YAADA
Torban kana keessa hoggantoota hojii olaanaa magaalaa keenyaa waliin ta’uun hojiilee keenya misooma koriidarii naannofnee gamaggamneerra. Hojii keenya misooma koriidariin misooma daandii konkolaataa kiiloo meetira 48 ol, daandiiwwan lafoo deemtotaa lafa jalaa... Read more »
Godina Shawaa Lixaatti miseensonni ABO Shanee daandii nagaa filachuun galuu ittifufaniiru. Godinichatti miseensonni ABO Shanee waamicha nagaa taasifame fudhachuudhan hidhannoo guutuu qabatan waliin karaa nagaan galuu ittifufuu Waajjirri Bulchiinsaafi Nageenyaa godinichaa ibse.... Read more »
Ministirri Muummee RFDI Doktar Abiyyi Ahmad hiriira deeggarsaa dhaadannoo, “Nageenya Keenya tikfachaa Injifannoo keenya Waaressina!” jedhuun Roobii darbe Magaalaa Naqamteetti gaggeeffamerratti argamuun ummata godinaalee Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaa, Qellem Wallaggaafi Horroo Guduruu... Read more »
Yeroon harki dondhaa itti diriirfatu, amanaan waaqasaa itti sodaatuufi itti abboomamu, yeroo rakkataan haala addaatiin itti gargaaramuufi Waaqni dhala namaatii itti araaramu waqtii filatamaa waqtii kabajamaa, kijibniifi hawwiin dharaa fashalaa’ee dhugaan qal’ate... Read more »
Bishaan qabeenyawwan uumamaan nuu kennaman keessaa isa olaanaafi jireenya lubbuu qabeeyyiitiif daran murteessaa ta’eedha. Waan bishaan malee lubbuun jiraachuun jiraachuun hindanda’amneef bishaan lubbuudha jedhama. Bishaan malee misoomni hin yaadamu, misooma sadarkuma tokkollee... Read more »
Oromiyaan qabeenya uumamaafi namtolchee hunda keenya gahuun kan badhaateedha. Laftiifi qilleensi keenya hawwataafi mijataadha; waa lama qofa barbaada: walhubannoofi yaada galteewwan qabnu madaqsee qabeenya (‘wealth’) uumu maddisiisuufi hojiitti hiikuu. Qabeenya kennaa Uumaa... Read more »
Manii damee qonnaa keenya guutumatti ceesisuuf qabanne milkeessuuf dhimmoonni akka Itti fufiinsa, saffisa, baay’inaafi qulqullinaa ijoodha. Imaammanni jijjiiramaa kun teknolojiiwwan baraa hidhachuu, akkasumas qorannoo saayinsaawaarratti hundaa’uu gaafata. Kanaafis Inistiitiyuutii Qorannoo Qonnaa Oromiyaafi... Read more »
Nageenyi jireenya dhala namaatiif utubaadha. Kanaafis dhimma hawaasummaa gaggeeffachuu, dinagdee jabeessuufi siyaasa tasgabbii qabu hojiirra oolchuuf nageenyi jiraachuun akka furtuutti ilaalama. Oromoonis nageenyaaf xiyyeeffannoo addaa kan kennu qofa osoo hintaane dhimma jiraachuufi... Read more »
Ajjeechaan miseensa ABO Obbo Battee Urgeessaa irratti raawwates ta’e, ololli ittigaafatamummaa isaa mootummaadhaaf kennuuf deemaa jiru haala kamiinuu fudhatama hinqabu. Mootummaa Naannoo Oromiyaa ajjeechaa qaama hinbeekamneen miseensa ABO Obbo Battee Urgeessaa irratti... Read more »
Qabamaniiru jedhu; dhugaa qabamaniiruu laata? adabbii akkamiitu isaanirratti darbe? barsiisaadhamoo kan isaan jajjabeessuudha, ormi maal irraa barata isa jedhu taa’ee yaadeen deebii dhabe. Kanaafuu qabamuunsaanii kun dhugaadhamoo fafakkeessuuf kan kaayyeffateedha laata jedheen... Read more »