
Finfinneen Magaalaa guddittii Oromiyaa, Itoophiyaafi teessoo Gamtaa Afrikaati. Magaalattiin kan hundoofte bara 1879 ta’us, qulqullinni, misoomniifi guddinni magaalattii sadarkaa barbaadamurra hingeenye. Lageen magaalattii keessa yaa’an balfa dhangala’aafi goggoga guuranii yaa’u. Daangaan lageeniis... Read more »
Oromoo saba bal’aa ta’e kana walirratti kakaaftee diina walii taasifte. Tokkummaasaa diiguudhaan irratti of tuultee gadi qabdee mataarra teesse. Kabaja namummaa uumamaan argate dhorkatte, kumaatama ajjeeftee, kumaatama qaama hir’uu gootee beektota ija... Read more »
“Goda marqaa jennaan ijoolleen fal’aanaan yaate” jedha Oromoon. Jaarraa 21fa kana keessa nama miti horiin marga dheedduyyuu kansaaf kan ormaa adda baasee beeka. Jaarreen sarabayii, ‘waan hundumaa keenya’ jedhan kanaa garuu hooda.... Read more »

“Ya soogiddaa yoo ofiif jette mi’aayi kanaachi dhagaadha jedhanii sigatu” jedha Oromoon yoo makmaaku. Oromoon harqoota gabrummaa jaarraa tokkoo oliif isatti fe’amee ture ofirraa darbatee mirga abbaa biyyummaasaa qabatamaan mirkaneeffachuuf kaleessa caalaa... Read more »

Oromoo saba bal’aa ta’e kana walirratti kakaaftee diina walii taasifte. Tokkummaasaa diiguudhaan irratti of tuultee gadi qabdee mataarra teesse. Kabaja namummaa uumamaan argate dhorkatte, kumaatama ajjeeftee, kumaatama qaama hir’uu gootee beektota ija... Read more »

“Barri gommaadha takka namaa deema takkammoo namaan deema” jedhama. Maraammartoo kana keessatti ifaafi dukkanni dabaree walgegeeddaranii mul’ataa ija hojii qabatanii argamuun danbalii jiruufi jireenya dhala namaa keessatti mudatudha. Sirnoonni gara garaas aangoof... Read more »

Biyya Itoophiyaa jedhamuun beekamtu tana hundeessuurraa kaasee ijaaruun ykn haaressee dhaloota har’aa biraan kan gahe ummata Oromoo ta’uu hayyuuleen seenaa ragaalee seenaa wabeeffachuun dubbatu. Kunis, latiinsa Afroo-Eeshiyaa afran (Seemota, Kuushota, Oomotaafi Naayiloo... Read more »

Bara 1965 oggaa sagantaan siyaasaa wixinametti qaamni qabsoo qindeessu ‘Koree Qindeessituu Waaltaa’ jedhamu hundaa’ea ture. Miseensota korechaatti dirqama adda addaatu kenname. Koree dhaabbate keessaa tokko ‘Koreen Aadaafi Hawaasummaati. Koree kana kan hoogganaa... Read more »
Lakkaawwiin ummataafi manaa gurmaa’ina heeraafi sirna hawaas-dinagdee, akkasumas sirni siyaasa biyyattiin hordofaa jirtu duuchaatti jireenya lammiilee akka fooyyessuuf qophii taasifamu keessatti gahee olaanaa qaba. Akkuma biyyaattis ta’e naannootti baay’ina ummataa sirrii ta’e... Read more »

Itoophiyaatti filannoon biyyaalessaa 6fa bara dhufu kan gaggeeffamu yoo ta’u, gaaffiin ‘yaa dheeratu moo hindheeratiin’ jedhu bifa faashinii fakkaatuun dhiyaachaa jira. Sababni dheerachuufi haaluma sagantaa taa’een gaggeeffamuunsaa garuu sirnaan eeramee hanga har’aatti... Read more »