Atileetota seenaa haaressan

Finfinnee: Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Mana Keessaa barana yeroo 18ffaa magaalaa guddoo Sarbiyaa, Beelgireditti adeemsifameera. Biyyoonni miseensa Waldichaa Atileetiksii Addunyaa shaampiyoonicharratti kan hirmaatan yoo ta’u, isaan keessaa biyyoonni 31 gabate meedaaliyaa keessa galaniiru.... Read more »

Carraan garee dubartoota Itoophiyaa boru beekama

Finfinnee: Walmorkii waancaa kubbaa miilaa dubartoota Addunyaa ALA Hagayya 10-28 bara 2022 Kirooshiyaatti gaggeeffama jedhamee eegama. Walmorkicharratti ardiiwwan mararraa gareewwan dubartoota umrii 20 gadi 16tu hirmaata. Afrikaa bakka bu’uudhaan biyyoota lamatu qooda... Read more »

Atileetonni keenya Beelgireeditti meedaaliyaaf eegamu

Finfinnee: Waggaa lamatti al tokko biyyoota adda addaatti kan qophaa’u shaampiyoonaan atileetiksi Addunyaa mana keessaa ALA bara 1985 magaalaa guddoo Faransaayi, Paariisitti jalqabame. Itoophiyaan hirmaachuu kan jalqabde shaampiyoonaa lammaffaa bara 1987 Ameerikaa,... Read more »

“Haa fiignu, Magaalaa Baatuu haaqulqulleessinu,”

Finifinnee: Dorgommiin fiigicha kiiloo meetira shaniifi kudhanii boru Godina Shawaa Bahaa, Magaalaa Baatuutti mataduree, “Haafiignu, Magaalaa Baatuu Haaqulquleessinu,” jedhuun adeemsifama. Fiigicha Kaampaaniin Paan Afrikaafi Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa waliin ta’uun qopheessan kanarratti... Read more »

Itoophiyaan Gaanaa wajjin taphatti

Fifinnee: Gareen kubbaa miilaa dubartoota Itoophiyaa walmorkiin gulaalaa waancaa kubbaa miilaa dubartoota addunyaaf boru garee kubbaa miilaa dubartoota Gaanaa wajjin Istaadiyoomii Abbabaa Biqilaatti godhata. Dubartoonni umrii 20 gadi ta’an kan irratti hirmaatan... Read more »

“Ispoortii biyyaa rogawwan maraan guddisuuf ga’een dubartootaa olaanaadha” – Dubaree Saamiyaa Abdallaa

Asallaa: Ispoortiin hawaasa tokko keessatti jaalalaafi walittidhufeenyi gaariin akka uumamu, aadaan walkabajuu akka cimu gochuu keessatti iddoo guddaa qaba. Akkasumaas misoomaafi guddina si’aayaa ittifuufinsa qabu mirkaneessuu keessattis ga’eensaa olaanaadha. Kanaan walqabatee bu’aalee... Read more »

Fiigichi olaanaan dubartootaa boru adeemsifama

Finfinnee: Dubartoonni qofti kan irratti hirmaatan fiigichi olaanaa Itoophiyaa kilomeetira 10n kan bara 2014 boru adeemsifama jedhameera. Waggaa waggaadhaan ka’umsiifi deebiin isaa Addababa’ii Hoteela Atilaas kan ta’e dorgommiin kun haala miidhagaadhaan gaggeeffama.... Read more »

“Bu’uuraalee ispoortii guutuun gaaffii yeroo fudhachuu qabu miti” -Baamlaak Tasammaa

Finfinnee: Lammii fayyaaleessa sadarkaa kamiinuu dorgomaa ta’e uumuuf ispoortiin guddinaafi jabeenya qaamaaf shoora olaanaa taphata. Haaluma kanaan komishiniin ispoortii Federaalaa waldaalee ispoortii, dhaabbilee ispoortii biyya keessaa, abbootii qabeenyaafi ummata wal taasisuudhaan Sochii... Read more »

Yaadannoo Adwaaf dorgommiin fiigichaa adeemsifame

Finfinnee: Bara 1928 Faashistiin Xaaliyaanii of tuulummaa Beeniittoo Mosoloniitiin durfamuun erga Itoophiyaa weerartee waaggoota 126 ta’eera. Haata’u malee of tuultonni kunniin gootota Itoophiyaatiin dirree waraanaarratti erga salphatanii waggoonni 126 lakkaa’amaniiru. Itoophiyaan dirree... Read more »

Dorgommiin Mohaa atileetiksii boru xumurama

Finfinnee: Qopheesummaa Federeeshinii Atileetiksii Magaalaa Finfinneetiin yeroo 39faf Akkaadaamii Leenjii Ispoortii Dargaggoota Itoophiyaatti adeemsifamaa kan jiru shaampiyoonaan Mohaa Peepsii atileetiksii kilaboota Finfinnee boru xumurama jedhamee eegama. Ittigaafatamtuun waajjira federeeshinichaa Aadde Itaafarraawu Gabree... Read more »