Shaampiyoonaa Miliyoona badhaase

Finfinnee:Dirreen Wal morkii kubbaa miilaa dirree nageenyaa jedhamuun beekama.SababnIsaas morkattoonni garee lamaanii daqiiqaa 90 keessatti falmii olaanaa taasisuudhaan wayita taphichi xumuramu wal hammatanii jaalalaafi obbolumaan “maaliyaa” wal jijjiiruudhaan waan addaan galaniifi. Keessumattuu... Read more »

Taphni liigii piriimeerii baranaa eenyu baase, eenyummoo buuse?

Finfinnee: Waggaa waggaadhaan kan adeemsifamu shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota beetikingi liigii piriimeerii Itoophiyaa kan baranaa dabalatee yeroo 22f gaggeeffameera. Hirmaattonnis magaalota Finfinneefi Dirre Dhawaa dabalatee kilaboota naannolee Oromiyaa, Ummatoota Kibbaa, Amaaraafi Tigraayi... Read more »

“Badhaasaan duuba imaanaan ummataafi mootummaatiin nutti kenname guddaadha” -Leenjisaa Wubatuu Abaataa

Hawaasaa: Bu’uura ispoortii kubbaa miilaa Afrikaa kan ta’e, walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Afrikaa kan jalqabame ALA  Waxabajjii 18 bara 1957 magaalaa guddoo Sudaan, Kaartuumitti. Miseensoonni yeroo sana Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa hundeessan... Read more »

Taphattoota Luusiiwwanii 30f waamichi godhame

Fifinnee: Luusiiwwan walmorkii waancaa kubbaa miilaa dubartoota Afrikaa 15fa Morookoon bara 2022 qopheessituuf tapha gulaalaa dura kan godhatu gareen kubbaa miilaa dubartoota Ugaandaa wajjin ta’uun beekame. Taphattoonni waamichi taasifameef 30 kunneen taphicharratti... Read more »

Waaliyaan har’a badhaafama

Hawaasaa: Waggoota saddeetti booddee gara waancaa kubbaa miilaa Afrikaatti kan darbe garee kubbaa miilaa biyyaalessaa (Waaliyaaf) Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa qarshii miiliyoon jaha har’a sagantaa Hawaasaatti qophaa’ee badhaasa. Badhaasichi kan wayita shaampiyoonaan... Read more »

Finfinneetti raawwii misooma dirreewwan ispoortii

Finfinnee: Guddina ispoortii biyya tokkoo keessatti iddoowwan oolmaafi dirreewwan ispoortii gahaa ta’aniifi hawaasa ispoortiif mijaataa ta’an daran murteessaafi barbaachisaadha. Kanuma bu’uureeffachuun bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti komishiniin ispoortii magaalattii bu’aa qabeessummaafi fayyadamummaa dargaggootaa mirkaneessuuf... Read more »

Waldhabdeen hiikamee qophiin Olompikii Tokiyoo eegalame

Finfinnee: Olompikiin Tokiyoo bara 2020 sababa weerara Koviid-19n waggaa tokkoof dheeratus maqaasaa akkuma qabateetti ganna dhufu adeemsifamuf ji’oota sadii qofatu isa hafa. Kooriyaa Kaabaatiin alatti biyyoonni miseensonni koree olompikii biyyooleessaa hundi dorgommii... Read more »

Hawwiin ummata Faransaay dhugooomuufi

Finfinnee: Guddina ispoortii biyyaa tokkoof  bu’uura kan ta’u iddoowwan sochiin ispoortii itti adeemsifamu babal’achuudha. Kanaaf mootummaafi ummanni iddoowwan kanneen ijaaruudhaan dargaggoonni, barattoonniifi hawaasni yeroo aara galfanaa isaanii bakka itti bashannanan ijaaraa jiru. ... Read more »

‘’Kayyoon kiyya Lusiiwwan waancaa Afrikaaf dhaqabsiisuudha’’ -Loozaa Abarraa

Ispoortiin kubbaa miilaa addunyaa keessatti yeroo gara yerootti guddachaa kan deemeefi babal’achaa kan jiru ta’uun beekamaadha. Bu’uurri guddinaafi babal’ina sochii kubbaa miilaa addunyaa inni guddaan hirmaattotaafi  degartoota biiliyoona hedduutti lakkaa’aman qabaachusaatti. Ispoortiin... Read more »

Shampiyoonaa Atileetiksii Itoophiyaa: Umrii jaarraa walakkaa

Finfinnee: Bu’uura ispoortii atileetiksii Itoophiyaa kan ta’e Shaampiyoonaan Atileetiksii Itoophiyaa, bara 1963 magaalaa Finfinneetti akka eegaluuf Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaatiin  murta’e. Shaampiyoonaan kun eddasi kaasee waggoota 50 lakkofsiseera. Waggoota kanneen keessatti yeroo tokko... Read more »