Fiigichi guddaan Itoophiyaa boru adeemsifama

Finfinnee: Waggaa waggaadhaan Magaalaa Finfinneetti kiiloo meetira 10n daandiirraatti kan adeemsifamu fiigichi guddaan Itoophiyaa kan bara 2015 boru adeemsifama. Addunyaarratti fiigichoota beekamoota 10 keessaa sadarkaa jahaffaarratti kan argamu fiigichi olaanaa Itoophiyaa kun... Read more »

 Qiddus Giyoorgis liigicha dursaa jira

Finfinnee: Bulchinsa magaalaa Finfinneefi Dirree Dhawwaa dabalatee naannoolee Ummatoota Kibbaa, Sidaamaa, Amaaraaraafi Oromiyaarraa Kilaboonni 16 irratti hirmaachaa kan jiran Shaampiyoonaan kubbaa miilaa Beeti kiingi pirii meerii liigii Itoophiyaa kan marsaa tokkoffaa torban... Read more »

 Ispoortiin fayyaadhaaf, nagayaaf, guddinaaf, jaalalaaf… …ispoorti, ispoortii….

Finfinnee: Alii Birraa Itoophiyaa Baha, Magaalaa miidhagduufi jaalatamtuu Dirre Dhawaatti bara 1940 dhalate. Umrii daa’imummaasaatti akkuma ijoollee magaalaa Dirre Dhawaa gandasaatti kubbaa huccuu gangalchuudhaan guddate. Mana barumsaa sadarkaa tokkoffaati hiriyootasaa wajjin asii... Read more »

 Naannoo Oromiyaatti bara 2015 kilaboonni 93ni ni hirmatu

Finfinnee: Shaampiyoonaa kubbaa miilaa bara 2015 sadarkaa naannoo Oromiyaatti adeemsfamurratti kilaboonni 93 kan hirmaatan ta’uu Yaa’ii Kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaarratti ibsame. Hoggantuun Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa Saamiyaa Abdallaa yaa’ii kilaboota kubbaa miilaa... Read more »

 Waancaan addunyaa hawwiidhaan eegamaa jira

Finfinnee: Waldaa kubbaa miilaa Addunyaa “FIFA”dhaan kan qophaa’u waancaan kubbaa miilaa Addunyaa biyyoota miseensota waldichaa jidduutti waggaa afuritti al tokko adeemsifamaa tureera. Walmorkiin kan jalqabame ALA bara 1930 yoo ta’u, waggoota 92... Read more »

 “Iddoowwan hara galfiifi bashannanaa babal’achuu qabu” – Abiyyi Ahimad (PhD

Finfinnee: Iddoowwan oolmaa ispoortii cimina qaamaa gandaa kaase hanga sadarkaa biyyaatti bal’inaan ijaarun barbaachisaadha. Mootummaan Itoophiyaas dhimmuma kanaaf xiyyeeffannaa kennuun sochiiwwan hedduu jalqabeera. Haaluma kanaan Ministirri Mummee Itoophiyaa Abiyyi Ahimad (PhD) magaalaa... Read more »

 Obbo Fiqiru Kidaanee: Nama cimaa dameen ispoortii dhabe

Finfinnee:- Obbo Fiqruu Kidaanee ALA bara 1935 Finfinneetti dhalatan. Barnoota sadarkaa tokkoffaafi lammaffaa mana Barnootaa Liisee Gabramaariyaamitti hordofan. Obbo Fiqru Kidaanne daa’ immumaasaaniirra kaasanii waan ispoortii jaalatanif ittigaafatamaa Waajira Federeeshinii Biskileetii Itoophiyaa,... Read more »

 Dorgommii maaraatooniin olaantummaan atileetota Itoophiyaa cimee ittifufe

Finfinnee: Gootichi maaraatonii Abbabaa Biqilaa olompikii Room, Xaaliyaanitti ALA bara 1960 adeemsifametti meedaaliyaa warqii argachuun erga karaa saaqee walakkaa jaarraa tokkoo ol ta’eera. Ergasii kaasee waggoottan 62n darbanif Atileetonni Itoophiyaa dirreewwan atileetiksii... Read more »

 Fiigichi_Guddaan Itoophiyaa Sadaasa 18 bara 2015 adeemsifama

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Fiigichi Guddaan Itoophiyaa baranaa mataduree, ‘Warra kaan utubuuf nan fiiga’ jedhuun kan adeemsifamu ta’uu koreen qopheessa fiigichichaa ibse. Korichi ibsa Kibxata darbe Finfinnee Galma Haoteela Hayaat Riijansiitti gaazexeessitootaaf kenneen,... Read more »

“Guyyoota 28f jennee seeraafi safuu keenya hin sharafnu” – Kuwaataar

Finfinnee: Qopheessituu Waancaa Addunyaa bara 2022 kan taate Kuwaataar ulaagawwaan hirmattonniifi dawwattoonni guuttachuu qabaniifi seerota haaraa ifa goote. Waldorgommiin kubbaa miilaa idil addunyaa biyyi Kuwaataar qopheessitu baatii Sadaasaa keessa kan jalqabamu yemmuu... Read more »