Finfinnee: Koreen Kubbaa Miilaa Afrikaa kan wayita ammaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa “CAF” jedhamuudhaan beekamu ALA bara 1957 magaalaa guddoo Sudaan, Kaartuumitti akka hundeeffame seenaan ni mul’isa. Yeroo san miseensonni waldichaa Misir,... Read more »
Finfinnee: Wal morkii waancaa kubbaa miilaa Dubartoota Bahaafi Giddugaleessa Afrikaa “CECAFA” Ugaandaatti adeemsifamaa jirutti gareen dubartoota Itoophiyaa (Luusiiwwan) garee dubartoota Zaanzibaar gonbisaa galchaa gochuun 5-0n mo’ateera. Ramaddii lammaffaa keessatti kan argamu gareen... Read more »
Finfinnee: Sadarkaa biyyaatti yeroo jalqabaaf Magaalaa Hawaasaatti adeemsifamaa kan jiru Olompikii Dargaggoota Itoophiyaarratti naannolee baay’eefi bulchiinsonni magaalaa hirmaachaa jiru. Waxabajjii 4 bara 2014 Istaadiyooma Yunivarsitii Hawaasaatti xumurama jedhamee kan eeggamu taphni kun... Read more »
Finfinnee: Akka biyyaatti yeroo jalqabaatiif kan adeemsifamu Olompikiin dargaggoota Itoophiyaa boruu irraa eegalee guyyoota 10niif Naannoo Siidaamaa, magaalaa Hawaasaatti adeemsifama jedhameera. Olompikiin dargaggoota Itoophiyaa kun akkaakuwwan Ispoortii addaddaatiin dargaggoota naannoleefi bulchiinsota magaalotaa... Read more »
Finfinnee: Waancaan kubbaa miilaa Addunyaa akka qophaa’uuf yaanni kan dhihaate ALA bara 1920 Yaa’ii 7ffaa taphawwan Olompikii Magaalaa Beeljiyeem, Antiweeropitti adeemsifamerratti ta’uu seenaansaa ni muldhisa. Haata’u malee Waldaan Kubbaa Miilaa Addunyaa “FIFA”n... Read more »
Boqojjii: Magaalaan Boqojjii godina Arsii, Aanaa Leemmuufi Bilbilootti argamti. Magaalattiin bara 1929 kan hundeeffamte yoo ta’u, Finfinneerraa kiiloomeetira 231, Asallaarraa ammoo kiiloomeetira 56 irratti argamti. Jiraataa magaalaa Boqojjiifi leenjisaan Jiddugala Leenjii atileetiksii... Read more »
Shaashamannee: Taphni Olompikii Dargaggoota Oromiyaa yeroo jalqabaatiif guyyoota kurnan darbaniif Magaalaa Shaashamanneetti adeemsifamaa ture olaantummaa qopheessaa taphichaa, Magaalaa Shaashamanneetiin xumurame. Shaashamanneen taphichaan warqii 12fi meetii 10 argachuun badhaasa waancaa fudhateera. Godinni Arsii... Read more »
Finfinnee: Walmorkiin waancaa kubbaa miilaa Afrikaa 34ffaan ALA Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 23 bara 2023 magaalota Kotidivaar shan, Istaadiyoomota jahatti adeemsifama jedhamee eegama. Walmorkichaaf biyyoonni Afrikaa 48 ramaddiiwwan adda addaatiin tapha gulaalaa... Read more »
Finfinnee: Olompikiin dargaggoota Itoophiyaa yeroo jalqabaaf Caamsaa 21 bara 2014 irraa eegalee Naannoo Sidaamaa, Magaalaa Hawaasatti gaggeeffama. Naannoleefi bulchiinsonni magaalotaa dargaggoota isaan bakka bu’uun tapha olompikichaarratti hirmaatan filachuuf walmorkiiwwan taasisaa jiru. Naannoon... Read more »
Finfinnee: Walmorkii Waancaa Kubbaa miilaa dubartoota addunyaa umrii 17 gadii ALA bara 2008 Niiwuzilaanditti jalqabame. Walmorkichi erga jalqabee waggoota 14 lakkoofsiseera. Waggoota kanneen keessatti biyyoota adda addaatti yeroo ja’aaf adeemsifameera. Ardiiwwan ja’arraa... Read more »