Shaapiyoonaan ispoortii aadaa Oromiyaa har’a jalqabama

Finifinnee: Waggaa waggaadhaan godinaaleefi magaalota naannoo Oromiyaa gidduutti gaggeeffamaa kan ture shaampiyoonaan ispoortii aadaafi festivaaliin Aadaa Oromiyaa kan baranaa har’aa kaasee guyyoota 10f Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee, Magaalaa Sandaafaatti akka gaggeeffamu... Read more »

“Tapha jalqabaatii kaaseti carraan keenya kan dhiphate” -Leenjisaa Wubatuu Abaataa

Finfinnee: ”Gareen kubbaa miilaa Itoophiyaa tapha ramaddii kan maahessaa Burkinaa Faasoo wajjin godhatetti 1-1n adda kan bahe. Haaluma kanaan Burkinaa Faasoon tapha ittaanuuf yoo dabartu Itoophiyaan ammoo gulaalaan ala taateetti jedhu leenjisaan... Read more »

Carraa Waaliyaa

Finfinnee: Walmorkii waancaa kubbaa miilaa Afrikaa 33fa Kaameerunitti adeemsifamaa jirurratti Waaliyaan taphawwan lameen taasifatetti mo’amuudhaan abdiin tapha ittaanutti darbuuf qabu waan dimimmise fakkaata. Waaliyaan tapha duraa kan taasifatee Keep Vardee wajjin yoo... Read more »

Dorgommii atileetiksii Adaamaatti namoonni kumni 30 ni hirmaatu

Finfinnee: Dorgommiin atileetiksii kiiloo meetira kudhanii galiin isaa namoota sababa addaddaatiin qe’eesaanirraa buqqa’aniif oolu har’aa magaalaa Adaamaatti ni adeemsifama. Pirezdaantii Waldaa Atileetiksii “HIMA” jedhamu Komaandar Huseen Shiboo Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, dorgommii... Read more »

Ispoortii aadaa yeroo ayyaana Qillee taphataman

Finfinnee: Itoophiyaatti Guyyaa Dhaloota Iyyasuus Kiristoosiin ilaalchisuun waggaa waggaadhaan ispoortiin aadaa adeemsifamaa tureera. Akaakuuwwan ispoortii addaddaatiin kan gaggeeffamu ispoortiin aadaa kun dorgommii dargaggootaafi ga’eessota jidduutti taasifamuun adeemsifama. Akaakuun ispoortiiwwan kunneenis, gugsii Fardaa,... Read more »

Hojiilee milkaa’oo Federeeshinii KubbaaMiilaa Itoophiyaa

Arbaaminci: Federeeshiniin kubbaa miilaa Itoophiyaa haala kanaan dura turerra fooyya’inaan adeemaa jiraachuun beekama. Federeeshinichi yaa’ii dhaabataa 13fa magaalaa Arbaamicitti adeemsifaterratti gabaasa dhiheessuudhaan irratti mari’atameera. Akka hirmaattonni yaa’ichacharratti argaman ibsanitti, federeeshinichi kanaan dura... Read more »

Misooma ispoortiif iddoowwan oolmaa ga’an barbaachisaadha

Finfinnee: Ministeeri Aadaafi Ispoortii tibbana sadarkaa ijaarsi istaadiyeemii Finfinnee, naannawa Garjiitti argamu irra jiru daaw’atee daawwachiiseera. Daaw’annicharratti kan argaman Ministir Addaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaa akka ibsanitti, barana babaldhisa iddoowwan oolmaa ispoortiif... Read more »

Bakka buutonni Luusiiwwanii milkaa’aa jiru

Finfinnee: Gareen kubbaa miilaa dubartoota Itoophiyaa umrii 20 gadiifi bakka bu’oonni Luusiiwwanii milkiidhaan arreedaa jiru. Waancaa kubbaa miilaa Bahaafi Giddugaleessa Afrikaa torban sadii dura Ugaandaa, Kaampaalaatti adeemsifametti shaampiyoona ta’uunsaa kan yaadatamuudha. Gareen... Read more »

Qophii waancaa Afrikaatiif qophii taasifamaa jiru

Finfinnee: Bu’uura kubbaa miilaa Afrikaa kan buusee koreen kubbaa miilaa wayita ammaa Konfedereeshinii kubbaa miilaa Afrikaa jedhamuudhaan beekamuu akka hundaa’u yaada kan dhihessee ALA bara 1957tti. Miseensonni korichaa ammoo Itoophiyaa, Sudaaniifi Misira... Read more »

Atileetota beekamoo RIB maddii hiriiran

Finfinnee: Atileetonni beekamoon biyya keenya jaalatan goota Raayyaa keenyaa maddii adda waraanaatti hiriirunsaantti gamachu guddaan akka isaanitti dhagahame dubatan. Atileet Gazaahany Abarraa, Atileet Fayissaa Leellisaafi Atileet Komaandar Maarqoos Gannatii kanaan dura biyya... Read more »