Finfinnee: Fiigicha fageenya dheeraatiin kennaa uumamaa akka qabu kan dubbatamuf Kumaalaa Abbabbaa Biqilaa atileetoota Itoophiyaa dinqisiisoofi jaalatamoo Itoophiyaan horatte keessaa isa tokko. Abbabaan ALA bara 1960 dorgommii maaraatoonii Olompikii Roomitti adeemsifameen miila... Read more »
Finfinnee: Sababa hanqina bajataatiin irra deddeebiin guyyaan dorgommii dheeraffamaa kan ture waldorgommiin Kubbaa miilaa Afrikaa Bahaafi Giddugaleessaa, qopheessummaa Taanzaaniyaatiin Adooleessa 18 hanga Hagayya 1 bara 2015tti akka adeemsifamu beeksifameera. Akkaadaamii Ispoortii Itoophiyaatti... Read more »
Finfinnee: Godina Wallagga Lixaatti sochii ispoortii gama maraan cimsuuf caasaaleen gubbarraa hanga dakaatti jiran humna guutuun hojjechuu akka qaban Bulchaan Godinichaa beeksisan. Bulchaan Godina Wallagga Lixaa Obbo Salamoon Taammiruu qorannoo raawwii hojii... Read more »
Finfinnee: Biiroon Dargaggootaafi Ispoortii, hawaasni ispoortii Magaalaa Finfinnee dargaggoota magaalattii wajjin ta’uun Paarkii Inxooxxoo keessa ashaaraasaanii magariisaa kaa’aniiru. Maatiin ispoortii mataduree, “Boru har’a haa dhaabnu” jedhuun paarkicha keessa biqiltuulee kuma 21 ol... Read more »
Shaampiyoonaa ispoortii Olompikii guddattoota Oromiyaa 8ffaa Magaalaa Adaamaafi Asallaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggariin goolabamuu Biiroon Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa beeksise. Dorgommii Shaampiyoonaa ispoortii guddattoota Oromiyaa 8ffaa magaalaa Adaamaafi Asallaatti guyyoota torbaaf... Read more »
Finfinnee: Atileet Barrihuu Aragaawwii dorgommii marsaa jahaffaa liigii daayimandii bara 2023 Siwiizarlaandi, Luuzaanitti adeemsifameen meetira kuma shaniin sa’aatii si’ataa kan waggaa kanaa galmeessisuun mo’ateera. Atileet Barrihuu daqiiqaa 12 sakondii 40 maayikiroo sakandii... Read more »
Finfinnee: Bara 2024 qopheessummaa Faransaayiin Paarisitti kan gaggeeffamu taphoota Olompikii irratti kan hirmaatu gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa dubartootaa Itoophiyaa qophii cimaa taasisaa jiraachuun himame. Gareen Itoophiyaa bakka bu’uun olompikicharratti hirmaatu shaakala erga... Read more »
Shaampiyoonaan atileetiksii addunyaa baatii Hagayyaa dhufu adeemsifama. Hangaariin magaalaashii guddoo, Budaapestitti shaampiyoonicha yeroo jalqabaatiif kan keessummeessitu yoo ta’u, atileetonni biyyoonni addunyaa 200 irraa babahan simachuuf qophiishii xumuraa jirti. Waltajjii akaakuuwwan dorgommii adda... Read more »
Finfinnee: Jilli Ministira Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan durfamu magaalaa Maqalee galeera. Jilli kun daawwannaa hojiif gara naannoo Tigraay magaalaa Maqaleetti imaluun ibsameera. Jilichi hoggantoota Federeeshinii Kubbaa Miilaa, Federeeshinii Bishaan Daakaafi Federeeshinii... Read more »
Shaampiyoonaa kilaboota Naannolee Itoophiyaa Waxabajjii 14 irraa eegalee Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaarratti dorgomamurratti morkataa cimaa taanee dhiyaachuuf gahumsa gaarii horaneerra jedhan taphattoonni kilabii kubbaa miilaa Bulchiinsa Magaalaa Dambi Doolloo ibsa otoo garasitti... Read more »