Taanzaaniyaan waancaa dargaggootaa fudhatte

Finfinnee: Qopheessummaa Itoophiyaatiin ALA Adooleessa 17 -30 Magaalaa Baahirdaaritti adeemsifamaa ture walmorkiin waancaa kubbaa miilaa dargaggoota umri 23 gadii biyyoota Bahaafi Giddu Galeessa Afrikaa mo’attummaa dargaggoota Taanzaaniyaatiin kaleessa xumurame. Taanzaaniyaan waancaa baranaa... Read more »

Gootota olompikii

 Finfinnee: Gootoonni olompikii suuraan isaanii mul’atu kunneen bitaa gara mirgaatti Irreessaa Abbabaa Biqilaa, Abbaa ispoortii Itoophiyaa Obbo Yidnaqaachawu Tasammaafi Ajajaa Shantamaa Abbabaa Waaqjiraati. Gootoonni ispoortii kunneen akkuma eenyuuyyuu beeku biyya keessaas ta’e... Read more »

Itoophiyaan meedaaliyaa jalqabaa argatte

Finfinnee: Magaalaa guddoon Jaappaan,Tokiyooti taphiwwan Olompikii edda eegalamee guyyoota saddee lakkoofsiseera. Biyyoonni hirmaatanis atileetotasaanii kanneen sababii qilleensi magaalattii rakkisaa ta’en tursisan martisaanii achi galuudhaan sagantaa dorgommiisaanii eeggachaa jiru. Biyyi teenyas olompikii kanarratti... Read more »

Keenyaan walakkaa Irboo maahessaatiif dabarte

Tashoomaa Qadiidaatiin Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa biyyoota bahaafi giddugaleessa Afrikaa “CECAFA” jedhamuudhaan waggaa waggaadhaan qophaa’u baranas keessummeessummaa Itoophiyaatiin magaalaa Baahirdaaritti adeemsifamaa jira. Walmorkiin kun kanaan dura taphattoota beektotaa jidduutti kan gageeffamu... Read more »

Tookiyoon keessummootashii simattee keessumeessaa jirti

 Tashoomaa Qadiidaatiin Finfinnee: Magaalaa guddittiin Jaappaan, Tokiyoon Sirna ho’aadhanfi gamachuu olaanaarratti argamti. Ardiiwwan mararraa jaalattoonni ispoortiifi atileetonni seera Koree Olompikii Biyyoolessaa guutan beekamoon miseensotasaanii wajjin magaalattii ho’isaa jiru. Hirmaattonni kunneen addababa’iiwwan itti... Read more »

Taphini kan banamu Itoophiyaafi-Eritiraadhaan

Tashoomaa Qadiidaatiin F i n f i n n e e : Q o p h e e s s u m m a a Konfedereeshinii kubbaa miilaa biyyoota Bahaafi Gidduu Galeessa... Read more »

Garee olompikii Itoophiyaafi imaanaa itti kenname

Tashoomaa Qadiidaatiin Finfinnee:Taphini olompikii waaggoota afur, afuriin adeemsifamuufi ummata addunyaa biratti miidhaginasaatiin hawwii guddaadhaan eegamu, dargaggoota addunyaa diimaafi gurraacha osoo addaan hinqoodiin miira obboolummaafi jaalaatiin gaadisa tokko jalatti walitti qabuun beekama. Tapha... Read more »

Haaressi Istaadiyooma Finfinnee jalqabame

Tashoomaa Qadidaatiin Finfinnee: Waggoota dheeradhaaf tajaajila kennaa kan ture haaressi Istaadiyoomiin Finfinnee geggeeffamaa jira.  Haaressichaaf torban lama dura walta’iinsi kan mallatteeffame yoo ta’u, jalqaba torban kanaarraa kaasee geggeeffamaa jira. Haaressichi yaada Konfedereeshiniin... Read more »

Injifannoo Itoophiyaa Olompikii ammayyaarratti

Tashoomaa Qadidaatiin Finfinnee: Dur otoo taphni olompikii akka har’aa hinammayyoomiin sirnisaa Giriikitti waaqeeffannaa wajjiin walqabatee kabajamaa ture. Sirnichi erga bifa ammaayyatiin adeemsifamuu jalqabee garuu haala faayidaa hawaasa addunyaarratti  xiyyeeffateen falaasama ispoortii ammayyaa... Read more »

Hirmaattonni olimpikii gara Tokiyootti imalaa jiru

Tashoomaa Qadidaatiin Fifinnee: Olompikiin Tokiyoo 2021 jalqabamuuf guyyoota muraasatu hafa. Biyyoonni miseensota koree olompikii biyyoolessaa 206 irraa hirmaattonni gara Jaappaanitti imalaa kan jiran yoo ta’u, imbaasiin Jaappaan Itoophiyaatti argamu jila atileetiksii olimpikii... Read more »