Shaampiyoonaa Atleetiksii Guddattoota Addunyaa; injifannoon Itoophiyaanota kutaa ittaanuu

Finfinnee: Shaapiyoonaa atileetiksii Addunyaa 19ffaa Kolombiyaa, magaalaa Kaaliitti adeemsifameetti Itoophiyaa bakka bu’uudhaan hirmaatee kan ture jilli atileetiksii dargaggoota Itoophiyaa umrii 20 gadii kaleessa galgala biyyatti deebi’eera. Ameerikaafi Jaamaayikaatti aanuudhaan Injifannoo olaanaadhaan meedaaliyaa... Read more »

Gootichi Maaraatonii Oriigan Atileet Taammiraat Tolaa maal jedha?

Fifinnee: Itoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaarratti hirmaachuu kan eegalte jalqabaa kaasee Shaampiyoonaa ALA bara 1983 magaalaa guddoo Filaandii, Heelsinkitti adeemsifamerratti. Shaampiyoonaa kanarratti Atileeti Kabbadaa Baalchaa sa’aatii 2:10.27 xumuruun meedaaliyaa meetii jalqabaa argateera. Itoophiyaan... Read more »

Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa eenyufaatu fudhate?

Kutaa 5ffaafi isa xumuraa  Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa waggaa afuriti al tokko Ardiiwwan adda addaatti adeemsifama. Awurooppaa, Ameerikaa Kibbaa, Ameerikaa, Isiyaafi Afrikaatti haala miidhagaan keessumeeffameera. Gaazeexaan Bariisaa seenaa waancaawwan kanaan dura adeemsifamanii,... Read more »

“Injifannoon atileetota keenyaa meedaaliyaadhaa oli” – Pirezidaanti Saahilawarqi Zawudee

Finfinnee: Olompikiitti aannee ummata addunyaa biratti hawii olaanaadhaan kan eegamuufi hordofamu Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa barana ALA Adoolessa 15-24 bara 2022tti yeroo 18ffaaf Ameerikaa, Magaalaa Oriiganitti adeemsifameera. Shaampiyoonicharratti biyyoonni miseensoota Waldaa Atileetiksii Adduynaa... Read more »

Waancaa Addunyaa eenyufaatu fudhate?

Finfinnee: Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa ‘FIFA’dhaan kan qophaa’u Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa biyyoota miseensota waldichaa jiddutti waggaa afuritti al tokko akka adeemsifamu, biyyoota qopheessitootaafi mo’attoota walitti aansinee barreeffama Gaazeexaa Bariisaa torban sadan... Read more »

Atileetota Itoophiyaa: Miidhagina waltajjii atileetiksii addunyaa baranaa

Finfinnee: Waggaa lamatti al tokko kan gaggeeffamu Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa ALA bara 1983 magaalaa Guddoo Fiinlaandi, Heelsinkitti jalqabame. Waggoottan kanneen keessatti osoo addaan hincitiin yeroo 17f biyyoota addaddaatti adeemsifameera. Baranas yeroo 18ffaaf... Read more »

Waancaa addunyaa eenyuufaatu fudhate?

Waa’ee kubbaa miilaa yoo kaafnu dafee sammuu keenyatti kan dhufu waancaa kubbaa miilaa Addunyaati.Waancaan kubbaa miilaa addunyaa kun eessatti akka eegale, eenyuufaan akka fudhatan barreeffama torban lamaan darban Gaazexaa Bariisaarratti ba’een agarsiisuu... Read more »

Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaa

Finfinnee: Akaakuuwwan ispoortii addunyaarratti jaalatamaniifi hordoftoota baay’ee horatan keessaa tokko ispoortii atileetiksiiti. Taphiiwwan Olompikiifi Shaampiyoonaan Atileetiksi Addunyaa ammoo waltajjiiwwan gurguuddoo ispoortiin kun irratti keessummaa’udha. Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa abbummaan gaggeessaa kan jiru Waldaan... Read more »

Waancaa addunyaa eenyufaatu fudhate?

Kutaa 2ffaa Torban darbe barreeffama mataduree waancaa kubbaa miilaa addunyaa eenyuufaatu fudhate jedhu jalatti waa’ee seenaa waancaa kubbaa miilaa addunyaa isin dubbisiisuu eegaluun keenya ni yaadatama. Har’as seenicha itti fufuudhaan kan dhiheessinu... Read more »

Shaampiyoonicharratti Itoophiyaanonni ni eegamu

Finfinnee: Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa kan Waldaa Atileetiksii Addunyaatiin waggaa lamatti al tokko qophaa’u erga jalqabee oolee buleera. ALA bara 1983 Fiilaandi, magaalaa Heelsinkitti kan jalqabame shaampiyoonaan kun kanaan dura yeroo 17f biyyoota... Read more »