Finfinnee: Fiigichi fageenya kiiloo meetira shanii dubartoota qofa hirmaachise Dilbata darbe mataduree “Dursa dubartootaaf” jedhuun Finfinneetti adeemsifameera. Fiigichi godaansa seeraan alaarratti hubannoo gabbisuuf yaadamee qophaa’erratti dubartoonni kuma 15 ol kan argaman yoo... Read more »
Finfinnee: Shaampiyoonaan gabaabaa, jiddugaleessaa, meetira kuma sadii, gufachiisa tarkaanfiifi sochii dirree Itoophiyaa Akkaadaamii Ispoortii Itoophiyaatti dheengaddarraa kaasee boru xumuramu adeemsifamaa jira. Daarektarri teekniikaa federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa Obbo Asfaawu Daanyee akka jedhanitti, kaayyoon... Read more »
Finfinnee: Misooma Ispoortii Kubbaa Miilaa akka Oromiyaatti jiru cimsuuf sochiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Oromiyaa taasisaa jiru jajjabeessaadha. Yeroo ammaattis taphattoota urjii ta’an biyyaaf arjoomuun maqaa waamsisaa kan jiru yoo ta’u, taphattoota misoomsuu... Read more »
Finfinnee: Tibba darbe barattoonni Manneen Barnootaa magaalota Amboofi Adaamaatti argaman keessaa babahan lama dorgommii manneen barnootaa Paan Afrikaanizimii Taanzaaniyaatti adeemsifamerratti hirmaatanii korniyaawwan lamaaniinuu sadarkaa lammaffaa qabachuun deebi’aniiru. Gaazexaan Bariisaa maxxansasaa torbee darbeetiin... Read more »
Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Dorgommiin Ispoortii Aadaa 20ffaafi Festivaalli Aadaa 16ffaan mataduree “Ispoortii Aadaafi Festivaala Aadaa Keenya Tokkummaafi Nageenya keenyaaf” jedhuun Guraandhala 26 bara 2015 irraa eegalee Naannoo Ummattoota Kibba lixa itoophiyaa, Magaalaa... Read more »
Charinnat Hundeessaatiin Finfinnee: Dorgommiin Kubbaa Miilaa Mana Barnootaa Paan Afrikaanizimii bara darbe akka Afrikaatti Kongoo Kinshaasaatti jalqabe. Naannoon Oromiyaa bara darbe dhiiraan, Naannoon Kibbaa ammoo dubartootaan Itoophiyaa bakka bu’uun dorgommicharratti hirmaataniiru. Dorgommiin... Read more »
Dorgommiiwwan atileetiksii Sanbataafi Dilbataa darbe biyyoota garagaraatti gaggeeffamaniin atileetonni Itoophiyaa injifataniiru. Dorgommii Maaraatoonii Jaappaan Osaakaarratti dubartootaan Helan Baqqalaafi Atileet Bayyanuu Daggafaa 1ffaa fi 2ffaa ba’uun yoo injifatan, dhiiraan Atileet Hayilamaariyaam Kiiroos injifateera.... Read more »
Roobee: Shaampiyoonaan kilaboota ispoortii godina Baalee bara 2015 istaadiyeemii Madda Walaabuutti gaggeeffamaa jira. Ittigaafatamaan waajjira ispoortii godinichaa Obbo Nuuraddiin Aloo akka jedhanitti, dargaggoota ispoortiin cimanii ijaarsa biyyaa keessatti gumaacha ofii bahatan horachuuf... Read more »
Shaggar: Hundeeffama Magaalaa Shaggar Sanbata darbe iftoome sababeeffachuun fiigicha guddicha dabalatee taateewwan ispoortii akaakuuwwan garaa garaa raawwatamaniiru. Saganticharratti haasaa kan taasisan “Sadarkaa Pirezidaantii Ittaanaatti Kantiibaan Magaalaa Shaggar Doktar Tashoomaa Addunyaa ummanni Oromoo... Read more »
Ispoorteessaan beekamaan biskileetii duraanii Garramoo Damboobaa du’aan addunyaa kanarraa boqotan. Ispoorteessaan biskileetii duraanii Garramoo Damboobaa dhibee isaaniira tureen tajaajila yaalaa argachaa turuun guyyaa kaleessaa umurii isaanii 90tti boqochuu Tajaajilli Oduu Itoophiyaa gabaase.... Read more »