Gareen kubbaa miilaa dubartootaa Seekaafaaf morkattootasaa adda baafate

Finfinnee: Sababa hanqina bajataatiin irra deddeebiin guyyaan dorgommii dheeraffamaa kan ture waldorgommiin Kubbaa miilaa Afrikaa Bahaafi Giddugaleessaa, qopheessummaa Taanzaaniyaatiin Adooleessa 18 hanga Hagayya 1 bara 2015tti akka adeemsifamu beeksifameera. Akkaadaamii Ispoortii Itoophiyaatti... Read more »

“Wallagga lixaatti sochii ispoortii cimsuuf humna guutuun nihojjetama” – Obbo Salamoon Taammiruu

 Finfinnee: Godina Wallagga Lixaatti sochii ispoortii gama maraan cimsuuf caasaaleen gubbarraa hanga dakaatti jiran humna guutuun hojjechuu akka qaban Bulchaan Godinichaa beeksisan. Bulchaan Godina Wallagga Lixaa Obbo Salamoon Taammiruu qorannoo raawwii hojii... Read more »

Maatiin ispoortii paarkii Inxooxxoo keessa biqiltuu dhaaban

Finfinnee: Biiroon Dargaggootaafi Ispoortii, hawaasni ispoortii Magaalaa Finfinnee dargaggoota magaalattii wajjin ta’uun Paarkii Inxooxxoo keessa ashaaraasaanii magariisaa kaa’aniiru. Maatiin ispoortii mataduree, “Boru har’a haa dhaabnu” jedhuun paarkicha keessa biqiltuulee kuma 21 ol... Read more »

Shaampiyoonaan guddattoota Oromiyaa olaantummaa Shaggariin goolabame

Shaampiyoonaa ispoortii Olompikii guddattoota Oromiyaa 8ffaa Magaalaa Adaamaafi Asallaatti gaggeeffamaa ture olaantummaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggariin goolabamuu Biiroon Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaa beeksise. Dorgommii Shaampiyoonaa ispoortii guddattoota Oromiyaa 8ffaa magaalaa Adaamaafi Asallaatti guyyoota torbaaf... Read more »

 Sa’aatii si’ataa Atileet Barrihuu Aragaawwii

Finfinnee: Atileet Barrihuu Aragaawwii dorgommii marsaa jahaffaa liigii daayimandii bara 2023 Siwiizarlaandi, Luuzaanitti adeemsifameen meetira kuma shaniin sa’aatii si’ataa kan waggaa kanaa galmeessisuun mo’ateera. Atileet Barrihuu daqiiqaa 12 sakondii 40 maayikiroo sakandii... Read more »

 Gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa dubartoota Itoophiyaa Olompikii Paarisiitiif qophii xumuraa jira

Finfinnee: Bara 2024 qopheessummaa Faransaayiin Paarisitti kan gaggeeffamu taphoota Olompikii irratti kan hirmaatu gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa dubartootaa Itoophiyaa qophii cimaa taasisaa jiraachuun himame. Gareen Itoophiyaa bakka bu’uun olompikicharratti hirmaatu shaakala erga... Read more »

 Itoophiyaan gareeshii shaampiyoonaa addunyaa ibsite

Shaampiyoonaan atileetiksii addunyaa baatii Hagayyaa dhufu adeemsifama. Hangaariin magaalaashii guddoo, Budaapestitti shaampiyoonicha yeroo jalqabaatiif kan keessummeessitu yoo ta’u, atileetonni biyyoonni addunyaa 200 irraa babahan simachuuf qophiishii xumuraa jirti. Waltajjii akaakuuwwan dorgommii adda... Read more »

 Jilli Obbo Qajeelaa Mardaasaatiin durfamu Maqalee gale

Finfinnee: Jilli Ministira Aadaafi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan durfamu magaalaa Maqalee galeera. Jilli kun daawwannaa hojiif gara naannoo Tigraay magaalaa Maqaleetti imaluun ibsameera. Jilichi hoggantoota Federeeshinii Kubbaa Miilaa, Federeeshinii Bishaan Daakaafi Federeeshinii... Read more »

 Kilaba kubbaa miilaa Magaalaa Dambi Doolloo

Shaampiyoonaa kilaboota Naannolee Itoophiyaa Waxabajjii 14 irraa eegalee Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaarratti dorgomamurratti morkataa cimaa taanee dhiyaachuuf gahumsa gaarii horaneerra jedhan taphattoonni kilabii kubbaa miilaa Bulchiinsa Magaalaa Dambi Doolloo ibsa otoo garasitti... Read more »

Shaampiyoonaan Biskileetii Itoophiyaa naannoo Tigraayitti gaggeeffamaa ture boru xumurama

 Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Dorgommiin shaampiyoonaa Biskileetii Itoophiyaa kan bara 2015 naannoo Tigraay, Magaalaa Maqaleetti adeemsifamaa ture Dilbata boruu xumura argata. Ispoorteessitootni naannolee hundaafi bulchiinsota magaalaa lameenirraa bakka bu’an hundi dorgomicharratti hirmaachaa jiraachuu... Read more »