Tashoomaa Qadiidaatiin Finfinnee: Dhiheenya kana manni maree ispoortii biyyaalessaa yaa’ii waliigalaa 1fasaa Finfinneetti adeemsifateera. Walittiqabaan mana marichaafi ministirri muummee ittaanaan Obbo Dammaqaa Mokonnin, pirezidaantotni naannoleefi ministirootni hirmaattota turan. Gabaasa hojii bara 2012... Read more »
Tashoomaa Qadiidaatiin Finfinnee: Ayyaana Qillee sababeefachuun taphni ispoortii aadaa magaalaa Finfinneetti gaggeefamuu erga jalqabee jaarraa tokkoofi walakkaa lakkoofsiseera. Taphni kun kan eegalame bara Mootiin Miniliki Itoophiyaa bulchaa turan yoo ta’u, hirmaattonni ammoo... Read more »
Tashoomaa Qadiidaatiin Finfinnee: Qopheessummaa Komishinii Ispoortii Magaalaa Finfinneetiin waggaa waggaadhaan kutaalee magaalota Finfinnee gidduutti kan gaggeeffamu dorgommiin ispoortiifi feestivaaliin miidhamtoota qaamaa akkasumas dhaga’uu hindandeenyee baranas yeroo kurnaffaaf gaggeeffameera. Feestivaaliin baranaa kun keessummeesummaa... Read more »
Tashoomaa Qadiidaatiin Finfinnee:Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa ALI bara 1953tti kan hundeeffame ta’uu seenaan isaa kan muldhisu yemmuu ta’u, jala bultii Itoophiyaan Olompikii Room kan Xaaliyaanitti qophaa’e irratti hirmaachuuf qophii taasisaa wayita turtettiidha. Haaluma... Read more »
Finfinnee: Waggaa 60fa Irreessaa Atileet Abbabaa Biqilaa Maaraatoonii Olompiikii Roomiifi injifannoo atileetota Olompikii Meelbornii hanga Riyoo Dii Jeneeroo irratti hirmaatan sagantaalee adda addaatiin yaadachaa jira. Guyyaan Injifannoo waggaa 60fa Irreessaa Atileet Abbabaa... Read more »
Finfinnee: Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa yaa’ii idilee 24fa boru Hoteela Sharaatan Addisitti gaggeeffata. Yaa’ii kanarratti bakka miseensota koree raawwachiftuu hojii waggoottan arfan darbaniif federeeshinicha hogganaa turaniifi yeroosaanii xumuranitti koreen haaraa ni filama jedhamee... Read more »
Naannoo Oromiyaa godinaalee adda addaatti bu’uuraaleen misooma ispoortii baay’een xumuramuudhaan tajaajila kennuuf qophaa’aniiru. Bu’uuraaleen kunneen akkaadaamii leenjii ispoortii dargaggootaa, wiirtuulee leenjii atileetiksiifi akaakuuwwan ispoortii adda addaa keessummeessan kanneen sadarkaa biyyoolessaa guutan ta’unis... Read more »
Dur, dur osoo taphni olompikii akka har’aa hinammayyoomiin sirnisaa Giriikitti waaqeffannaa wajjin walbira qabamee kabajamaa ture. Sirnichi eddii bifa ammayyaatiin adeemsifamuu jalqabee garuu haala faayidaa hawaasa addunyaarratti xiyyeeffateen falaasama ispoortii ammayyaa kanneen... Read more »
Qopheesummaa konfedereeshinii kubbaa saaphanaa Afrikaatiin shaampiyoonaa kilaboota liigii piriimeerii waggaa waggaadhaan magaalota biyyoota addaddaatti gaggeeffamaa tureera. Shaampiyoonichi baranas baatii Hagayyaa dhufu magaalaa guddoo Misir, Kaayirootti gaggeeffama jedhametti eeggamaa ture. Shaampiyoonaa kanarratti kilaboonni... Read more »
Hawaasa fayyabuleessaafi dammaqaa horachuu keessatti gaheen ispoortii daran olaanaadha. Ispoortiin meeshaa guddaa dhaloota haaraa sammuu ifa, qaama cimaa, fayyaa guutuufi miira mo’ataa qabu bal’inaan horachuufis gargaaruudha. Riqicha bal’aa ummata jidduutti waljaalala, walhubannoo... Read more »