Waancaa liigii piriimeerii beetkiingi Itoophiyaa eenyutu fudhataa?

Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii beetkiingi Itoophiyaa kan marsaa lammaffaa torban 28ffaa taphawwan saddeetiin gaggeeffamaniiru. Shaampiyoonaan baranaa kun xumuramuuf kilaboota hunda taphawwan lama lama qofatu isaan hafa jedhamee eegama. Walmorkiiwwan... Read more »

Ispoortii waloo babaldhisuun misooma cimsuudha

Finfinnee: Ispoortiin hawaasa tokko keessatti jaalalaafi walitti dhufeenyi gaariin akka uumamu, aadaan walkabajuu akka baratamu, akkasumaas misoomaafi guddina ariifachisaafi ittifufiinsa qabu mirkaneessuu keessatti ga’e olaanaa qaba. Bu’uuruma kanaan mootummaan federaalaa hawaasa fayyaqabeessa... Read more »

Atileetoonni Itoophiyaa korniyaa lameeninuu mo’atan

Finfinnee: Dorgommiin Liigii Daayimandii ALA bara 2022, magaalota biyyoota 13 irratti adeemsifamaa jira. Badhaasni dorgommii kanaan argamu dolaara kumaatamaan lakkaa’amu waan ta’eef atleetonni addunyaarratti beekaman marti hirmaachaa jiru. Dorgommichi adeemsifamaa kan jiru... Read more »

Shaampiyoonaan atileetiksii Afrikaa eessaa ka’ee eessa jira?

Finfinnee: Ardii Afrikaatti kubbaa miilaatti aanee hirmaattotaafi hordoftoota hedduu horachuudhaan kan beekamu Ispoortii Atileetiksii yoo jedhamu dhugaarraa fagaachuu miti. Keessumaa edda Abbabaa Biqilaa Olompikii Roomaa kan ALA bara 1960 Xaaliyaanitti qophaa’e fiigicha... Read more »

Olompikiin Dargaggoota Itoophiyaa har’a xumurama

Finfinnee: Akkaakuuwwan ispoortii Olompikiifi Olompikii hinta’in 15n ispoorteessitoota kuma jahaa ol jidduutti adeemsifamaa jiru taphni olompikii dargaggoota Itoophiyaa kan bara 2014 har’a Istaadiyooma Yunivarsiitii Hawaasaatti xumurama jedhame eegama. Ispoortiiwwan Olompikii kanneen akka... Read more »

Shaampiyoonaa atileetiksii Afrikaarratti Itoophiyaan meedaaliyaa warqii lammaffaa argatte

Finfinnee: Bu’uura ispoortii Atileetiksii Afrikaa lafa kan kaa’ee K o n f e d e r e e s h i n i i n Atileetiksii Afrikaa kan hundeeffame ALA bara 1973... Read more »

Itoophiyaan Misir 2-0n mo’achuun seenaa haaraa galmeessiste

Finfinnee: Waancaan kubbaa miilaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaatiin hogganamu waggaa lamatti al tokko biyyoota miseensota konfedereeshinichaatiin adeemsifamaa tureera. Walmorkiin kun ALA bara 1957 kan jalqabame yoo ta’u waggoota 65 lakkoofsiseera.Waggoota kanneen keessatti... Read more »

Waaliyaafi Fari’oonni Maalaawitti wal falmu

Finfinnee: Koreen Kubbaa Miilaa Afrikaa kan wayita ammaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa “CAF” jedhamuudhaan beekamu ALA bara 1957 magaalaa guddoo Sudaan, Kaartuumitti akka hundeeffame seenaan ni mul’isa. Yeroo san miseensonni waldichaa Misir,... Read more »

Itoophiyaan Zaanzibaar 5-0n mo’atte

Finfinnee: Wal morkii waancaa kubbaa miilaa Dubartoota Bahaafi Giddugaleessa Afrikaa “CECAFA” Ugaandaatti adeemsifamaa jirutti gareen dubartoota Itoophiyaa (Luusiiwwan) garee dubartoota Zaanzibaar gonbisaa galchaa gochuun 5-0n mo’ateera. Ramaddii lammaffaa keessatti kan argamu gareen... Read more »

Olompikiin Dargaggoota Itoophiyaa Hawaasaatti adeemsifamaa Jira

Finfinnee: Sadarkaa biyyaatti yeroo jalqabaaf Magaalaa Hawaasaatti adeemsifamaa kan jiru Olompikii Dargaggoota Itoophiyaarratti naannolee baay’eefi bulchiinsonni magaalaa hirmaachaa jiru. Waxabajjii 4 bara 2014 Istaadiyooma Yunivarsitii Hawaasaatti xumurama jedhamee kan eeggamu taphni kun... Read more »