Nageelleetti walmorkiin michummaa adeemsifame

Finfinnee: Oromiyaa Godina Gujii, Magaalaa Nageelleetti walmorkiin kubbaa miilaa Michummaa kilaboota waldaa Fayyaa bulchiinsa Magaalaa Nageelleefi Waldaa Fayyaa Amaanu’eel Dubbaalaa jidduutti adeemsifameera. Walmorkii michummaa dirree kubbaa miilaa Magaalaa Nageelleetti adeemsifame kanatti kilabni... Read more »

Waaliyaanonni garee Eritiriyaa wajjin ramadaman

Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Bahaafi Giddu Galeessa Afrikaa (‘’CECAFA’’)n waggaa waggaadhaan biyyoota miseensota Konfedereeshina kubbaa miilaa gidduutti gaggeeffama. Wal morkiin kun baranas gareewwan biyyoota 12 jidduutti ramaddii sadiin adda qoodamuudhaan Sadaasa... Read more »

Akaadaamichi madda ispoorteessitootaa ta’aa jira

Adaamaa: Biyya teenyatti yeroo dhihoodhaa as dhaabbilee leenjiiwwan ispoortii adda addaa keenaa jiran keessaa tokko kan ta’e Akkaadaamiin Leenjii Ispoortii Dargaggoota Itoophiyaa isa tokko. Akkaadaamichi bara 2006 irraa kaasee dargaggoota guddatoota umrii... Read more »

Gareen guddattoota Biraaziil waancaa fudhate

Finfinnee: Waancaan kubbaa miilaa dargaggoota guddatoota addunyaa waggaa lamatti al tokko biyyoota miseensota Waldaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa biyyooleessaa “FIFA’’ jidduutti gaggeeffama. Walmorkiin kun baranas yeroo 18fa qopheessummaa  Biraaziiliin gareewwan dargaggootaa guddattootaa biyyoota ... Read more »

Walmorkiiwwan waancaa magaalota naannolee

Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa magaalotaa jedhamuudhaan osoo shaampiyoonaan liigii piriimeerii Itoophiyaa hin jalqabamiin magaalota naannolee adda addaatti gaggeeffamaa tureera. Baranas magaalota Adaamaa, Maqalee Finfinneefi Hawaasaatti adeemsifameera. Walmorkiiwwan magaalaa Adaamaafi Maqaleetti adeemsifamaa... Read more »

Gareen Waaliyaa taphaanis ta’u haamileedhaan sadarkaa fooyya’aarra jira

Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Afrikaa ALA bara 2021 magaalota Kaameerunitti adeemsifama jedhamee eegama .Walmorkii kanarratti hirmaachuuf biyyoonni Afrikaa 48 ramaddii 12tti qoodamuudhaan taphawwan gulaalaa adeemsifachaa jiru. Itoophiyaan ramaddii 11ffaa keessatti Maadagaaskaar,... Read more »

Fiigichi olaanaa Itoophiyaa boru gaggeeffama

Finfinnee: Waggaa waggaadhaan kan gaggeeffamu fiigichi olaanaa Itoophiyaa baranas yeroo 19faf boru ganama magaalaa Finfinneetti  kan gaggeeffamu ta’uu Waajirri  Fiigicha Olaanaa Itoophiyaa  beeksise. Ka’umsiifi deebiin isaa addabaabaayii masqalaa kan ta’u fiigicha kiiloo... Read more »

Waancaa kubbaa miilaa dargaggoota addunyaa umrii 17fi Afrikaa

Finfinnee: Ispoortiin kubbaa miilaa akaakuuwwan ispoortii qalbii hawaasa addunyaa harkisaniifi hordoftoota baay’ee horachuudhaan beekaman jalatti ramadama. Wayita dorgommiin ispoortii kun dirreewwan adda addaatti adeemsifamu ummanni addunyaa biiliyoonaan lakkaawaman qaamaanis ta’e karaa miidiyaalee... Read more »

Indastiriin ispoortii bu’uura ummatummaatiin gaggeeffamuu qaba

Manni maree ispoortii biyyaalessaa hundaa’e Finfinnee: Jaalalli ummattoonni biyya keenyaa damee ispoortiif qaban jechaan kan ibsamu miti. Kunis jaalalliifi hamileen ummataa daran olaanaa ta’uu kan agarsiisu waan ta’eef baroota darban keessa dorgommiiwwan... Read more »

Atileetonni keenya badhaasaaf milkaa’uu laata?

Finfinnee: Waldaan federeeshinii atileetiksii addunyaa (“IAAF”) ALA bara 1988 irraa kaasee  waggaa waggaadhaan atileetota waggaa keessatti beekamoo (urjii) ta’aniif badhaasa addaa kennaa tureera. Badhaasni kun kan bara 2018 dabalatee  waggoota 30 lakkoofsiseera.Waggoota... Read more »