YAADA
Ijaarsi Pirojektii Ikoo Turizimii Wancii yeroo ammaa ijaarsisaa xumuramee eebbifameera. Eebbaan dura qopheessummaa Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii mootummaatiin gareen gaazexeessitootaa sadarkaa ijaarsi pirojektichaa irra jiru daaw’ateera. Barreeffama kanaan yaada jiraattonni naannawaa pirojektichaa nuuf... Read more »
Ministeerri Dhimma Alaa Rippablika Demokraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa (RFDI) waggoota 116 dura, Onkololeessa 4 bara 1900 akka hundaa’e seenaan ni ibsa. Isa dura hojiin dippiloomaasii biyya karaawwan dinagdee, amantii, daldalaafi kanneen birootiin raawwatamaa... Read more »
Waliigaltichi tumsa dameewwan dinagdee, hawaasummaa, siyaasaafi loltummaa bal’aa kan hammateedha. Somaalii Laandiin fedhii qircannaa kolonii Warra Lixaa hordofee, gita bittaa Ingilizii jala kan turte yammuu tahu, ALA tti Juun 26, bara 1960... Read more »
Haala duraan baratameen ijaarsi hojiilee misoomaa gara garaa qonnaan bultoota lafasaaniirraa buqqisaafi dhiibaa ture. Ijaarsi Pirojektii Ikoo Turizimii Wancii-Dandii garuu nu hammate malee nu hindhiibne jedhu qonnaan bultoonni naannawichaa yaada Gaazexaa Bariisaatiif... Read more »
Komishiniin Marii Biyyaalessaa marii namoota addaddaa, hayyoota, barsiisota, kutaalee hawaasaa, hawaasa siviikii, abbootii amantiifi ogeessota garagaraa wajjin taasisu ittifufeera. Dhiyeenyumallee abbootii Gadaa, haadholii Siinqeefi Waaqeffattoota wajjin haala hirmaannaafi adeemsa marii biyyaalessaa Naannoo... Read more »
Shuumiin Itaamaajoorii Waliigalaa Humnoota Waraanaa Mootummaa RFDI, Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa tibbana haala yeroorratti ibsa bal’aa kan kennan yoo ta’u, nutis ibsasaanii keessumaa kan isaan dhimma araaraa Taanzaaniyaatti taa’amerratti kennanirratti xiyyeeffachuun haala... Read more »
Gaafa waa’een Itoophiyaa ka’u kaan biyya afaan tokkoo aadaa tokkoo amantaa tokkoo taasisee ilaala; ilaalchi kunimmoo duubatti hafummaarraa kan maddu, barnoota ammayyaafi ilaalcha siyaasaa tarkanfachiisaadhaan kan hinqoraafamneefi seenaa ragaa hinqabneedha. Ijaarama Itoophiyaatiin... Read more »
Kabaja biyyaalessaa Kaayyoon ida’amuu inni tokkoofi ijoon sabboonummaa biyyaalessaa lammiileefi biyya keenyaa mirkaneessuudha. Yeroo kabaja lammiilee jennu duudhaa lammiileen keenya ofiisaaniis ta’e warra kaan biratti gatii argachuufi kabajamuuti. Kabajni qajeelfama faayidaa waloofi... Read more »
Nageenyiifi tasgabbiin bu’uura guddinaafi badhaadhina biyya tokkooti. Garagarummaa karaa safuufi qaroomina qabuun mariin hiikuu osoo hinguddifatin nagaafi gamtaan guddachuu danda’uun hinjiraatu. Mootummaan federaalaa amantaa kana bu’uura godhachuun, dirree siyaasaa bal’isuun paartiilee siyaasaa... Read more »
Guddinaafi misooma biyya tokkootiif nageenyi waan hunda caalaa gatii qaba. Nageenyi bu’uura waan hundaati, nama dhuunfaaf, maatiif, hawaasaaf akkasumas biyyaaf. Gatiin nagaa maalumaanuu hinshallagamu; sadarkaafi safartuus hinqabu. Abjuu boruu guddina nama dhuunfaarraa... Read more »