Wajjummaa obbbolummaafi hariiroo cimsuu keessatti gahee ispoortii

Finfinnee: Biiroon Dargaggootaafi Ispoortii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Akkaadaamii Itiyoo Naashinaaliifi Kaampii Samarii Shaggar wajjin ta’uun hojiilee tola ooltummaa adda addaa dorgommiiwwan ispoortii maatiiwwan ispoortii hirmaachise tibbana Magaalaa Hawaasaatti adeemsiseera. Hojii hariiroo ummataa... Read more »

 Atileet Qananiisaa Baqqalaan Yunivarsitii Arsiirraa Doktireetii Kabajaasaa fudhate

Finfinnee: Yuunivarsiitiin Arsii sirna eebba barattootaa marsaa 9ffaa dhiyeenya adeemsifamerratti Atileet Qananiisaa Baqqalaaf Doktireetii Kabajaa kennuufiin ni yaadatama. Atileet Qananiisaan yeroo sana waan biyya keessa hinturreef Pirezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Gargaartuu Komishinaraa... Read more »

 Waldorgommii Buunyaa Oromiyaa baranaatiin Arsiin Lixaa Shaampiyoona ta’e

Finfinnee: Akaakuwwan Ispoortii xiyyeeffannoo hinarganne keessaa Buunyaan isa tokko yoo ta’u, yeroorraa gara yerootti garuu jijjiiramoonni gara garaa galmaa’aa jiru. Tibbanas Itoophiyaa bakka bu’uun dorgommii Buunyaa biyya Senegaal Daakaaritti gaggeeffameen Buunyessaa Fiqramaariyaam... Read more »

 Hanqina bu’aa kubbaa miilaa Itoophiyaa furuuf leenjii saayinsaawaa barbaachisa

Finfinnee: Rakkoo hanqina bu’aa kubbaa miilaa Itoophiyaa furuuf malli leenjii saayinsaawaa dargaggoota irraa eegalee hojiirra ooluu akka qabu Gorsaan Teeknikii Biiroo Dargaggootaafi Ispoortii Finfinnee Obbo Hayiluu Baqqalaa ibsan. Kubbaan miilaa ispoortii Itoophiyaa... Read more »

 Gareen Kubbaa Miillaa Luusii qabxii qooddate

Tapha xumuraa waancaa Afrikaa irratti tapha jalqabaa gita isaanii Burundii waliin Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti kan taphatan Luusiin 1 fi 1n xumuramaniiru. Goolii garee biyyaalessaa dubartoota Itoophiyaaf Radi’eet Asrasaany dursitee kan galchite ta’us,... Read more »

 Akkaadaamiin ispoortii Itoophiyaa bara 2016tti guddattoota 300 ol simachuuf qophaa’e

Finfinnee: Bara bajataa qabame kanatti guddattoota 300 ol ta’an simatee akaakuwwan ispoortii gara garaatiin leenjisuuf qophii xumuruu daariktarri olaanaan Akkaadaamii Ispoortii Itoophiyaa Obbo Ambassaa Inniyoo ibsan. Akkaadaamichi ispoorteessitoota waltajjiiwwan addunyaa irratti maqaa... Read more »

 Luusiiwwan gulaallii waancaa Afrikaatiif Burundii wajjin Finfinneetti ni morkatu

Finfinnee: Taphni gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Itoophiyaa (Luusiiwwan) gitasaa kan Burundii wajjin Fulbaana 9 Finfinnee Istaadiyeemii Abbabaa Biqilaatti kan adeemsifamu ta’uu Federeeshiiniin Kubbaa Miilaa Itoophiyaa beeksiseera. Taphichi dura ni adeemsifama jedhamee... Read more »

Beekamtiifi badhaasa addaa: Atileetotaafi hoggansa dandeettii addaatiif

Finfinnee: Shaampiyoonaa Atileetiksii 19ffaa dursee kan gaggeeffame walga’ii Koongirasii Atileetiksii Addunyaa kan adeemsifame yoo Itoophiyaanis hoggansa sadii hirmaachisteetti. Walga’icharratti Waldaan Atileetiksii Addunyaa Pirezdaantii Federeeshiinii Itoophiyaa Gargaartuu Komishiinaraa Atileet Daraartuu Tulluutiif badhaasa ‘Pilaak... Read more »

 “Injifannoon Budaapeestii argame qalbii hawaasa addunyaa kan hawwate ture” – Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluu

Finfinnee: Jila Atileetiksii Itoophiyaa Haangarii Budaapeestitti injifannoo cululuqaa galmeessisaniif sirni beekamtiifi badhaasa kennuu Finfinnee hoteela Iskaaylaaytitti gaggeeffameera. Injifannoo Budaapestitti galmaaheen meedaliyaan warqii, Meetiifi kan biroo kan argame yoo ta’u, injifannoon akka gareetti... Read more »

 Gadii bu’uun hirmaannaa atileetootaa Oromiyaarraa maddanii xiyyeeffannaa cimaa barbaada

Finfinnee: Seenaa Atileetiksii Itoophiyaa keessatti, atileetoonni Oromiyaa keessaa maddan qabxii olaanaa galmeesisuufi miidhagina waltajjii fiigichaa ta’uunsaanii yaadannoo yeroo dhihooti. Kanaafis akka agarsisaatti, Abbabaa Biqilaa, Warquu Biqilaa, Maammoo Waldee, Daraartuu Tulluu, Geexee Waamii,... Read more »