Finfinnee: Shaampiyoonaan Ispoortii Dargaggoota guutuu Oromiyaa marsaa duraa Kibxata dhufu Istaadiyoomii Shaashamanneetti jalqabama. Shaampiyoonaan yeroo jalqabaatiif koree Olompikii Oromiyaatiin qophaa’e kun godinaaleefi bulchinsota magaalota Oromiyaa hunda gidduutti kan adeemsifamu ta’uu Biiroo Dargaggootaafi... Read more »
Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Dargaggoota Addunyaa inni jalqabaa ALA Waxabajjii 27 hanga Ebla 10 bara 1977 Tuniziyaa, magaalaa Tunizitti gageeffame. Walmorkiin kan gageeffame Ardiiwwan shanirraa biyyoota 16n hirmaatan jidduutti ture. Afrikaarraa... Read more »
Finfinnee: Naannoon Oromiyaa madda atileetotaa taaatus atiletonni kunnin leenjii saayinsaawaa argachuun haala qindaawaa ta’een socho’aa waan hinturreefi bu’aan galmeessisaa turan kan naannicha madaalu hinturre. Mootummaan naannichaas kana hubachuun bara 2002 kilaboota 20... Read more »
Finfinnee: Waggaa lamatti al tokko biyyoota adda addaatti kan qophaa’u walmorkiin waancaa kubbaa miilaa dubartoota Addunyaa umrii 17 gadii kan jalqabame ALA bara 2008 Niiwuzilanditti. Walmorkiin kan adeemsifame ardiiwwan jahaarraa garee dubartoota... Read more »
Finfinnee: Guddina dinagdeefi hawaasummaa biyya tokkoo keessatti ispoortiin shoora ol’aanaa kan taphatu yoo ta’u, keessattuu akkaataa qabatamaa biyya keenyaatti Atileetiksiif bakka guddaatu kennama. Bu’uuruma kanaan mootummaan naannoo Oromiyaa seenaa Atileetiksiifi Oromiyaa waliin... Read more »
Finfinnee: Shaampiyoonaan daakkaa bishaanii bara 2014 Magaalaa Bishooftutti gaggeeffamaa ture injifannoo naannoo Amaaraatiin xumurameera. Guyyaa kaleessaa xumura kan argate shaampiyoonaan daakkaa bishaanii kanaan saala lamaaniinuu kan injifate naannoon Amaaraa, waancaa lamaan cinatti... Read more »
Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii yeroo ammaa ‘Betking’ liigii piriimeerii Itoophiyaa jedhamuun geggeeffamaa jiru bara 1991 jalqabame. Shaampiyoonicharratti kan hirmaatan kilaboota bulchiinsa magaalaa Finfinneefi Dirre Dawaa dabalatee naannooleen Oromiyaa, Amaaraa,... Read more »
Finfinnee: Sochii dhalli namaa erga dachee kanarratti uumamee kaasee jiruufi jireenyasaa mo’achuuf guyyaa guyyaan taasisu fayyummaafi jabeenya qaamaaf murteessaa ta’uu seenaan jalqabbii ispoortii atileetiksii ni ibsa. Sochiin ispoortii atileetiksii jaarrawwan hedduun dura... Read more »
Finfinnee: Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa kan Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa “FIFA”n qophaa’u akka adeemsifamuuf yaadnisaa kan dhihaate ALA bara 1920 Beeljiyeem, magaalaa Antiwerpi jedhamutti. Haata’u malee, Waldaan Kubbaa miilaa addunyaa waggoota sagal... Read more »
Finfinnee: Ispoortiin atileetiksii dorgommiiwwan baay’ee kan ofkeessaa qabu, hunda caalaa meedaaliyaawwan baay’ee kan itti argamuufi daran dadhabsiisaadha. Dorgommiiwwan atileetiksii dadhabsiisoo ta’an keessaammoo fiigichi fageenya dheeraafi gufachiisaa adda durummaan kan eeramuudha. Itoophiyaanis walakkaa... Read more »