Finfinnee: Mallattoo Atileetiksii Addunyaa, fakkeenya fiigicha dheeraafi giddugaleessaa garee Atileetiksii biyyaalessaa, waldorgommiiwwan sadarkaalee addunyaafi ardii Afrikaatti qophaa’an hedduusaaniirrattis yeroo mara sadarkaalee tokkoo hanga afuriifi shanii jiran keessaa kan hindhabamne gareen Atileetiksii Itoophiyaa,... Read more »
Gareen mannneen barnootaa kubbaa miillaa korniyaawwan lamaaniin Naannoo Oromiyaarraa Itoophiyaa bakka bu’uun dorgommii manneen barnoota Afrikaa, Taazaniyaatti dorgomuuf, gaggeessi taasifame. Garee kana Ministir De’eetaan Ministeera Aadaafi Ispoortii Ambaasaaddar Masfin Charinnat, pirezidaantiin kubbaa... Read more »
Tapha walqixxeessituu torbee 11ffaa Piriimer Liigii Itoophiyaa Beetkiingiin Walaayittaa Diichaafi Bunni Sidaamaa goolii 1-1n walqixa bahaniiru. Tapha Istaadiyeemii Intarnaashinaalaa Dirre Dawaatti adeemsifameen daqiiqaa 11ffaatti gooliin Amaanu’eel Indaalaa lakkoofsise Bunni Sidaamaa dursa akka... Read more »
Finfinnee: Biyya burqaa atileetootaa kan taatee Arsii Asallaatti dhalatee kan guddate dargageessi waggaa 22 Atileet Lammeechaa Girmaa, damee fiigichaa yeroo baay’ee Itoophiyaan baay’ee itti hinbeekamne meetira kuma sadii fiiguun beekama. Kilabii Atileetiksii... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Guraandhala 1 bara 2015 irraa eegalee Dirre Dhawaatti adeemsifamaa kan ture dorgommiin pirimeerliigii marsaa duraa kubbaa saaphanaa har’a xumurama. Dorgommichi gareewwan kubbaa saaphanaa dhiiraa shaniifi gareewwan kubbaa saaphanaa dubartootaa... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Atileet Gudaaf Tsaggaayee dorgommii fiigichaa mana keessaa maayila tokkoo dheengadda Poolaandi, Magaalaa Tooranitti gaggeeffameen sa’aatii saffisaa 2ffaa galmeessisuun injifatte. Atileet Gudaaf dorgommicha daqiiqaa 4fi sekondii 16fi maayikiroo sekondii 16n xumuruun... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Dorgommii qaxxaamura Addunyaa 44ffaa irratti kan hirmaatu gareen Atileetiksii Itoophiyaa har’a gara Awustiraaliyaatti kan imalu ta’uufi garichaafis sirni gaggeessaa ho’aa ta’e kan adeemsifamu ta’uu Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa beeksise. Gareen... Read more »
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Gareen Biyyaalessaa Itoophiyaa Waaliyaan taphoota gulaallii waancaa Afrikaa baatii dhufu taphatu ammas dirreen ala akka taphatu ‘CAF’ beeksise. Gulaallii Waancaa Afrikaa bara 2023 Kotidivaar qopheessituuf Misir, Maalaawiifi Giinii waliin... Read more »
Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Itoophiyaan gosoota ispoortii birootiin hagas mara kan beekamtu ta’uu baattus gama Atileetiksiitiin biyyoota muraasa dorgommiiwwan Olompikii irratti tilmaamni injifannoo kennamuuf keessaa ishee tokko. Waltajjii atileetiksii Addunyaa irratti yeroo jalqabaatiif... Read more »
– Shawaan Lixaa shaampiyoona ta’e Riippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Dorgommiifi Feestivaalli Ispoortii Aadaa Afrikaa Bahaa Itoophiyaatti akka gaggeeffamu Ministeerri Aadaafi Ispoortii beeksise. Dorgommiin Ispoortii aadaa 20ffaafi Feestivaalli ispoortii 16ffaa naannoo Kibbaa magaalaa Dillaatti... Read more »