Waasihun Takileetiin Adaamaa: Ispoortessitoonni bebbeekamoon dameewwan ispoortii garagaraatiin maqaa horatan cimanii hojjechuun ofiifi biyyasaanii maqaa waamsisu. Faallaa kanaatiin ammoo miira ofitti amanamummaa dhabuu deemsa keessa mudatuun qoricha humneessu fudhatanii maqaasaaniifi biyyasaanii kan... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Ayyaanni injifannoo Adwaa 125fan Naannoo Harariitti dorgommiiwwan ispoortii adda addaatiin kabajamaa jira. Dorgommii ispoortii ayyaanicha sababeeffachuun qophaa’e dheengaddaa oggaa eegalamu kan argaman Hogganaan Biiroo Aadaa, Hambaafi Turizimii Naannichaa Obbo Diinii... Read more »
Finfinnee: Magaalaa Naqamteetti kan argamu Istaadiyoomiin Wallaggaa hojjatamee xumuramee sadarkaa halkaniifi guyyaa tajaajila kennuu danda’urra gaheera. Hojiin ibsaa istaadiyoomichaa xumuuramee Wixata darbe galgala bakka Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee, Obbo Bariisoo Tamasgeeniifi Ittigaafatamaan... Read more »
Adaamaa: Magaalota Oromiyaa wiirtuu daldalaafi sochiilee hawaasdinagdee ta’an keessaa Adaamaan ishee tokkodha. Magaalittiin akkuma amalashee tibbanas cidha olaanaa tokko keessummeesiteetti. Chidhi kunis ispoortii waloo (‘mass sport’) Oromiyaa 4fati. Durumayyuu keessummaa simachuun kan... Read more »
Finfinnee: Akaakuuwwan ispoortii adda addaa qalbii hawaasa addunyaa harkisuu fi daawwattoota baay’ee horachuu keessatti ispoortiin kubbaa miilaa isa duraati. Kallattiinis ta’u al kallattiin ummatni biliyoona 6.2 ta’u jaalala ispoortii kanaa kan qabuudha.... Read more »
Finfinnee: Shaampiyoonaa kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Beetkiingiin geggeeffamaa jiruun kilaboonni Oromiyaa sadarkaa dhumaarratti argamu. Walmorkiin kun kilaboonni naannolee Ummatoota Kibbaa, Amaaraa, Oromiyaa, Mulchiinsa Magaalaa Finfinneefi Dirre Dhawaa 13 jidduutti adeemsifamaa kan... Read more »
Finfinnee: Bu’uura ispoortii ammayyaa biyya keenyaa kan ta’e ispoortiin aadaa yeroo ammaatti guddachuurra quucaraa jirudha. Rakkoo kana ilaalchisuudhaan Itti Gaafatamaan Waajjira Federeeshinii Ispoortii Aadaa Itoophiyaa Obbo Balaayi Asaffaa dhiheenya kana ibsa waajjirasaanitti... Read more »
Finfinnee: Dhaabbanni tola ooltummaa atileetiksii, “Galaana Magariisaa” jedhamu ALI bara 2004 magaalaa Finfinneetti hundeeffame. Kaayyoon dhaabbatichaa atileetota dorgommii dhaabuudhaan dagataman manasaaniitti rakkachaa jiran gargaaruuf akka ta’e dubbatama. Dhaabbatichi waggaa saglaffaa itti hundeefametti... Read more »
Hawaasaa: Koreen Olompikii Itoophiyaa walga’ii idilee 45fa isaa tibbana Hawaasaatti gaggeeffateera. Walga’ii kanarratti sochiiwwan ispoortii bara 2012 taasifaman, rakkoolee mudataniifi haala ittiin furaman, akkasumas, karoora bara 2013 irratti gabaasni dhihaatee mariin gaggeeffameera.... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaatti fiigichi olaanaa kan jalqabame bara 1993 yoo ta’u, osoo addaan hincitin waggaa waggaadhaan Finfinneetti gaggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, kan barnaa ammoo boru mabsaasaaddaroota dubartii biyyoota sadii hirmaachisuun yeroo 20faf... Read more »