Olmipikii: Qe’ee nageenyaa

Tashoomaa Qadiidaatiin Taphooti olimpiikii tapha waggaa afur afuriin naanna’ee deebi’uudha. Haala kanaan bara jalqabaa itti tolfamee eegalee kan baranaa kun si’a 32fadha. Taphni kun jalqabamee baroota sadiif irra ce’ameera. Inni jalqabaa bara... Read more »

Olompikiirratti hirmaannaa dubartootaa kubbaa miilaatiin

Finfinnee: Olompikiin ammayyaa ALA bara 1896 Giriik, magaalaa Ateensitti jalqabamusaa seenaa olompikiirraa hubachuun ni danda’ama. Biyyoota miseensoota koree olompikii biyyooleessaa ta’an muraasa gidduutti kan jalqabame taphni olompikii ammayyaa kun ammaan tana gara... Read more »

Atileetonni keenya fiigicha har’aafi boriitiin sadarkaa Itoophiyaa fooyyessuu jedhamee eegama

Finfinnee: Hawaasi addunyaa hawwii olaanaan hordofaa kan jiru Olompikiin Tokiyoo 32fa boru xumurama jedhamee eegama. Jaappaan dolaarii Ameerikaa biliyoona 30 ol kan itti dhangalaafte olompikiin baranaa kun baay’ee qabbana’aadha jedhameera. Sababnisaa ammoo... Read more »

Taanzaaniyaan waancaa dargaggootaa fudhatte

Finfinnee: Qopheessummaa Itoophiyaatiin ALA Adooleessa 17 -30 Magaalaa Baahirdaaritti adeemsifamaa ture walmorkiin waancaa kubbaa miilaa dargaggoota umri 23 gadii biyyoota Bahaafi Giddu Galeessa Afrikaa mo’attummaa dargaggoota Taanzaaniyaatiin kaleessa xumurame. Taanzaaniyaan waancaa baranaa... Read more »

Gootota olompikii

 Finfinnee: Gootoonni olompikii suuraan isaanii mul’atu kunneen bitaa gara mirgaatti Irreessaa Abbabaa Biqilaa, Abbaa ispoortii Itoophiyaa Obbo Yidnaqaachawu Tasammaafi Ajajaa Shantamaa Abbabaa Waaqjiraati. Gootoonni ispoortii kunneen akkuma eenyuuyyuu beeku biyya keessaas ta’e... Read more »

Itoophiyaan meedaaliyaa jalqabaa argatte

Finfinnee: Magaalaa guddoon Jaappaan,Tokiyooti taphiwwan Olompikii edda eegalamee guyyoota saddee lakkoofsiseera. Biyyoonni hirmaatanis atileetotasaanii kanneen sababii qilleensi magaalattii rakkisaa ta’en tursisan martisaanii achi galuudhaan sagantaa dorgommiisaanii eeggachaa jiru. Biyyi teenyas olompikii kanarratti... Read more »

Keenyaan walakkaa Irboo maahessaatiif dabarte

Tashoomaa Qadiidaatiin Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa biyyoota bahaafi giddugaleessa Afrikaa “CECAFA” jedhamuudhaan waggaa waggaadhaan qophaa’u baranas keessummeessummaa Itoophiyaatiin magaalaa Baahirdaaritti adeemsifamaa jira. Walmorkiin kun kanaan dura taphattoota beektotaa jidduutti kan gageeffamu... Read more »

Tookiyoon keessummootashii simattee keessumeessaa jirti

 Tashoomaa Qadiidaatiin Finfinnee: Magaalaa guddittiin Jaappaan, Tokiyoon Sirna ho’aadhanfi gamachuu olaanaarratti argamti. Ardiiwwan mararraa jaalattoonni ispoortiifi atileetonni seera Koree Olompikii Biyyoolessaa guutan beekamoon miseensotasaanii wajjin magaalattii ho’isaa jiru. Hirmaattonni kunneen addababa’iiwwan itti... Read more »

Taphini kan banamu Itoophiyaafi-Eritiraadhaan

Tashoomaa Qadiidaatiin F i n f i n n e e : Q o p h e e s s u m m a a Konfedereeshinii kubbaa miilaa biyyoota Bahaafi Gidduu Galeessa... Read more »

Garee olompikii Itoophiyaafi imaanaa itti kenname

Tashoomaa Qadiidaatiin Finfinnee:Taphini olompikii waaggoota afur, afuriin adeemsifamuufi ummata addunyaa biratti miidhaginasaatiin hawwii guddaadhaan eegamu, dargaggoota addunyaa diimaafi gurraacha osoo addaan hinqoodiin miira obboolummaafi jaalaatiin gaadisa tokko jalatti walitti qabuun beekama. Tapha... Read more »