Dorgommii marsaa 39ffaan maaraatoonii Irreessaa Abbabaa Biqilaa boru adeemsifama

Charinnat Hundeessaatiin Finfinnee: Dorgommii marsaa 39ffaan maaraatoonii Irreessaa Abbabaa Biqilaa boru Waxabajjii 18, bara 2015 ganama sa’aatii 12:00 irraa eegalee akka adeemsifamu bsa dheengadda Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaatti kennamerraa beekuun danda’ameera.   Dorgommii... Read more »

 Atileet Lammeechaa Girmaa liigii Diyaamandiirratti riikardii haaraaf qophaa’e

Finfinnee: Firiinsaa maxxansaaf nuu qaqqabuu baatus abbaan shaampiyoonaa meedaaliyaa meetii addunyaafi Olompikii Lammeechaa Girmaa riikardii gufachiisa meetira 3000 waggoota 19f qabamee ture dorgommii kaleessa galgalaatiin fooyyessuuf qophaa’uu ibseera. Lammeechaan sa’aatii fooyya’aa 7:58.68... Read more »

 Ispoortiin damee xiyyeeffannaa guddaa argachuu qabuudha

Finfinnee: Ispoortiin bashanansiisaa ta’uurra darbee bu’uura nageenyaa, siyaasaa, dinagdee, ibsituu aadaa waan ta’eef mootummaa federaalaafi naannoleetiin xiyyeeffannaa guddaa argachuu qaba. Iddoowwan oolmaa ispoortii ijaaruufi babal’isuun, kilaboota ispoortii gara garaa umurii umuriin qoodanii... Read more »

 Shaampiyoonaa atileetiksii Itoophiyaa marsaa 52ffaa

Shaampiyoonaan atileetiksii Itoophiyaa marsaa 52ffaan Caamsaa 8 hanga 13 bara 2013tti Finfinnee, Akkaadaamii Ispoortii Itoophiyaatti adeemsifameera. Xumura shaampiyoonichaarratti gareewwan korniyaawwan lamaaniinuu mo’atan keessummaa kabajaa, Ministir De’aataa Ministeera Aadaafi Ispoortii; Ambaasaaddar Masfin Charinnat,... Read more »

 Atileet Asallafach Margaa, hoteela ‘City out light Lounge’ har’a eebbisiifatti

Finfinnee: Dorgommiiwwan gara garaarratti maqaa biyyaa waamsisuu bira dabartee meedaaliyaawwan gara garaa 60 ol biyyaaf kan argamsiifte Atileet Asallafachi Margaa waggaa lamaan har’aa hoteela sadarkaasaa eeggate qarshii miiliyoona 250 ta’uun Finfinnee, naannawa... Read more »

Shaampiyoonaan Atileetiksii 52ffaa Finfinnetti adeemsifamaa jiru bor xumurama

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Caamsaa saddeet irraa eegalee Finfinnee Akaadaamii Ispoortii Itoophiyaatti gaggeeffamaa kan jiru Shaampiyoonaan Atileetiksii Itoophiyaa Dilbata boruu xumura kan argatu ta’uu ragaan Federeeshiinii Atileetiksii Itoophiyaa ni ibsa. Shaampiyoonaan Atileetiksii Itoophiyaa... Read more »

Seenaa Atileet Geexee Waamiirratti kan xiyyeeffate, Kitaabni ‘Faaya Itoophiyaa’ jedhu eebbifame

 Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Seenaa Koomaandara Atileet Geexee Waamiirratti kan xiyyeeffate, kitaabni “Faaya Itoophiyaa” jedhu torban darbe Finfinnee, Hoteela Iskaaylaayitiitti, bakka qondaaltonniifi atileetonni bebbeekamoon, akkasumas maatiifi hiriyyoonni Atileet Geexee Waamii argamanitti eebbifamuunsaa ni... Read more »

Atileetootni Shaampiyoonaa Atileetiksii Itoophiyaa baranaarratti Tigraayiin bakka bu’anii dorgoman qophii taasisaa jiru

Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Naannoo Tigraay bakka bu’uudhaan Atileetootni shaampiyoonaa Itoophiyaa 52ffaarratti hirmaatan qophii taasisaa jiraachuu Federeeshiniin Atileetiksii naannichaa beeksise. Dorgommii Caamsaa 8 hanga 13 bara 2015tti magaalaa Finfinneetti ademsifamu kanarratti Atileetootni naannolee... Read more »

  Fiigichi Guddaan Itoophiyaa bor Boqojjiitti adeemsifama

Bayyanaa Ibraahim Finfinnee: Bara darbe kan eegale Fiigichi Guddaan Itoophiyaa bor magaalaa burqaa Atileetotaa taate Boqojjiitti yeroo 2ffaaf kan adeemsifamu yoo ta’u, kunis turiizimii ispoortii guddisuuf kan gargaaru ta’uu Ministeerri Turiizimii Itoophiyaa... Read more »

 Gareen Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaashamannee taphootni afur osoo isa hafuu Piriimerliigii Betkiingii Itoophiyaatti guddachuusaa mirkaneeffate

Finfinnee: Dorgommiiwwan bara kana liigii olaanaa Itoophiyaa keessatti taasifamaa turaniin injifannoo walitti aanuufi ga’uumsa cimaa agarsiisaa kan ture gareen kubbaa miilaa Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee, hanga torbee darbeetti osoo liigicha dursaa jiruu injifatamuu... Read more »