Qulliittoon iddoowwan oolmaa ispoortiif watwaataa jirti

Qulliittoo: Guddina ispoortii atileetiksii biyya keenyaaf iddoowwan oolmaa ispoortii barbaachisaadha. Kanuma bu’uureffachuudhaan mootummaan biyyattii wiirtuuwwan ispoortichaa naannolee adda addaatti akka ijaaraman qajeelcha kennaa tureera. Haata’u malee akka barbaadametti naannoleefi magaalota heddutti rakkina... Read more »

Mujiib Qaasiim liigiicha gooliidhaan dursaa jira

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa bara 2012 sagantaasaa eeggatee naamusa gaariifi haala miidhagaan gaggeeffamaa jira. Daawwataan kubbaa miilaa tapha gaarii ilaaluuf dheebochaa tures dirreen kubbaa miilaa tasgabbiin gaggeeffamaa jiraachuusaatiin... Read more »

Ayyaana Qilleefi gulufa fardaa

Finfinnee: Ayyaana Qillee sababeeffachuun waggaa waggaan dorgommiin ispoortii aadaa adeemsifamuu erga jalqabee oolee buleera. Dorgomicharrattis dargaggoonniifi ga’eessoonni ni hirmaatu. Ispoortiin aadaa kun keessumaa, magaalaa Finfinnee, dirree ispoortii Jaanmeedaatti akaakuuwwan ispoortii qillee, saddeeqa,... Read more »

Ispoortii waloo boru ummata kuma 200 keessummeessa

Finfinnee: Ispoortiiwwan fayyummaaf adeemsifaman hundi suuta suuta shaakaluudhaan gabbifaman malee yeroo dhihoo keessatti bu’aa barbaaamu hinargamsisan. Haata’u malee ammaan tana ispoortiin waloo magaalaa qofatti osoo hindaangeffamin  iddoowwan marattuu gaggeeffamu qaba jedhama. Mootummaa... Read more »

Istaadiyeemii xumuramuuf guyyoonni 900 qabameef

Finfinnee: Magaalaa Finfinneetti istaadiyeemii ammayyaa sadarkaasaa eeggate arguun nama baay’eef hawwii ta’ee waggoonni hedduu darbaniiru. Isa qofa osoo hintaane Istaadiyeemii Finfinnee tokkittii ala magaalattii keessa kan biraa jira jennee afaan guutuun dubbachuun... Read more »

“CAF” maqaa kaadhimamtootaa iftoomse

Finfinnee: Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa “CAF” taphatoota Afrikaa liigii biyyaa keessatti taphatan jajabeessuuf jecha shaampiyoonaa kubbaa miilaa mataasaa danda’e biyyaa keessatti gaggeessu eddii jalqabee oolee buleera. Haata’u malee dhiheenya kana taphattoota liigii... Read more »

Itoophiyaan Ugaandaa wajjin taphatti

Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa dubartoota addunyaa umrii 17 gadi Sadaasa 2-21 ALA bara 2020 magaalota Hinditti adeemsifama. Yeroo 7faf kan qophaa’u waancaa dubartootaa kanarratti Ardiiwwan jahanirraa biyyoonni 16 ni hirmaatu jedhamee... Read more »

Naamusni deggertootaa jajjabeeffamuu qaba

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa duraa torban shanaffaa har’aafi boru itti fufuudhaan istaadiyoomota naannolee adda addaatti gaggeeffama. Shaampiyoonichi kan adeemsifamu kilaboota naannolee Ummatoota Kibbaa, Oromiyaa, Amaaraa, Tigiraay,... Read more »

Ugaandaan Waancaa qopheessite hambifatte

Finfinnee: Bu’uurri kubbaa miilaa biyyoota Afrikaa Bahaafi Giddugaleessa, waancaan kubbaa miilaa kan jalqabame ALA bara 1926 akka ture seanaan ni muldhisa. Edda jalqabamee Waggoota 93 lakkoofsisus sababiiwwan adda addaatiin yeroowwan 10f addaan... Read more »

Shaampiyoonaa liigii piriimeerii Itoophiyaa Walwaaloon dursaa jira

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa kan marsaa duraa torban arfaffaa har’aafi boru itti fufuun adeemsifama. Akkaataa sagantaan federeeshina kubbaa miilaa Itoophiyaa baase mul’isutti  Bulchinsi magaalaa Baahirdaar bulchinsa magaalaa Dirree... Read more »