Magaalaa jiraattotaaf mijattuu, daawwattootaaf hawwattuu ta’aa jirtu Finfinnee

Magaalaan guddittiin biyyattii, teessoo Gamtaa Afrikaafi dippiloomatota idiladdunyaa taate Finfinneen misoomaa maqaafi umuriishee madaalu keessa hinturre. Pilaanii ammayyaawaa hordofuu dhabuusheetiin ijaarsi gamoowwan magaalattii akka ilkaan jajjallaa waljala darbaadha. Daandiin magaalattii daran dhiphaa... Read more »

“Koottaa dhaloota haaraa, warra jibba jaalalaan; waraana araaraan furu taana”

Gooftaan keenya tokkicha lubbusaaf osoo hinwaakkatiin fannoo Qaraaniyoorratti fannifamee jaalala nuu qabu agarsiisuun du’a mo’ee ka’uunsaa nuuf agarsiistuu guddaa mala jibbi jaalalaan, waldhabdeen araaraan itti hiikuun danda’amu ta’uu nu agarsiiseera. Nageenyi madda... Read more »

 “Maallaqni irraa hinargamu jedhamee dhaloota ijaaruurraa duubatti hinjedhamu” Obbo Masaafinti Tafarraa

Dhaabbanni Pireesii Itoophiyaa (DhPI) dhaabbata maxxansaa mootummaa tokkicha waggoota 84n darban odeeffannoo amanamaa dubbistootasaa biraan saffisaan ga’aa tureefi jiruudha. Bu’aalee maxxansaa dhaabbatichaas Gaazexaa Bariisaa, Addis Zaman, ‘The Ethiopian Herald’, Wagaahitaa, Bakkalchoo yoo... Read more »

 Bara 2040tti Itoophiyaa fakkeenya badhaadhina addunyaa taasisuuf hojjetamaa jira

Barii jijjiiramaa arguuf lubbuu hedduutu wareegame, dhiiga danuutu dhangala’e, lafee cabes manni lakkaa’ee hin fixu. Itoophiyaan biyya warra adiin hin koloneeffatamne taatus kolaasaafi koloneeffannaan murna gita bittaan saboota cunqurfamoorra ga’e waliifi ofitti... Read more »

Duudhaalee walgargaarsaafi waliin jireenyaa ji’a Ramadaanaa aadeffamuu qaban

Jechi Ramadaana jedhu jecha Ramida ykn ar-ramadaa’a jedhu irraa kan dhufe yemmuu ta’u, jechoonni kunniin immoo hiikkaa “jabeenya hoo’aa” agarsiisu jedhu kan of keessaa qabuudha. Kanaafuu, Ramadaanni Ramadaana kan jedhameef dheebu irraa... Read more »

Aadde Misraaq Abbabaa: Dubartii Masjiidaafi Bataskaana gamoo tokkorratti ijaaranii gaaddisa amantiilee ta’an

Finfinneetti mana nama guddaa tokkoo kan haala ijaarsa manneen biyya kanaatiin hinbaramneen ijaarame tokkotti torbee darbe Ifxaara Ramadaanaatiif affeeramnee turre. Ani mana kanaaf keessummaa ta’uu baadhus muuxannoo tanaan dura qabuun wanti ani... Read more »

Aaga dhagahuun ittuma fufa

Osuma mortuun mortuu hortuun horti jedhama. Mootummaan jijjiiramaa Ministira Muummee Itoophiyaa Doktar Abiyyi Ahmadiin durfamu gara aangootti dhufuu hordofee jijjiiramoonni Itoophiyaa sadarkaa addunyaatti beeksisan hedduu lakkaa’amaa jiru. Faallaa kanaa immoo warreen jijjiiramni... Read more »

Dubartoota yeroo mara haa kabajnu

Dubartiin haadha, obboleettii, haadha manaa, mucaa akkasumas firaafi aantiidha. Biyyiifi dacheen illee dubartiidhaan fakkeeffamti. Akka aadaattis ta’u amantii kamiittuu dubartiin kabaja ni qabdi. Aadaa Oromoo Sirna Gadaa keessatti dubartiin bakka olaanaa qabdi.... Read more »

 Dhaloota seenaa faarsu osoo hintaane; warra seenaa hojjetu haataanu

Abbootiin keenya duulanii sirna faashistii Xaaliyaanii hurreessanii maqaansaanii bara baraan gootummaan jajama; atoo biyyakeef maal hojjette? boru maqaan kee maaliin ka’a? Guraandhalli 23 gurraachota Afrikaaf guyyaa addaafi seena qabeessadha. Kunis guyyaa eebbifamaa... Read more »

 Bu’aa qorannoo Giddugalli Qorannoo Qonnaa Adaamii Tulluu qonnaan bulaaf buuse

Inistiitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Oromiyaa sochii wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu milkeessuuf qorannoo haalota qabatamoo naannicha keessaa waliin walsimatu irratti hundaa’uun qorannoo gaggeessuun bu’aa qorannoo argame qonnaan bulaaf raabsuu erga eegalee bubbuleera. Inistiitiyuutichi giddugala... Read more »