Finfinnee: Gootichi maaraatonii Abbabaa Biqilaa olompikii Room, Xaaliyaanitti ALA bara 1960 adeemsifametti meedaaliyaa warqii argachuun erga karaa saaqee walakkaa jaarraa tokkoo ol ta’eera. Ergasii kaasee waggoottan 62n darbanif Atileetonni Itoophiyaa dirreewwan atileetiksii... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Fiigichi Guddaan Itoophiyaa baranaa mataduree, ‘Warra kaan utubuuf nan fiiga’ jedhuun kan adeemsifamu ta’uu koreen qopheessa fiigichichaa ibse. Korichi ibsa Kibxata darbe Finfinnee Galma Haoteela Hayaat Riijansiitti gaazexeessitootaaf kenneen,... Read more »
Finfinnee: Qopheessituu Waancaa Addunyaa bara 2022 kan taate Kuwaataar ulaagawwaan hirmattonniifi dawwattoonni guuttachuu qabaniifi seerota haaraa ifa goote. Waldorgommiin kubbaa miilaa idil addunyaa biyyi Kuwaataar qopheessitu baatii Sadaasaa keessa kan jalqabamu yemmuu... Read more »
Finfinnee: Hojmaattota yeroo adda addaatti komiin irratti dhihaachaa ture fooyyessuudhaan qajeelfamoonniifi dambiiwwan haaraa qophaa’uu Pirezidaantiin Federeeshiinii Atileetiksii Itoophiyaa ibse. Filannoo atileetotaa, leenjistootaa, dursitoota garee biyyaalessaafi faayidaalee argachuu qabaniin walqabatee komiiwwan yeroowwan adda... Read more »
Finfinnee: Barana taphoota torba taasiseen ja’a injifachuun tokko injifatamuun liigicha qabxii 18n kan dursu kilabni Arsenaal, darbii isaa kan London kaaba Tootanihaamiin Istaadiyemiisaa Imiretirratti kan keessummeessu yemmuu ta’u, dorgommii cimaan gidduu kilaboota... Read more »
Finfinnee: Dorgommii maaraatonii Landan kan 2022 biyya Ingiliz, Magaalaa Landanitti adeemsifamurratti Atileetota Itoophiyaa kanneen akka Sisaay Lammaafi Birhaanuu Laggasaa waliin ta’uun kan hirmaatu ta’uun beekameera. Atileet Sisaay Lammaa mo’ataa maaraatoonii Landan kan... Read more »
Godina Gujii Lixaatti sirni Simannaa Gootota Ispoortii Kubbaa Miilaatiin garee biyyaalessaa keessatti taphaata jiraniif taasifame. Isaanis Daawwaa Hoxxeessaatiifi Habtamuu Taddeesaati. Ammaas dabalataan akka Godina Gujii Lixaatti ispoorteessitoota kubbaa miilaatiin kilaboota guguddoo keessatti... Read more »
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Oromiyaa yaa’iisaa 1ffaa tibbana Adaamaatti gaggeesseen koree raawwachiistuu hojii haaraa kan filate yoo ta’u, Doktar Waaqjiraa Simaa Pirezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaa ta’uun filatamaniiru. Pirezidaantichi haasaa yaa’icharratti taasisaniin kubbaa... Read more »
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa Waliigaltee Leenjisaa garee Biyyaalessaa Wubatuu Abaatee dheeresse. Federeeshinichi waggoota lamaan darbaniif garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itoophiyaa leenjisaa kan turan Wubatuu Abaataaf waggoota lamaan ittaananiif akka ittifufan waliigatee dheeresseera.... Read more »
Finfinnee: Tapha gulaallii duraa isa jalqabaa Fulbaana 1 bara 2015 (guyyaa Ayyaana bara Haaraatti) Istaadiyeemii Bahaar Daaritti adeemsifameen Qiddus Giyoorgis kilaba Sudaan, Al- Hilaal 2-1n kan injifate yoo ta’u, boru (Fulbaana 8... Read more »