YAADA

Dhiheenya kana eebba ikoo turiizimii Gorgoraarratti haasaa kan taasisan Ministirri Muummee Ahmad (PhD) Biyya ijaaruuf harka cimaa daaraafi wantoota adda addaa tuttuquuf hinbalfine, kanneen roobaan hinari’amneefi aduuf qorraaf hinjilbeeffanne gaafata malee, arraba... Read more »

Mootummaan Naannoo Oromiyaa xiyyeeffannoo laafaa damee qonnaatiif kennamaa ture hundeerraa haaromsuun inisheetivoota walduraa duubaan jalqabeen milkaa’inoota hedduu argamsiisaa jira. Bu’uuruma kanaan, inisheetivoota baay’ina, akaakuufi qulqullina omishaalee alergii dabalan labsuun erga hojiitti galee... Read more »

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 36ffaa bara hojii 3ffaa bara Paarlaamaa 6ffaa bakka Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) argamanitti dheengadda adeemsifateera. Nutis ergaawwan Ministirri Muummee Abiyyi yaa’icharratti dabarsan keessaa kanneen... Read more »

Bara 2014tti akka biyyaatti biqiltuuwwan biiliyoona shan dhaabuuf karoorfamee karooraan ol biiliyoona 5.9 kan ta’u dhabuun danda’ameera. Bara ittaanus akka biyyaatti biqiltuuwwan biiliyoona ja’a ta’u kan dhaabaman yoo ta’u, fakkeenyummaan sagantaa ashaaraa... Read more »

Magaalli guddittiin biyyattii, teessoo Gamtaa Afriikaafi dippiloomatota idil addunyaa taate Finfinneen misoomaa maqaafi umuriishee madaalu keessa hinturre. Pilaanii ammayyawaa hordofuu dhabuusheen ijaarsi gamowwan magaalattii akka ilkaan jajjallaa waljala darbaadha. Daandiin magaalattii daran... Read more »

Ji’oonni muraasni darbaa jiran, taateewwan hedduu murteessoo ta’an kan itti milkaa’aniidha. Ji’oota milkii kunneen keessa rakkoon nageenyaa naannoo Oromiyaa mudatee ture fooyya’ee qilleensi qabbanaafi nageenyaa qilleensa’uu jalqabeera. Tibbi keessa darbaa jirru, tibba... Read more »

Oromoon Oromoo hin ajjeesu muramte, dubbi jaarsi fixu qawween walfixuun fafa muramte, ummata gurri nagaafi aaga dhagahuu barbaadu rakkisuun fafa muramte; siinqeen olka’e nagaan labsame harki araaraaf baname cubbuu qaba muramte jedhamee... Read more »

Waggoota shan dura Itoophiyaan raafama siyaasaa, gaaga’ama dinagdee fi dachee waldhabdeen siyaasaa keessatti hammaate ta’uun qormaatni ulfaataan yeroo itti keessumeeffamedha. Qormaata kanaaf ammoo sababa kan ta’e sirni angoorra ture maqaa federaalizimii sobaan... Read more »

Torban kana keessa hoggantoota hojii olaanaa magaalaa keenyaa waliin ta’uun hojiilee keenya misooma koriidarii naannofnee gamaggamneerra. Hojii keenya misooma koriidariin misooma daandii konkolaataa kiiloo meetira 48 ol, daandiiwwan lafoo deemtotaa lafa jalaa... Read more »

Godina Shawaa Lixaatti miseensonni ABO Shanee daandii nagaa filachuun galuu ittifufaniiru. Godinichatti miseensonni ABO Shanee waamicha nagaa taasifame fudhachuudhan hidhannoo guutuu qabatan waliin karaa nagaan galuu ittifufuu Waajjirri Bulchiinsaafi Nageenyaa godinichaa ibse.... Read more »