Komaandar Daraartuu Tulluu pirezidaantummaaf kaadhimamte

Finfinnee: Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa yaa’ii idilee 24fa boru Hoteela Sharaatan Addisitti gaggeeffata. Yaa’ii kanarratti bakka miseensota koree raawwachiftuu hojii waggoottan arfan darbaniif federeeshinicha hogganaa turaniifi yeroosaanii xumuranitti koreen haaraa ni filama jedhamee... Read more »

Oromiyaatti bu’uuraalee misooma ispoortii

Naannoo Oromiyaa godinaalee adda addaatti bu’uuraaleen misooma ispoortii baay’een xumuramuudhaan tajaajila kennuuf qophaa’aniiru. Bu’uuraaleen kunneen akkaadaamii leenjii ispoortii dargaggootaa, wiirtuulee leenjii atileetiksiifi akaakuuwwan ispoortii adda addaa keessummeessan kanneen sadarkaa biyyoolessaa guutan ta’unis... Read more »

Guyyaan Olompikii Addunyaa Itoophiyaatti yaadatamee oole

Dur, dur osoo taphni olompikii akka har’aa hinammayyoomiin sirnisaa Giriikitti waaqeffannaa wajjin walbira qabamee kabajamaa ture. Sirnichi eddii bifa ammayyaatiin adeemsifamuu jalqabee garuu haala faayidaa hawaasa addunyaarratti xiyyeeffateen  falaasama ispoortii ammayyaa kanneen... Read more »

Haqamuu shaampiyoonaan kubbaa saaphanaa

Qopheesummaa konfedereeshinii kubbaa saaphanaa Afrikaatiin  shaampiyoonaa kilaboota liigii piriimeerii  waggaa waggaadhaan magaalota biyyoota addaddaatti gaggeeffamaa tureera. Shaampiyoonichi baranas baatii Hagayyaa dhufu magaalaa guddoo Misir, Kaayirootti gaggeeffama jedhametti eeggamaa ture. Shaampiyoonaa kanarratti kilaboonni... Read more »

Sochiilee guddina ispoortiitiif taasifamaa jiran keessaa

Hawaasa  fayyabuleessaafi dammaqaa horachuu keessatti gaheen ispoortii daran olaanaadha. Ispoortiin meeshaa guddaa dhaloota haaraa sammuu ifa, qaama cimaa, fayyaa guutuufi miira mo’ataa qabu bal’inaan horachuufis gargaaruudha. Riqicha bal’aa ummata jidduutti waljaalala, walhubannoo... Read more »

Komishininii ispoortii Finfinneefi xiyyeeffannaasaa

Koviid-19 yeroo jalqabaatiif  biyya keenyatti edda muldhate guyyoota 78 lakkoofsiseera. Guyyoota kanneen keessatti namoota kuma 96 oliif qorannoon godhameera. Isaan keessaa 831 vaayirasichaan qabamaniiru. Namoonni torba ammoo lubbuunsaanii darbeera. Weerara kana ittisuuf... Read more »

Yaa’iin ‘FIFA’ viidiyoodhaan geggeeffama

Read more »

Ijaarsa gamoo

Federeeshiniin atileetiksii Itoophiyaa gamoo abbaa darbii 12 ijaaruuf marii jalqabaa gaggeesse. Gamichi biirolee hojjetoota federeeshinichaafi waldaalee atileetiksi biyyaalessaa, jiimii  sadarkaasaa eeggate,  giddugala wal’aansaa giddugala bashannanaa, godambaafi mana kitaabaa, kutaa qabeenyaafi galma walga’ii... Read more »

Akkaadaamiiwwan ispoortii burqaalee ispoorteesitootaatti

Read more »

Federeeshiniin Paaraalompikii Oromiyaa wiilcharota magaalotaaf hire

Finfinnee: Federeeshiniin Paaraalompikii Oromiyaa magaaloota Oromiyaa shaniif wiilcharota Kubbaa Kaachoo miidhamtoonni qaamaa ittifayyadaman magaalaa Adaamaatti Kibxata darbe raabseera. Akka ittigaafatamaan federeeshinichaa Obbo Shimallis Daawwit, Gaazexaa Bariisaatti himanitti, wiilcharonni kunneen kan raabsaman magaaloota... Read more »