dhaabamaniiru. Rooba... Read more »

Maqalee Sabaandartaafi Magaalaan Faasiil Itoophiyaa bakka bu’u

Finfinnee: Shaampiyoonaa kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaatti barana kan makaman Kilaboonni Maqalee Sabaandartaafi Kilabni magaalaa Faasiil bara 2019/2020 Itoophiyaa bakka bu’uudhaan walmorkiiwwan kilaboota Afrikaarratti hirmaatu. Kilabni Maqalee shaampiyoonaa kilaboota liigii piriimeerii... Read more »

Waaliyaanonni tapha ‘CHAN’f walmorkii jalqaban

Finfinnee: Walmorkiin taphattoonni liigii biyya keessaarratti hirmaatan qofti kan irratti  qooda fudhatan gulaala gulaala waancaa kubbaa miilaa Afrikaa (‘CHAN’) gareewwan biyyaalessaa biyyoota addaddaa jidduutti adeemsifamaa jira. Walmorkii kanarratti hirmaachuuf carraa kan argate... Read more »

Taphawwan Guutuu Afrikaa Morokoo, Raabaatitti

Finfinnee: Olompikii Afrikaa jedhamuudhaan kan beekamu taphawwan Afrikaa guutuu (‘All African Games’) akka gaggeeffamu kan murtaa’ee Dhaabata Tokkummaa Afrikaa duraanii, Gamtaa  Afrikaa ammaatiini. Gamtichi taphni kun akka gaggeeffamuf kan murteesse borumtaa biyyoonni... Read more »

Waaliiyaanoonni qophii olaanarratti argamu

Adaamaa: Waancaan kubbaa miilaa biyyoota Afrikaa (“CHAN”) bara dhufu ji’a Amajjii 2012 magaalota Kaameeruunitti adeemsifama jedhamee eegama. Qopheessummaan kan irraa fudhatame, Itoophiyaan tapha gulaala duraa keessatti ramadamuuf dirqama itti ta’eera. Haaluma kanaan... Read more »

Rakkinni kaleessaa boru akka hindabalamneef falatu barbaachisa

Finfinnee:Itoophiyaan asiin dura kilabootaafi taphattoota  bebbeekamoo hedduu qabdi turte. Ummannis maqaa jaalalaafi mararfannaa garagaraatiin isaan yaamaa ture. Kanaanis Abbaa Fardaa, Abbaa Qawwee, Baaburaa, Fitaawuraariifaa mogaasee  wayita walmorkiiwwaan gaggeefaman dirreewwan kubbaa miilaatti argamuudhaan... Read more »

Qabxii waancaa kubbaa miilaa Afrikaa

Finfinnee: Ji’a Amajjii bara 1957 magaalaa guddoo Sudaan,Kaartumitti  kan jalqabame walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Afrikaa waggoota 62 lakkoofsiseera.Waggoota kanneen keessatti  yeroo 32faf adeemsifameera. Hanga ammaatti walmorkiiwwan kanarratti biyyoonni miseensota Konfedereeshina Kubbaa Miilaa... Read more »

Biyyoonni walakkaa irboo maahessaatiif darban beekaman

Fifinnee: Waxabajii 14 bara 2011 irraa kaasee biyyoota 24 jidduutti adeemsifamaa kan jiru walmorkii waancaa kubbaa miilaa Afrikaa 32fa xumuramuuf taphawwan lama qofatu isa hafa. Walmorkiiwwan hanga ammaatti adeemsifamanitti biyyoonni 20n sadarkaa... Read more »

Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaafi dubartoota Ameerikaa

Finfinnee: Ardiiwwan mararraa dubartoota addunyaa dirree tokkorratti walitti kan fiddu walmorkiin Waancaa Kubbaa Miilaa dubartoota Addunyaa bara 1991 Chaayinaa, Magaalaa Guwaandongitti jalqabame. Qopheessummaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaatiin kan gaggeeffamu walmorkiin waancaa kubbaa... Read more »

Dirreewwan ispoortii dirreewwan tokkummaati

Finfinnee: Sabootni, sablammootniifi ummattootni Itoophiyaa aadaa, seenaafi duudhaa addaddaa qaban garaagarummaa isaanii miidhagina, miidhagina isaanii ammo kabajanii tokkummaatiin waliin jiraachaa turaniiru; har’as jiraachaa jiru. Sirnoota darban keessa garuu eenyummaan sabootaafi sablammootaa cunqurfamaa... Read more »