“Hojmaattota federeeshinicha keessatti komii kaasisaa turan fooyyessa jirra” – Komishinara Gargaartuu Daraartuu Tulluu

Finfinnee: Hojmaattota yeroo adda addaatti komiin irratti dhihaachaa ture fooyyessuudhaan qajeelfamoonniifi dambiiwwan haaraa qophaa’uu Pirezidaantiin Federeeshiinii Atileetiksii Itoophiyaa ibse. Filannoo atileetotaa, leenjistootaa, dursitoota garee biyyaalessaafi faayidaalee argachuu qabaniin walqabatee komiiwwan yeroowwan adda... Read more »

Kilaboota guguddoo liigichaa afur kan walmorkachiisu; tapha Pirimeerligii Ingiliiz torbee 9ffaa

Finfinnee: Barana taphoota torba taasiseen ja’a injifachuun tokko injifatamuun liigicha qabxii 18n kan dursu kilabni Arsenaal, darbii isaa kan London kaaba Tootanihaamiin Istaadiyemiisaa Imiretirratti kan keessummeessu yemmuu ta’u, dorgommii cimaan gidduu kilaboota... Read more »

Qananiisaa Baqqalaa dorgommii maaraatoonii Landanirratti ni eegama

Finfinnee: Dorgommii maaraatonii Landan kan 2022 biyya Ingiliz, Magaalaa Landanitti adeemsifamurratti Atileetota Itoophiyaa kanneen akka Sisaay Lammaafi Birhaanuu Laggasaa waliin ta’uun kan hirmaatu ta’uun beekameera. Atileet Sisaay Lammaa mo’ataa maaraatoonii Landan kan... Read more »

Sirna simannaa ispoorteessitootaa Gujiitti:

Godina Gujii Lixaatti sirni Simannaa Gootota Ispoortii Kubbaa Miilaatiin garee biyyaalessaa keessatti taphaata jiraniif taasifame. Isaanis Daawwaa Hoxxeessaatiifi Habtamuu Taddeesaati. Ammaas dabalataan akka Godina Gujii Lixaatti ispoorteessitoota kubbaa miilaatiin kilaboota guguddoo keessatti... Read more »

“Kubbaa Miilaa Oromiyaa ceessisuuf humna qabnuun hojjenna” – Doktar Waaqjiraa Simaa

Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Oromiyaa yaa’iisaa 1ffaa tibbana Adaamaatti gaggeesseen koree raawwachiistuu hojii haaraa kan filate yoo ta’u, Doktar Waaqjiraa Simaa Pirezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaa ta’uun filatamaniiru. Pirezidaantichi haasaa yaa’icharratti taasisaniin kubbaa... Read more »

Federeeshinichi waliigaltee Wubatuu Abaataa dheeresse

Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa Waliigaltee Leenjisaa garee Biyyaalessaa Wubatuu Abaatee dheeresse. Federeeshinichi waggoota lamaan darbaniif garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itoophiyaa leenjisaa kan turan Wubatuu Abaataaf waggoota lamaan ittaananiif akka ittifufan waliigatee dheeresseera.... Read more »

Qiddus Giyoorgis boru Al-Hilaal waliin taphata

Finfinnee: Tapha gulaallii duraa isa jalqabaa Fulbaana 1 bara 2015 (guyyaa Ayyaana bara Haaraatti) Istaadiyeemii Bahaar Daaritti adeemsifameen Qiddus Giyoorgis kilaba Sudaan, Al- Hilaal 2-1n kan injifate yoo ta’u, boru (Fulbaana 8... Read more »

Yaa’iin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaa tokkoffaan har’a adeemsifama

Finfinnee: Yaa’iin jalqabaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaa har’a Magaalaa Adaamaatti akka adeemsifamu ibsame. Ittigaafatamaan waajjira federeeshinichaa Obbo Firoomsaa Laggasaa ibsa Gaazexaa Bariisaatiif kennaniin, yaa’iin kanaan dura Biiroo Darggaggootaafi Ispoortii Oromiyaa wajjin adeemsifamaa... Read more »

Magaalaan Finfinnee Shaampiyoonaa Ispoortii Bishaan Daakuu dargaggoota guddattootaa bara 2014 ta’e

Shaampiyoonaa Ispoortii Bishaan Daakuu dargaggoota guddattootaa bara 2014 Qopheessummaa Federeeshinii Ispoortii Daakuu Bishaanii Itoophiyaatiin magaalaa Bishooftuutti adeemsifamaa ture Wiixata darbe kan xumurame yoo ta’u, Magaalaan Finfinnee shaampiyoonaa ta’uun xumureera. Ministir De’eetaa Ministeera... Read more »

Atileet Gooyititoom Gabrasillaasee qarshii kuma 300 badhaafamte

Kilabiin Ispoortii Ityoo-Elektirik atileet Gooyititoom Gabrasillaasee qarshii kuma 300 badhaase. Kilabichi sagantaa badhaasaa hoteela Iskaayilaayititti kaleessa qopheesseen, ispoortessitoota dorgommiiwwan garagaraatiin bu’aa olaanaa galmeessisaniif badhaasa qarshii kuma shanii hanga kuma 300 badhaaseera. Atileet... Read more »