Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Naannoo Tigraay bakka bu’uudhaan Atileetootni shaampiyoonaa Itoophiyaa 52ffaarratti hirmaatan qophii taasisaa jiraachuu Federeeshiniin Atileetiksii naannichaa beeksise. Dorgommii Caamsaa 8 hanga 13 bara 2015tti magaalaa Finfinneetti ademsifamu kanarratti Atileetootni naannolee... Read more »
Bayyanaa Ibraahim Finfinnee: Bara darbe kan eegale Fiigichi Guddaan Itoophiyaa bor magaalaa burqaa Atileetotaa taate Boqojjiitti yeroo 2ffaaf kan adeemsifamu yoo ta’u, kunis turiizimii ispoortii guddisuuf kan gargaaru ta’uu Ministeerri Turiizimii Itoophiyaa... Read more »
Finfinnee: Dorgommiiwwan bara kana liigii olaanaa Itoophiyaa keessatti taasifamaa turaniin injifannoo walitti aanuufi ga’uumsa cimaa agarsiisaa kan ture gareen kubbaa miilaa Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee, hanga torbee darbeetti osoo liigicha dursaa jiruu injifatamuu... Read more »
Itoophiyaan Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa umurii 18fi 20 gadii Ebla 21-25 bara 2015tti Zaambiyaa, Magaalaa Nidoolaatti adeemsifamaa turetti medaaliyaa warqii ja’a, meetii 11fi nahaasa ja’a waliigalatti medaaliyaawwan 23fi dippiloomaa 13 argachuun xumurteetti. Dorgommii... Read more »
Finfinnee: Ispoortiin hojii dabalataa osoo hintaane akka hojii ijootti xiyyeeffannoo argatee irratti hojjetamaa hinjiru. Kunimmoo dhaloonni duubaan dhufu sammuu, qaamaafi namusa gaariin ijaaramee akka hinbaane sababa ta’aa tureera. Damee ispoortiif xiyyeeffannoo cimaa... Read more »
Finfinnee: Qindoomina Waldaa Biyyaalessaa Sarkasii Itoophiyaa, Ministeera Aadaafi Ispoortiifi ‘Flawless Events’n kan qophaa’u Festivaaliin Sarkasii jalqabaa Ebla 27-29 bara 2015tti Finfinnee, Giddugala Aadaa Itoophiyaatti kan adeemsifamu ta’a. Pirezdaantiin waldichaa Obbo Takiluu Ashaagiree... Read more »
Finfinnee: Madda atileetotaa kan taate Oromiyaan sadarkaa naannoorra dabartee biyya maqaa waamsisuun, biyyarras dabartee gurraacha Afrikaaf faajjii injifannoo taatee waamamaa jirti. Irreessaa Abbabaa Biqilaa miila qullaan Roomirratti fiiguun injifannoo boonsaa galmeessiseen hanga... Read more »
Finfinnee: Torban kun Atileetota Itoophiyaa dorgommiiwwan maaraatoonii guutuufi walakkaa biyyoota garagaraa keessatti taasifamaa jirurratti hirmaataniif torban injifannoo ta’uunsaa bu’aaleen galmaa’an ni mul’isu. Dorgommii daandii Chaayinaa magaalaa Wuhaanitti adeemsifameen Atileet Tigist Taaddasaa sadarkaa... Read more »
Finfinnee: Zaambiyaan Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa umurii ganna 18fi 20 gadii yeroo lammaffaaf A.LA Eebla 23 hanga Caamsaa 3 bara 2023tti gaggeeffamuuf jiruuf dorgomtoota simachuuf gamanumaa qophii taasisaa jirti. Dorgommiin Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa... Read more »
Finfinnee: Taphoota Olompikii 33ffaa bara ittaanu Paarisitti gaggeeffamu irratti gama ispoortii teekuwaandootiin qabxii fooyya’aa galmeessisuuf gamanumaan qophiin taasifamuu eegaluu Federeeshiiniin Teekuwandoo Itoophiyaa beeksise. Taphoota olompiikii 32ffaa Jaappaan Magaalaa Tookiyootti adeemsifamee turerratti Itoophiyaan... Read more »