Raas Hayiluu: Wiirtuu Leenjii Ispoortii

Bara 2005 bu’uurrisaa kana’ameefii rakkoolee walxaxoo bulchinsa gaariirraa kan ka’e hojiinsaa duubatti hafee kan ture iddoon oolmaa daakaa bishaanii Wiirtuu Leenjii Ispoortii Raas Hayiluu xiyyeeffannaa hoggansa jijjiiramaatiin kennameefiin ijaarsisaa xumuramuun eebbifamee tajaajilaaf... Read more »

“Itoophiyaan Olompikiirratti meedaaliyaa kan argatte atileetiksii qofaani” -Garramawu Danboobaa

 Tashoomaa Qadidaatiin Finfinnee: Sababii weerara Covid 19 kan ka’ee waaggaa tokkoof achi kan siqe Olompikiin Tookiyoo 2020n Adoleessa 16 hanga Hagayya 6 bara 2013 Magaalaa guddoo Jaappaan, Tookiyootti akka adeemsifamu guyyaan isaa... Read more »

Qophii garee olompikii Itoophiyaa

Tashoomaa Qadiidaatiin Finfinnee: Boqonnaawwan sadiitti qodhamee gaggeeffamaa kan jiru qophiin garee biyyaalessaa atileetiksii Itoophiyaa olompikii Tokiyoof ammaan tana qophii xumuraa godhachaa jira. Haata’u malee atileetonni beekamoon tokko tokko garichatti makamanii leenji’aa akka... Read more »

Goonni Atileetiksii umrii 105, Ashaaraa Magariisaasaanii kaa’an

Tashoomaa Qadiidaatiin Fifinnee: Shaalaqaa Baashaa Waamii Birraatuu Jedhamu manguddoo umrii 105 ti.Seenaa ispoortii atileetiksii Itoophiyaa keessatti dorgommii meetira kumaa 1fi 500,kan meetira kuma shaniifi kuma kudhanii, akkasumas dorgommii tarkaanfiifi fiigicha Maraatoniitiin balbala... Read more »

Akkaadaamichi ispoorteessitoota eebbisiise

Finfinnee: Akkaadaamiin Leenjii Ispoortii Dargaggootaa Itoophiyaa ispoorteessitoota kaadhimamtoota waggoottan arfan darbaniif akaakuuwwan ispoortii kudhaniin leenjisaa ture 126 Kibxata darbe eebbisiiseera. Leenjitoonni marsaa arfaffaaf bara 2012 leenjiisaanii xumuran  dhiiroonni 36fi dubartonni 19, akkasumas... Read more »

Dorgommii 37fa Maraatonii Yaadannoo Abbabaa Biqilaa

Finfinnee: Biyya teenyatti ispoortiin atileetiksii waggoota 64 dura kan jalqabame ta’uu seenaan ni ibsa. Dorgommiinis adeemsifamaa kan ture kutaawwan Raayyaa Ittisaa addaddaafi manneen barnootaa jidduutti akka ture. Itoophiyaan ispoortii kanaan sadarkaa biyyoolessaatti... Read more »

Lattasanbat Gideey Rikordi haaraa galmeessite

Atileetonni Itoophiyaa bakka bu’an beekaman Finfinnee: Akaakuuwwan ispoortii addunyaarratti jaalatamaafi hordoftoota baay’ee qaban keessaa adda dureen ispoortii atileetiksiidha. Akaakuu ispoortii kana keessaa taphiwwan olompikiifi shaampiyoonaan atileetiksii addunyaa waltajiiwwan guguddoo ispoortiin kun irratti... Read more »

Shaampiyoonaa Miliyoona badhaase

Finfinnee:Dirreen Wal morkii kubbaa miilaa dirree nageenyaa jedhamuun beekama.SababnIsaas morkattoonni garee lamaanii daqiiqaa 90 keessatti falmii olaanaa taasisuudhaan wayita taphichi xumuramu wal hammatanii jaalalaafi obbolumaan “maaliyaa” wal jijjiiruudhaan waan addaan galaniifi. Keessumattuu... Read more »

Taphni liigii piriimeerii baranaa eenyu baase, eenyummoo buuse?

Finfinnee: Waggaa waggaadhaan kan adeemsifamu shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota beetikingi liigii piriimeerii Itoophiyaa kan baranaa dabalatee yeroo 22f gaggeeffameera. Hirmaattonnis magaalota Finfinneefi Dirre Dhawaa dabalatee kilaboota naannolee Oromiyaa, Ummatoota Kibbaa, Amaaraafi Tigraayi... Read more »

“Badhaasaan duuba imaanaan ummataafi mootummaatiin nutti kenname guddaadha” -Leenjisaa Wubatuu Abaataa

Hawaasaa: Bu’uura ispoortii kubbaa miilaa Afrikaa kan ta’e, walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Afrikaa kan jalqabame ALA  Waxabajjii 18 bara 1957 magaalaa guddoo Sudaan, Kaartuumitti. Miseensoonni yeroo sana Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa hundeessan... Read more »