Kan ija tokko qabu hubaan hintaphatu

Fifinnee: Akaakuwwan ispoortii addunyaarratti jaalatamaafi hordofftoota heddu qaban keessaa adda dureen ispoortii atileetiksiidha. Taphawwan olompikiifi shaampiyoonaan atileetiksii addunyaa waltajiiwwan akkaakuun ispoortii atileetiksii irratti adeemsifamuudha. Ispoortiin kun ummata Itoophiyaa birattis akka gumaa ijaatti... Read more »

Gammachuu Roobii: Loltuufi ispoortessaa kaleessaa, miidhamaa qaamaa har’aa gargaarsa barbaadu

Tashoomaa Qadiidaatiin Ispoortessaa Gammachuu Roobii bara 1949 Oromiyaa, Godina Shawaa Kibba Lixaa, Aanaa Iluu, Magaalaa Tajiitti dhalatan. Barumsasaanii sadarkaa tokkoffaa mana barumsaa Tulluu Boollootti baratan. Obbo Gammachuun bara 1966 gara Finfinnee dhufuudhaan... Read more »

Gammachuu Roobii: Loltuufi ispoortessaa kaleessaa, miidhamaa qaamaa har’aa gargaarsa barbaadu

Tashoomaa Qadiidaatiin Ispoortessaa Gammachuu Roobii bara 1949 Oromiyaa, Godina Shawaa Kibba Lixaa, Aanaa Iluu, Magaalaa Tajiitti dhalatan. Barumsasaanii sadarkaa tokkoffaa mana barumsaa Tulluu Boollootti baratan. Obbo Gammachuun bara 1966 gara Finfinnee dhufuudhaan... Read more »

Ispoortii Aadaa:Waltajjii dargaggoonni aadaasaanii itti waljijjiran

Finfinnee: Ispoortiin ammayyaa biyya keenya utuu hinseeniin dura baldhinaan adeemsifamaa kan ture ispoortiiwwan aadaa turuunisaanii kan yaadatamuudha. Ispoortiiwwan aadaa akkuma ispoortiiwwan ammayyaa baldhinaan adeemsifamuu irra dhiphachaa kan ture hirmaattotni isaa waan xinnaachaa... Read more »

Dorgommiin fiigichaa har’a geggeeffama

Charinnat Hundeessaatiin Fiigichi kiiloo meetira shanii daandiirratti adeemsifamu kun ka’umsaafi deebiisaa Addababayii Diyaaspooraa godhachuun ganama sa’aatii 1:00 irraa qabee geggeeffama. Dorgommii kanarratti kilaboonni atileetiksii kilaboota Finfinnee keessaa babahan, atileetonni hangafoonni, hojjettoonni Komishinii... Read more »

“Qorichoonni humneessaniifi hanqinni wiirtuulee damee ispoortiitti hudha ta’aa jiru” -Obbo Duubee Jiloo

Waasihun Takileetiin Adaamaa: Ispoortessitoonni bebbeekamoon dameewwan ispoortii garagaraatiin maqaa horatan cimanii hojjechuun ofiifi biyyasaanii maqaa waamsisu. Faallaa kanaatiin ammoo miira ofitti amanamummaa dhabuu deemsa keessa mudatuun qoricha humneessu fudhatanii maqaasaaniifi biyyasaanii kan... Read more »

Injifannoon Adwaa Harariitti dorgommii ispoortiitiin kabajamaa jira

Charinnat Hundeessaatiin Ayyaanni injifannoo Adwaa 125fan Naannoo Harariitti dorgommiiwwan ispoortii adda addaatiin kabajamaa jira. Dorgommii ispoortii ayyaanicha sababeeffachuun qophaa’e dheengaddaa oggaa eegalamu kan argaman Hogganaan Biiroo Aadaa, Hambaafi Turizimii Naannichaa Obbo Diinii... Read more »

Istaadiyoomii Wallaggaa

 Finfinnee: Magaalaa Naqamteetti kan argamu Istaadiyoomiin Wallaggaa hojjatamee xumuramee sadarkaa halkaniifi guyyaa tajaajila kennuu danda’urra gaheera. Hojiin ibsaa istaadiyoomichaa xumuuramee Wixata darbe galgala bakka Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee, Obbo Bariisoo Tamasgeeniifi Ittigaafatamaan... Read more »

Ispoortiin waloo xiyyeeffannaa argachaa jira

Adaamaa: Magaalota Oromiyaa wiirtuu daldalaafi sochiilee hawaasdinagdee ta’an keessaa Adaamaan ishee tokkodha. Magaalittiin akkuma amalashee tibbanas cidha olaanaa tokko keessummeesiteetti. Chidhi kunis ispoortii waloo (‘mass sport’) Oromiyaa 4fati. Durumayyuu keessummaa simachuun kan... Read more »

‘COVID-19’ dinagdeef misooma ispoortii kubbaa miilaa sakaaleera

Finfinnee: Akaakuuwwan ispoortii adda addaa qalbii hawaasa addunyaa  harkisuu fi daawwattoota baay’ee  horachuu keessatti ispoortiin kubbaa miilaa isa duraati. Kallattiinis ta’u al kallattiin ummatni biliyoona 6.2 ta’u jaalala ispoortii kanaa kan qabuudha.... Read more »