Finfinnee: Ispoortiin ammayyaa Itoophiyaa utuu hinseeniin dura bal’inaan adeemsifamaa kan ture ispoortii aadaa turuunsaa kan yaadatamuudha. Qonnaan bulaan yeroo omishasaa sassaabeefi yeroo boqonnaasaa guyyaa ayyaanaa, keessumattuu guyyaa ayyaana Qilleefi Cuuphaa dirree bal’aarratti... Read more »
Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa duraa torban saglaffaa har’as magaalota naannolee adda addaatti sagantaalee gaggeeffamaniin ittifufee oola. Akkaataa sagantaan bahe mul’isutti Magaalaan Baahirdaar Walwaaloo wajiin, Jimmaa Abbaa... Read more »
Finfinnee: Seenaa atileetiksii addunyaa keessatti atileetota ardii tanarratti beekaman keessaa adda durummaan kan eeraman Qananiisaa Baqqalaafi atileet Eliyud Kipchogeen (Keeniyaa) dorgommii maaraatoonii Landan boruurratti falmii isaan jidduutti godhamu ummani addunyaa hawwii olaanaadhaan... Read more »
Qulliittoo: Guddina ispoortii atileetiksii biyya keenyaaf iddoowwan oolmaa ispoortii barbaachisaadha. Kanuma bu’uureffachuudhaan mootummaan biyyattii wiirtuuwwan ispoortichaa naannolee adda addaatti akka ijaaraman qajeelcha kennaa tureera. Haata’u malee akka barbaadametti naannoleefi magaalota heddutti rakkina... Read more »
Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa bara 2012 sagantaasaa eeggatee naamusa gaariifi haala miidhagaan gaggeeffamaa jira. Daawwataan kubbaa miilaa tapha gaarii ilaaluuf dheebochaa tures dirreen kubbaa miilaa tasgabbiin gaggeeffamaa jiraachuusaatiin... Read more »
Finfinnee: Ayyaana Qillee sababeeffachuun waggaa waggaan dorgommiin ispoortii aadaa adeemsifamuu erga jalqabee oolee buleera. Dorgomicharrattis dargaggoonniifi ga’eessoonni ni hirmaatu. Ispoortiin aadaa kun keessumaa, magaalaa Finfinnee, dirree ispoortii Jaanmeedaatti akaakuuwwan ispoortii qillee, saddeeqa,... Read more »
Finfinnee: Ispoortiiwwan fayyummaaf adeemsifaman hundi suuta suuta shaakaluudhaan gabbifaman malee yeroo dhihoo keessatti bu’aa barbaaamu hinargamsisan. Haata’u malee ammaan tana ispoortiin waloo magaalaa qofatti osoo hindaangeffamin iddoowwan marattuu gaggeeffamu qaba jedhama. Mootummaa... Read more »
Finfinnee: Magaalaa Finfinneetti istaadiyeemii ammayyaa sadarkaasaa eeggate arguun nama baay’eef hawwii ta’ee waggoonni hedduu darbaniiru. Isa qofa osoo hintaane Istaadiyeemii Finfinnee tokkittii ala magaalattii keessa kan biraa jira jennee afaan guutuun dubbachuun... Read more »
Finfinnee: Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa “CAF” taphatoota Afrikaa liigii biyyaa keessatti taphatan jajabeessuuf jecha shaampiyoonaa kubbaa miilaa mataasaa danda’e biyyaa keessatti gaggeessu eddii jalqabee oolee buleera. Haata’u malee dhiheenya kana taphattoota liigii... Read more »
Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa dubartoota addunyaa umrii 17 gadi Sadaasa 2-21 ALA bara 2020 magaalota Hinditti adeemsifama. Yeroo 7faf kan qophaa’u waancaa dubartootaa kanarratti Ardiiwwan jahanirraa biyyoonni 16 ni hirmaatu jedhamee... Read more »