Galoon Magariisaa Budaapestitti irradeebiin lola’e addunyaa ajaa’ibsiise

Finfinnee: Irreessaa Abbabaa Biqilaa Roomirratti miila qullaa fiigee injifannoo cululuqaa gurraachonni ittiin boonan hojjechuun seenaa hindabarre qofa osoo hintaane injifannoo xiiqiin guutameefi walittifufinsaan dhalootaan dhalamaa akka deemu waan imaanaa kaa’ee darbe fakkaata.... Read more »

Godambaa Hayilee Gabrasillaasee, Mana Abbichuutti

Viileejiin Yaayaa Finfinneerraa kallattii kaabaatti kiiloo meetira 11 fagaatee Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Mana Abbichuu, Aanaa Tufaa Munaatti argama. Viileejichi lafa kaaree meetira kuma 54 irratti kan ijaarame yoo ta’u, bakka daa’imman... Read more »

 Kongirasiin Atileetiksii Addunyaa Daraartuu Tulluu badhaase

Finfinnee: Kongirasiin Atileetiksii Addunyaa pirezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa gargaartuu komishinaraa Daraartuu Tulluuf badhaasa “Pilaakiwu oof Meeriit” kenneera. Gargaartuun Komishinaraa Daraartuu Tulluu badhaasa kana pirezidaantii federeeshinii Atileetiksii addunyaa Sabaastiyaan Koo harkaa fudhatteetti. Badhaafni... Read more »

 Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 19ffaan har’a eegala

Finfinnee: Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Atileetootni Itoophiyaa fiigicha dheerina garaa garaatiin irratti hirmaatan 19ffaan Hangarii magaalaa Budapestitti har’a eegala. Shaampiyoonichi Hagayya 13 hanga 21tti kan gaggeeffamu yoo ta’u, atileetootni biyyoota 200 irraa walitti... Read more »

Federeeshinichi shampiyoonaa Atileetiksii 19ffaa addunyaatiif qophaa’aa jira

Finfinnee: Shaampiyoonaan Atileetiksii 19ffaa Addunyaa Hagayya 13-21 bara 2015 Magaalaa guddoo Haangaarii, Budaapestitti adeemsifamuuf qophii taasisaa jiru cimsee ittifufuu Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa beeksiseera. Federeeshinichi garee atileetiksii Itoophiyaa dorgommicharratti biyya bakka bu’uun hirmaatu... Read more »

 Akkaadaamichi bara dhufu ispoorteessitoota 300 ol simachuuf qophiidha

Finfinnee: Akkaadaamiin Ispoortii Itoophiyaa bara dhufu akaakuuwwan ispoortii adda addaatiin ispoorteessitoota 300 simachuuf qophii ta’uu beeksise. Ispoorteessitootni umuriinsaanii waggaa 16 gadi ta’’e kunniin waggoota afuriif akka turan Daarektarri Olaanaan akkaadaamichaa Obbo Anbassaa... Read more »

 Atileetoonni Itoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaaf shaakalli taasisaa jiru

Finfinnee: Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaa ALA August 19-27 bara 2023 (Hagayya 13- 21 bara 2015) Hangaarii Budaapeestitti taasifamuuf atileetoonni Itoophiyaa fageenya addaddaan dorgoman shaakalasaanii taasisaa jiru. Atileetoonni korniyaa lameenin fegeenya meetira... Read more »

 Waaliyaawwan tapha michummaaf Ameerikaa jiru

Finfinnee: Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Itoophiyaa Waaliyaan tapha michummaaf Wiixata darbe gara Ameerikaa kan imale yoo ta’u, kutaa biyyichaa Varjiniyaa qubateera. Taphichaaf shaakallii irraa eegamu biyya keessattis taasisaa kan ture gareen kun,... Read more »

 Yunivarsitiin Arsii Atileet Qananiisaa Baqqalaaf doktireetii kabajaa kenne

Atileet Qananiisaa Baqqalaa ALA Waxabajjii 13, bara 1982 Naannoo Oromiyaa, Godina Arsii, naannawa Magaalaa Boqojjiitti dhalate. Boqojjiin iddoo dhaloota atileetota bebbeekamoo kanneen akka ijoollee Dibaabaa (Ijjigaayyoo, Xirunash, Ganzabee) fi Adaadaasaanii Atileet Gargaartuu... Read more »

 “Kumaalaa Abbabaa Biqilaa faaya biyyi ittiin boontudha” -Abiyyi Ahmad (PhD)

Finfinnee: Fiigicha fageenya dheeraatiin kennaa uumamaa akka qabu kan dubbatamuf Kumaalaa Abbabbaa Biqilaa atileetoota Itoophiyaa dinqisiisoofi jaalatamoo Itoophiyaan horatte keessaa isa tokko. Abbabaan ALA bara 1960 dorgommii maaraatoonii Olompikii Roomitti adeemsifameen miila... Read more »