Filannoo milkiidhaan xumurame

Finfinnee: Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa akka qophaa’u yaanni isaa kan dhihaate ALA bara 1920 ta’us Waldaan Kubbaa Miilaa Addunyaa kan hundeeffame duraan dursee ALA bara 1904 ta’usaati seenaan ‘FIFA’ kan mul’isu. Konfedereeshiniin... Read more »

Abdiin Waaliyaan Chaaniif darbu boru murtaa’a

Finfinnee: Walmorkii waancaa kubbaa miilaa Chaan kan ALA bara 2022 magaalaa guddoo Aljeeriyaa, Aljersitti adeemsifamuuf tapha gulaalaa dhaqaafi deebii adeemsifachaa kan jiru Waaliyaan dorgommii maahessaa boru garee Ruwaandi wajjin taasifata. Hagayya 20... Read more »

Daraartuu Tulluutiif doktareetiin kabajaa har’a kennameef

Fifinnee: Yunivarsitiin hangaftichi Baahir Daar Atileetii beekamtuufi pireezidaantii federeeshina atileetiksi Itoophiaa komaandar Daraartu Tulluuf Digirii dokitoretii kabajaa har’a kennameef Yunivarsitichi digirii kabajaa kana kan kenne, Daraartuun wayita dorgommiirra turte olompikiifi shaampiyoonaawwan atiletiksii... Read more »

Filannoon pirezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa boru adeemsifama

Finfinnee: Ardiiwwan marattuu akkaakuuwwan ispoortii ummata biratti jaalatamaniifi hordoftoota baay’ee qaban keessaa kubbaan miilaa kan duraati. Biyya teenyattis jaalattoota baay’ee horachuudhaan beekama. Ispoorticha abbummaadhaan kan hogganu Waldaan Kubbaa Miilaa Addunyaa (“FIFA”n) kan... Read more »

Iddoon filannoo Federeeshina Kubbaa Miilaa geeddarame

Finfinnee: Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa 14ffaafi filannoon Pirezdaantummaafi koree raawwachiiftuu hojii federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaa magaalaa Gondaritti gaggeeffama jedhamee ture sababii rakkina miseensonni bakka bu’oonni kilaboota naannichaa uumaniin iddoon... Read more »

Waaliyaan qophii “CHAN”f tapha michummaa jalqabe

 Finfinnee: Waancaa kubbaa miilaa taphatoonni kilaboota liigii biyya keessaaf taphatan qofti irratti hirmaataniifi “CHAN” jedhamuun beekamu kan jalqabame ALA bara 2009 magaalaa guddoo Kotdivaar, Abijaanitti ture. Walmorkichi waggaa lamatti al tokko kan... Read more »

Damee ispoortii keessatti hirmaannaa dubartootaa cimsuun barbaachisaadha

Finfinnee: Guddinaafi babaldhina misooma ispoortii biyyaa takkaa keessatti hirmaannaan dubartootaa iddoo olaanaa waan qabuuf dameen kun akka hinlaafneef mootummaafi ummanni tumsuu akka qaban ibsame. Waggoota dheeraadhaaf ispoortii Oromiyaa keessatti sadarkaalee adda addaatti... Read more »

Shaampiyoonaa Atleetiksii Guddattoota Addunyaa; injifannoon Itoophiyaanota kutaa ittaanuu

Finfinnee: Shaapiyoonaa atileetiksii Addunyaa 19ffaa Kolombiyaa, magaalaa Kaaliitti adeemsifameetti Itoophiyaa bakka bu’uudhaan hirmaatee kan ture jilli atileetiksii dargaggoota Itoophiyaa umrii 20 gadii kaleessa galgala biyyatti deebi’eera. Ameerikaafi Jaamaayikaatti aanuudhaan Injifannoo olaanaadhaan meedaaliyaa... Read more »

Gootichi Maaraatonii Oriigan Atileet Taammiraat Tolaa maal jedha?

Fifinnee: Itoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaarratti hirmaachuu kan eegalte jalqabaa kaasee Shaampiyoonaa ALA bara 1983 magaalaa guddoo Filaandii, Heelsinkitti adeemsifamerratti. Shaampiyoonaa kanarratti Atileeti Kabbadaa Baalchaa sa’aatii 2:10.27 xumuruun meedaaliyaa meetii jalqabaa argateera. Itoophiyaan... Read more »

Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa eenyufaatu fudhate?

Kutaa 5ffaafi isa xumuraa  Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa waggaa afuriti al tokko Ardiiwwan adda addaatti adeemsifama. Awurooppaa, Ameerikaa Kibbaa, Ameerikaa, Isiyaafi Afrikaatti haala miidhagaan keessumeeffameera. Gaazeexaan Bariisaa seenaa waancaawwan kanaan dura adeemsifamanii,... Read more »