Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa duraa torban shanaffaa har’aafi boru itti fufuudhaan istaadiyoomota naannolee adda addaatti gaggeeffama. Shaampiyoonichi kan adeemsifamu kilaboota naannolee Ummatoota Kibbaa, Oromiyaa, Amaaraa, Tigiraay,... Read more »
Finfinnee: Bu’uurri kubbaa miilaa biyyoota Afrikaa Bahaafi Giddugaleessa, waancaan kubbaa miilaa kan jalqabame ALA bara 1926 akka ture seanaan ni muldhisa. Edda jalqabamee Waggoota 93 lakkoofsisus sababiiwwan adda addaatiin yeroowwan 10f addaan... Read more »
Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa duraa torban arfaffaa har’aafi boru itti fufuun adeemsifama. Akkaataa sagantaan federeeshina kubbaa miilaa Itoophiyaa baase mul’isutti Bulchinsi magaalaa Baahirdaar bulchinsa magaalaa Dirree... Read more »
Finfinnee: Oromiyaa Godina Gujii, Magaalaa Nageelleetti walmorkiin kubbaa miilaa Michummaa kilaboota waldaa Fayyaa bulchiinsa Magaalaa Nageelleefi Waldaa Fayyaa Amaanu’eel Dubbaalaa jidduutti adeemsifameera. Walmorkii michummaa dirree kubbaa miilaa Magaalaa Nageelleetti adeemsifame kanatti kilabni... Read more »
Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Bahaafi Giddu Galeessa Afrikaa (‘’CECAFA’’)n waggaa waggaadhaan biyyoota miseensota Konfedereeshina kubbaa miilaa gidduutti gaggeeffama. Wal morkiin kun baranas gareewwan biyyoota 12 jidduutti ramaddii sadiin adda qoodamuudhaan Sadaasa... Read more »
Adaamaa: Biyya teenyatti yeroo dhihoodhaa as dhaabbilee leenjiiwwan ispoortii adda addaa keenaa jiran keessaa tokko kan ta’e Akkaadaamiin Leenjii Ispoortii Dargaggoota Itoophiyaa isa tokko. Akkaadaamichi bara 2006 irraa kaasee dargaggoota guddatoota umrii... Read more »
Finfinnee: Waancaan kubbaa miilaa dargaggoota guddatoota addunyaa waggaa lamatti al tokko biyyoota miseensota Waldaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa biyyooleessaa “FIFA’’ jidduutti gaggeeffama. Walmorkiin kun baranas yeroo 18fa qopheessummaa Biraaziiliin gareewwan dargaggootaa guddattootaa biyyoota ... Read more »
Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa magaalotaa jedhamuudhaan osoo shaampiyoonaan liigii piriimeerii Itoophiyaa hin jalqabamiin magaalota naannolee adda addaatti gaggeeffamaa tureera. Baranas magaalota Adaamaa, Maqalee Finfinneefi Hawaasaatti adeemsifameera. Walmorkiiwwan magaalaa Adaamaafi Maqaleetti adeemsifamaa... Read more »
Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Afrikaa ALA bara 2021 magaalota Kaameerunitti adeemsifama jedhamee eegama .Walmorkii kanarratti hirmaachuuf biyyoonni Afrikaa 48 ramaddii 12tti qoodamuudhaan taphawwan gulaalaa adeemsifachaa jiru. Itoophiyaan ramaddii 11ffaa keessatti Maadagaaskaar,... Read more »
Finfinnee: Waggaa waggaadhaan kan gaggeeffamu fiigichi olaanaa Itoophiyaa baranas yeroo 19faf boru ganama magaalaa Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu Waajirri Fiigicha Olaanaa Itoophiyaa beeksise. Ka’umsiifi deebiin isaa addabaabaayii masqalaa kan ta’u fiigicha kiiloo... Read more »