Deggartonni Waaliyaa 500 Waancaa Afrikaa daawwachuuf carraa argatu

Finfinnee:Waancaan Kubbaa Miilaa Afrikaa 33fan ALA ji’a Amajjii bara 2022 magaalota Kaameeruunitti gaggeeffama. Walmorkii kanarratti biyyoonni Afrikaa 24 ramaddii saddeetitti adda qoodamuudhaan walfalmu. Itoophiyaan waggoota saddeet booda waancaa kanaaf darbusheetiin deeggartonni 500... Read more »

Luusiwwan carraa darbuusaanii bal’ifachaa jiru

Finfinnee: Walmorkiin Waancaa Kubbaa Miilaa Dubartoota addunyaa umrii 20 gadi isa 10fa ALA Hagayya 10-18 bara 2022 Kostaariikaatti adeemsifama. Waancaa kanarraatti ardii jaharraa gareewwan biyyoota 16 ni hirmaatu. Afrikaarraa carraa hirmaannaa kan... Read more »

Gootota gootummaa biraa galmeessisuuf atileetota kutatan,

Ministiri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad lammiileef waamicha seenaqabeessa taasisanii torban darbe gara adda waraanaatti qajeeluunsaanii ni yaadatama. Kanuma hordofuudhaan Olompikii dabalate shaampiyoonaawwan adda addaarratti kan beekaman Fayisaa Leellisaa, Gazaahanyi Abarraa, Maarqoos Gannatiifaan... Read more »

Deebii gootota ispoortii waamicha biyyaaf

Finfinnee: Gootonni kaleessa dirreewwan waraana nagayaarratti gootummaasaanii mirkaneessuun beekaman Atileet Hayilee Gabirasillaaseefi Fayyisaa Leellisaa amma ammoo waraana Wayyaanee gantuun Itoophiyaarratti banan qolachuuf fakkeenyummaa Ministira Muummee Doktar Abiyyi hordofuun gara adda waraanaa deemuuf... Read more »

Hidhanni ispoortii arjoomame

Finfinnee: Waldaan Kubbaa miilaa Addunyaa ”FIFA”n dargaggoota 600 ta’an kanneen Finfinneetti argamaniif meeshaalee ispoortii kubbaa miilaa arjoome. Maqaa “FIFA”n meeshaa kana Pirezidaantii Itoophiyaa Saahilawarqi Zawudetti kan kennan barreessituu waldichaa Faatimaa Saamu’eeli. Sirna... Read more »

Biyyoota Afrikaa hanga ammaatti Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaarratti hirmaatan

Finfinnee: Walmorkiin Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa akka qophaa’u yaanni isaa kan dhiyaate ALA bara 1920 Yaa’ii Olompikii 7fa Magaalaa Beeljiyeem, Antiweeroopitti adeemsifamerratti ta’usaa seenaan waancaa kubbaa miilaa addunyaa ni mul’isa. Haata’u malee... Read more »

Waaliyaan bor Zimbaabuwee waliin taphata

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itoophiyaa (Waaliyaan) tapha gulaallii Waancaa addunyaa dheengadda Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Gaanaa waliin Afrikaa Kibbaa, Johaanisbargi Istaadiyoomii Orlaandootti adeemsifame qabxii qooddachuun walqixa 1-1n adda baheera. Waaliyaan bor tapha... Read more »

Gareen dubartota umrii 20 gadi waancaadhaan gale

Finfinnee:Bu’uura ispoortii kubbaa miilaa Afrikaa kan ta’e wal morkiin waancaa kubbaa miilaa Biyyoota Bahaaf Gidduu Galeessa Afrikaa“CECAFA” jedhamuudhan beekamu kan jalqabme ALA bara 1926 magaalaa guddo Keeniyaa, Naayirobitti jedha seenaan isaa. Wal... Read more »

Itoophiyaan kubbaa miilaa dubartoota umrii 20 gadiin abdii qabdi

Finfinnee: Waggaa afuritti altokko kan qophaa’u walmorkiin waancaa kubbaa miilaa dubartoota addunyaa umrii 20 gadi kan jalaqabame ALA bara 2002 ture. Walmorkii kanarratti kan hirmaatan biyyoota miseensota Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa ta’aniidha.... Read more »

Liigiin ‘Beetkingi’ Itoophiyaa torban lamaaf addaan cita

Finfinnee: Bu’uura ispoortii kubbaa miilaa Itoophiyaa kan ta’e taphin kubbaa miilaa Itoophiyaa erga jalqabee walakkaa jaarraa tokkoo ol lakoofsiseera. Waggoota kanneen keessatti maqaa adda addaatiin mogaafamuudhaan adeemsifamaa tureera. Fakkeenyaaf walmorkii waancaa Itoophiyaa,... Read more »