Deebii gootota ispoortii waamicha biyyaaf

Finfinnee: Gootonni kaleessa dirreewwan waraana nagayaarratti gootummaasaanii mirkaneessuun beekaman Atileet Hayilee Gabirasillaaseefi Fayyisaa Leellisaa amma ammoo waraana Wayyaanee gantuun Itoophiyaarratti banan qolachuuf fakkeenyummaa Ministira Muummee Doktar Abiyyi hordofuun gara adda waraanaa deemuuf... Read more »

Hidhanni ispoortii arjoomame

Finfinnee: Waldaan Kubbaa miilaa Addunyaa ”FIFA”n dargaggoota 600 ta’an kanneen Finfinneetti argamaniif meeshaalee ispoortii kubbaa miilaa arjoome. Maqaa “FIFA”n meeshaa kana Pirezidaantii Itoophiyaa Saahilawarqi Zawudetti kan kennan barreessituu waldichaa Faatimaa Saamu’eeli. Sirna... Read more »

Biyyoota Afrikaa hanga ammaatti Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaarratti hirmaatan

Finfinnee: Walmorkiin Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa akka qophaa’u yaanni isaa kan dhiyaate ALA bara 1920 Yaa’ii Olompikii 7fa Magaalaa Beeljiyeem, Antiweeroopitti adeemsifamerratti ta’usaa seenaan waancaa kubbaa miilaa addunyaa ni mul’isa. Haata’u malee... Read more »

Waaliyaan bor Zimbaabuwee waliin taphata

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itoophiyaa (Waaliyaan) tapha gulaallii Waancaa addunyaa dheengadda Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Gaanaa waliin Afrikaa Kibbaa, Johaanisbargi Istaadiyoomii Orlaandootti adeemsifame qabxii qooddachuun walqixa 1-1n adda baheera. Waaliyaan bor tapha... Read more »

Gareen dubartota umrii 20 gadi waancaadhaan gale

Finfinnee:Bu’uura ispoortii kubbaa miilaa Afrikaa kan ta’e wal morkiin waancaa kubbaa miilaa Biyyoota Bahaaf Gidduu Galeessa Afrikaa“CECAFA” jedhamuudhan beekamu kan jalqabme ALA bara 1926 magaalaa guddo Keeniyaa, Naayirobitti jedha seenaan isaa. Wal... Read more »

Itoophiyaan kubbaa miilaa dubartoota umrii 20 gadiin abdii qabdi

Finfinnee: Waggaa afuritti altokko kan qophaa’u walmorkiin waancaa kubbaa miilaa dubartoota addunyaa umrii 20 gadi kan jalaqabame ALA bara 2002 ture. Walmorkii kanarratti kan hirmaatan biyyoota miseensota Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa ta’aniidha.... Read more »

Liigiin ‘Beetkingi’ Itoophiyaa torban lamaaf addaan cita

Finfinnee: Bu’uura ispoortii kubbaa miilaa Itoophiyaa kan ta’e taphin kubbaa miilaa Itoophiyaa erga jalqabee walakkaa jaarraa tokkoo ol lakoofsiseera. Waggoota kanneen keessatti maqaa adda addaatiin mogaafamuudhaan adeemsifamaa tureera. Fakkeenyaaf walmorkii waancaa Itoophiyaa,... Read more »

“Diyaaspooraan Itoophiyaa ispoortiis ni gargaara” – Obbo Girmaa Taaffasaa

Finfinnee: Manneen barnootaa hundee guddinati. Sammuu ilma namaa qoruun beekumsaafi dandeettii addaddaa waan gonfachiisuufi. Biyyi lammii barate qabdu guddinaaf abdii qabdi jechun ni danda’ama. Kanaafuu addunyaan hundi xiyyeeffannoon barnootaaf kennu baay’ee cimaadha.... Read more »

Xiyyeeffannaa iddoowwan oolmaa ispoortii

Finfinnee: Guddiina ispoortii biyyaa tokkoo keessatti iddoowwan oolmaafi dirreewwan ispoortii ga’aafi hawaasni ispoortiif mijataa ta’e baay’ee murteessaafi barbaachisaadha. Kanuma bu’uureeffachuun mootummaan Itoophiyaafi Ministeerri Aadaafi Ispoortii bu’aa qabeesuummaafi fayyaadamummaa ummataa kana galmaan gahuuf... Read more »

Luusiiwwan Yugaandaan mo’amanis tapha ittaanu xiiqiin injifachuuf qophaa’aa jiru

Finfinnee: Bu’uura kubbaa miilaa dubartoota Afrikaa kan ta’e Wal morkiin waancaa kubbaa miilaa Dubartoota Afrikaa ALA bara 1991 jalqabame.Waldaa kubbaa miilaa Afrikaa kan ta’e “CAF” walmorkiin waggaa lamatti al tokko biyyoota miseensota... Read more »